Gosti Covid-19 Omikiroon jedhamu saffisa guddaan adunyaa irratti faca'uu isaan saayintistootni hanga ammaatti dhukkuba daddarbaa isa guddaadha jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33OaFZd

BBC News Afaan Oromoo
Omikiroon: Mallattooleen Omikiroon beekamoon maal fa'i?
Gosti Covid-19 Omikiroon jedhamu saffisa guddaan adunyaa irratti faca'uu isaan saayintistootni hanga ammaatti dhukkuba daddarbaa isa guddaadha jedhan.
Haaymaanot Sayifee dargaggeessa umurii ganna 25 ta’ee utuu jiru, molachaa adeemuun isaa akka hamilee isaa cabsee turee fi dhiibba irratti uumee ture hima.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33zZQu3
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33zZQu3
BBC News Afaan Oromoo
Rifeensa biqilfachuu: Wal'aansa rifeensa molate Itoophiyaatti gabaansaa ho'aa jiruuf hanga birrii kuma 80 gaafatu
Haaymaanot Sayifee dargaggeessa umurii ganna 25 ta’ee utuu jiru, molachaa adeemuun isaa akka hamilee isaa cabsee turee fi dhiibba irratti uumee ture hima.
Qabeenyummaansaa kan abbaa qabeenyaa Dinquu Dayyaasaa kan ta'e hoteelli Riizoortii Soodaree baraa 2020 keessa sababa galii mootummaa seeraan hin kaffallee fi seeraan ala lafa babaldhifate jedhuun marsaa duraa cufamee ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tJXUtE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tJXUtE
BBC News Afaan Oromoo
Irra deebiin cufamuu Riizoortii Soodareefi deebii qaama mootummaa
Qabeenyummaansaa kan abbaa qabeenyaa Dinquu Dayyaasaa kan ta'e hoteelli Riizoortii Soodaree baraa 2020 keessa sababa galii mootummaa seeraan hin kaffallee fi seeraan ala lafa babaldhifate jedhuun marsaa duraa cufamee ture.
Waraana Kaaba Itoophiyaattti adeemsifamu dhaabuufi nagaa buusuuf carraaqqiin taasifamaa jiru akka isaan gammachiise Barreessaan Olaanaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UN) Antooniyoo Gutereez himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AosQ44
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AosQ44
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Waraana dhaabuuf tattaaffiin abdii namatti horu taasifamaa jira - A. Gutereez
Waraana Kaaba Itoophiyaattti adeemsifamu dhaabuufi nagaa buusuuf carraaqqiin taasifamaa jiru akka isaan gammachiise Barreessaan Olaanaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UN) Antooniyoo Gutereez himan.
Weellistuun Cheek Riippabliik beekaa Kooviidiin erga of-qabsiisteen booda dhukkubsachuun lubbuunshee darbuu ilmishee BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FEkl5O
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FEkl5O
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayirasii: Weellistuun beekaa Covid-19n of-qabsiiste ittiin duute
Weellistuun Cheek Riippabliik beekaa Kooviidiin erga of-qabsiisteen booda dhukkubsachuun lubbuunshee darbuu ilmishee BBCtti hime.
Bara 2019 keessa qofatti addunyaa guutuutti namoonni miliyoona 1.2 ol ta'an infekshiniiwwan qorichotaan wal baraniin akka du'an qorannoon haaraan tokko mul'ise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KouxTA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3KouxTA
BBC News Afaan Oromoo
Namoonni miliyoonaan lakkaa'aman dhibeewwan qorichaan wal baraniin du'aa jiru - Qorannoo
Bara 2019 keessa qofatti addunyaa guutuutti namoonni miliyoona 1.2 ol ta'an infekshiniiwwan qorichotaan wal baraniin akka du'an qorannoon haaraan tokko mul'ise.
Pireziaantiin US Joo Baayidan giti isaanii pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Yukireen irratti "waraana guutuu hin barbaadu" garuu "dhiibuu danda'a" jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qKdcwI
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qKdcwI
BBC News Afaan Oromoo
Muddama Yukireen: Putiin 'waraana guutuu banuu baatus dhiibbaa ni taasisa' jedhan Baayidan
Pireziaantiin US Joo Baayidan giti isaanii pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Yukireen irratti "waraana guutuu hin barbaadu" garuu "dhiibuu danda'a" jedhan.
Godina Gujii aanaalee hanqinni roobaa itti mudateefi yeroo dheeraadhaaf hongeedhaan miidhamaa turan keessaa tokko kan ta'e Sabbaa Boruutti roobni cimaan roobee beeylada 1,200 ol galaafate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tJGblV
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tJGblV
BBC News Afaan Oromoo
Godina Gujii: Aanaa Sabbaa Boruutti bokkaan cimaa roobee beeylada 1,200 ol ol galaafate
Godina Gujii aanaalee hanqinni roobaa itti mudateefi yeroo dheeraadhaaf hongeedhaan miidhamaa turan keessaa tokko kan ta'e Sabbaa Boruutti roobni cimaan roobee beeylada 1,200 ol galaafate.
Istiivan Wuud osoo haadha warraa isaa yeroo 29 meeshaa qara qabuun waraanaa jiruu ''sin fixa'' jechuun itti dhaadachaa akka ture himame. Haata'u malee dubartiittiin lubbuun hafuu dandeessee jirti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nK7Hfk
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nK7Hfk
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin abbaa warraasheetiin si'a 29 albeen waraanamte lubbuun hafuu
Istiivan Wuud osoo haadha warraa isaa yeroo 29 meeshaa qara qabuun waraanaa jiruu ''sin fixa'' jechuun itti dhaadachaa akka ture himame. Haata'u malee dubartiittiin lubbuun hafuu dandeessee jirti.
Paartiin Naannoo Oromiyaa bulchu qorannoo taasise jedheen hoggantoonni paartichaa daldala jimaafi simintoo keessa akka hin seenne mirkaneesse jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rx3Nrr
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rx3Nrr
BBC News Afaan Oromoo
Paartiin Badhaadhina hoggantoonni naannoo daldala simintoofi jimaa keessa hin seenne jedhe
Paartiin Naannoo Oromiyaa bulchu qorannoo taasise jedheen hoggantoonni paartichaa daldala jimaafi simintoo keessa akka hin seenne mirkaneesse jedhe.
Gabaasaa duraanii BBC Mohaammad Mo'aalimu haleellaa Dilbata darbe Somaaliyaa keessatti raawwatame irraa reefuu bayyanachaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32jsBdX
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32jsBdX
BBC News Afaan Oromoo
Dargaggoo Somaaliyaa: Haleellaa balleessanii baduu shan jalaa akka itti lubbuun hafe
Gabaasaa duraanii BBC Mohaammad Mo'aalimu haleellaa Dilbata darbe Somaaliyaa keessatti raawwatame irraa reefuu bayyanachaa jira.
Itoophiyaa naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti ganna 40 keessatti hongee hamaan isa kana duraa caalu mudachuu Dhaabbanni Gargaarsaa Idil-addunyaa Ameerikaa (USIAD) beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fP1zxW
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fP1zxW
BBC News Afaan Oromoo
Goginsa: Hongee ganna 40 keessatti hamaa Oromiyaa fi Somaalee keessatti mudate
Itoophiyaa naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti ganna 40 keessatti hongee hamaan isa kana duraa caalu mudachuu Dhaabbanni Gargaarsaa Idil-addunyaa Ameerikaa (USIAD) beeksise.
Warraabbiin viidiyoo akka mul'iseetti dhiheenya magaalaa albuudni itti oomishamu Bogosootti gamoowwan barbadaa'aniifi jijjigaan lafa guuteetu argama.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tMpPJh
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tMpPJh
BBC News Afaan Oromoo
Dho'insa Gaanaa: Dho'iinsa Bogosootti qaqqabeen hedduun du'uu hinoolle jedhame
Warraabbiin viidiyoo akka mul'iseetti dhiheenya magaalaa albuudni itti oomishamu Bogosootti gamoowwan barbadaa'aniifi jijjigaan lafa guuteetu argama.
Abbaa Gadaa Karrayyuu Kadir Hawaas dabalatee miseensonni luba Michillee ,kan gosa Dullachaa ta'an bakka waggaa afur dura qubatanitti erga dhumanii qaawwaan bulchiinsaa uumameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FLuduz
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FLuduz
BBC News Afaan Oromoo
Tuuti Gadaa Michillee warra Dullachaa Karrayyuu erga ajjeeffamanii booda Gadaansaanii akkam ta'aa?
Abbaa Gadaa Karrayyuu Kadir Hawaas dabalatee miseensonni luba Michillee ,kan gosa Dullachaa ta'an bakka waggaa afur dura qubatanitti erga dhumanii qaawwaan bulchiinsaa uumameera.
Waancaa Afrikaa Kaameeruun qopheessite irratti Itoophiyaan garee ishee keessaa taphoota sadii taphachuun lama mo'amtee tokko qixa bahuun dorgommicha keessaa baate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tMpO8b
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tMpO8b
BBC News Afaan Oromoo
Waancaa Afrikaa 2021: Sababoota shanan garee biyyaalessaa Itoophiyaa qabxii dhabsiisan
Waancaa Afrikaa Kaameeruun qopheessite irratti Itoophiyaan garee ishee keessaa taphoota sadii taphachuun lama mo'amtee tokko qixa bahuun dorgommicha keessaa baate.
Namichi paastariidha ofiin jedhuufi haati warraasaa namoota qaama miidhaman saddeet mana isaaniitti itti cufanii kaa’uun shakkamanii qabaman
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qLNYhi
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qLNYhi
BBC News Afaan Oromoo
'Paastariin' qaama miidhamtoota manasaatti uggure to’atame
Namichi paastariidha ofiin jedhuufi haati warraasaa namoota qaama miidhaman saddeet mana isaaniitti itti cufanii kaa’uun shakkamanii qabaman
Tapha Waancaa Afrikaa Kaameroonitti adeemsifamaa jiruun biyyi bara 2019 waancicha fudhatte Aljeeriyaan dorgommiin ala taate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FM29XR
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FM29XR
BBC News Afaan Oromoo
Waancaa Afrikaa 2021: Aljeeriyaan osoo waancaaf eegamtu dorgommiin ala taate
Tapha Waancaa Afrikaa Kaameroonitti adeemsifamaa jiruun biyyi bara 2019 waancicha fudhatte Aljeeriyaan dorgommiin ala taate.
Arbi lakkuu dhaluun akkuma addunyaattu %1 takka qofaa yoo ta'u, kan yeroo dhumaatiif lakkuun dhalatees bara 2006 keessa ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GODTpF
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3GODTpF
BBC News Afaan Oromoo
Haala kana dura hinbaramneen Keeniyaatti arbi lakkuu dhalte
Arbi lakkuu dhaluun akkuma addunyaattu %1 takka qofaa yoo ta'u, kan yeroo dhumaatiif lakkuun dhalatees bara 2006 keessa ture.
Ministira Mummee Abiy Ahmad (PhD) waliin wal arganii kan mariyatan Ministira UK kan dhimma Afrikaa, Laatiin Ameerikaafi Kariibiyaan kan ta'an Viikii Foord carraaqqii mootummaan nagaa buusuudhaaf taasisaa jiru dinqisiifataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AkoR8n
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3AkoR8n
BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy waliin kan mariyatan Ministirri UK carraaqqii mootummaan nagaa buusuuf taasisaa jiru dinqisiifatan
Ministira Mummee Abiy Ahmad (PhD) waliin wal arganii kan mariyatan Ministira UK kan dhimma Afrikaa, Laatiin Ameerikaafi Kariibiyaan kan ta'an Viikii Foord carraaqqii mootummaan nagaa buusuudhaaf taasisaa jiru dinqisiifataniiru.
Lammiilee Itoophiyaa gara waggaafi baatiiwwan saddeetiif manneen hidhaa biyyoota Arabaa keessatti argaman viidiyoo BBC Afaan oromootiif erganiin, haala hamtuu ammaan tana keessatti argaman keessaa baraaruuf motummaafi ummanni akka biramatuuf gaafatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qKLKyQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qKLKyQ
BBC News Afaan Oromoo
Lammiilee Itoophiyaa manneen hidhaa Saa'udii Arabiyaa keessaa nuuf birmadhaa jechaa jiran
Lammiileen Itoophiyaa gara waggaafi baatiiwwan saddeetiif manneen hidhaa Saa'udii Arabiyaa keessatti argaman ergaa viidiyoo BBC Afaan Oromootiif erganiin, haala hamtuu ammaan tana keessatti argaman keessaa baraaruuf mootummaafi ummanni akka biramatuuf gaafatan.
Xiyaarri Daandiiwwan Qilleensaa Ameerikaa Miyaamii irraa gara Landaniitti balali'aa ture tokko sababii imalaan tokko maaskii kaawwachu dideef jecha karaa wallakaadhaa deebii'uu daandiin qilleensichaa hime.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nHMsLq
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3nHMsLq
BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaarri US gara Landan balali'aa ture imalaan tokko maaskii godhachuu diduusaatiif karaarraa deebi'ee qubate