Naannoo Amaaraatti godinni Bulchiinsa Saba Oromoo wayita to'annoo humnootii TPLF fi Waraana Bilisummaa Oromoo /WBO/ jala turetti miidhaa cimaa keessumeessuu anga'aan godinichaa BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FYHuki

BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Godina bulchiinsa saba Oromoo to'annoo finciltootaan booda
Naannoo Amaaraatti godinni Bulchiinsa Saba Oromoo wayita to'annoo humnootii TPLF fi Waraana Bilisummaa Oromoo /WBO/ jala turetti miidhaa cimaa keessumeessuu anga'aan godinichaa BBC'tti himan.
Hidhattoota naannoo Beenishaangul Gumuz keessa socho'an dursaa kan ture mana hidhaa magaalaa Asoosaa yeroo dheeraaf erga turee booda miliquu Biiroon Nageenyaa naannichaa BBCtti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JKKSll
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JKKSll
BBC News Afaan Oromoo
Hogganaan duraanii finciltoota Beenishaangul Gumuz mana hidhaatii miliqe
Hidhattoota naannoo Beenishaangul Gumuz keessa socho'an dursaa kan ture mana hidhaa magaalaa Asoosaa yeroo dheeraaf erga turee booda miliquu Biiroon Nageenyaa naannichaa BBCtti himeera.
Mana barumsaa Niiw Yoork tokko keessatti, barsiistuun ragaa ogummaa fayyaa hin qabne barataaf talaallii Covid kennuun himatamte to’annoo jala oolfamuu ishee anga’oonni himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sZIGR4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sZIGR4
BBC News Afaan Oromoo
Barsiistuun US barataa ganna 17f talaalli koronaa kennite hidhamte
Mana barumsaa Niiw Yoork tokko keessatti, barsiistuun ragaa ogummaa fayyaa hin qabne barataaf talaallii Covid kennuun himatamte to’annoo jala oolfamuu ishee anga’oonni himan.
Gaanfaa Afrikaatti ergamaan addaa US, Jefrii Feltimaan, Kamisa Itoophiyaatti imaluun waa’ee waraana wal-waliinii adeema jiru irratti aanga'oota olaanoo waliin akka mari’atu ibsame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pVWfis
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pVWfis
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Jeefrii Feeltimaan anga'oota olaanoo dubbisuuf Kamisa Itoophiyaatti imaluufi
Gaanfaa Afrikaatti ergamaan addaa US, Jefrii Feltimaan, Kamisa Itoophiyaatti imaluun waa’ee waraana wal-waliinii adeema jiru irratti aanga'oota olaanoo waliin akka mari’atu ibsame.
Godaantonni Tigraay Sa'udii Arabiyaarraa deebi'an, Itoophiyaatti hidhaa fi dararaaf saaxilamaa jiru Anga'oonni Itoophiyaa dhalattoota Tigraay dhiyeenya Sa'udii Arabiyaarraa deebifaman hidhuu, dararuufi humnaan akka baqatan taasisan jedhe Human Rights Watch.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EYsnGl
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EYsnGl
BBC News Afaan Oromoo
Godaantonni Tigraay Sa'udii Arabiyaarraa deebi'an, Itoophiyaatti hidhaa fi dararaaf saaxilamaa jiru - HRW
Godaantonni Tigraay Sa'udii Arabiyaarraa deebi'an, Itoophiyaatti hidhaa fi dararaaf saaxilamaa jiru Anga'oonni Itoophiyaa dhalattoota Tigraay dhiyeenya Sa'udii Arabiyaarraa deebifaman hidhuu, dararuufi humnaan akka baqatan taasisan jedhe Human Rights Watch.
Hariiroon Itoophiyaafi Suaan gidduu jiru laaffachuu isaa hordofee ji’oota ja’an darban keessa daandiin guddaan biyyoota lamaan walitti ceesisu, Galabaat-Matammaa, deebiyee banamuu isaa bulchaan Gondor Lixaa Obbo Dassaaleny Xaasew BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/333wGD9
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/333wGD9
BBC News Afaan Oromoo
Daandiin Itoophiyaa-Sudaan wal-quunnamsiisu ji'ootaaf cufamee ture deebi'ee baname
Hariiroon Itoophiyaafi Suaan gidduu jiru laaffachuu isaa hordofee ji’oota ja’an darban keessa daandiin guddaan biyyoota lamaan walitti ceesisu, Galabaat-Matammaa, deebiyee banamuu isaa bulchaan Gondor Lixaa Obbo Dassaaleny Xaasew BBCtti himan.
Gaazexeessituun BBC Se’ul jirtu Laawuraa Beekar biyyattiin humna waraanaan of ijaaruuf sochii isheen taasisaa jirtuufi daangaa qilleensaa Kooriyaa Kaabaa jettii gubbaa bahuun daawwatteetti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/331OHl6
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/331OHl6
BBC News Afaan Oromoo
Jeettii waraanaa Supparsoniik irraa Kooriyaa Kaabaa yeroo daawwatan maal fakkaatti?
Gaazexeessituun BBC Se’ul jirtu Laawuraa Beekar biyyattiin humna waraanaan of ijaaruuf sochii isheen taasisaa jirtuufi daangaa qilleensaa Kooriyaa Kaabaa jettii gubbaa bahuun daawwatteetti.
Dhaabbati gargaarsaa Norweejiyaan Rifuyijii Kaawunsil jedhamu ji'oota muraasa dura uggura mootummaan irratti kaa'e yeroo ammaa irraa kaasuu isaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxI8FK
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxI8FK
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Mootummaan Itoophiyaa uggura dhaabbata Norweey irratti kaa'e kaase
Dhaabbati gargaarsaa Norweejiyaan Rifuyijii Kaawunsil jedhamu ji'oota muraasa dura uggura mootummaan irratti kaa'e yeroo ammaa irraa kaasuu isaa beeksise.
Doktoroonniifi ogeessonni fayyaa naannoo Tigraay kan waraanaan akka malee miidhamte keessa jiran daa'imman dabalatee dhukkubsattoonni du'aa jiraachuu dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXjyOn
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXjyOn
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Hospitaala Tigraay keessatti dhukkubsattoonni du'aa jiru - Doktoroota
Doktoroonniifi ogeessonni fayyaa naannoo Tigraay kan waraanaan akka malee miidhamte keessa jiran daa'imman dabalatee dhukkubsattoonni du'aa jiraachuu dubbatan.
Lakkuun wal-hin fakkaanne(fraternal twins) Kaaliforniyaa keessatti garaagarummaa daqiiqaa 15nin bara adda addaa keessatti dhalataniiru
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JNJCOn
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JNJCOn
BBC News Afaan Oromoo
Daa’imman lakkuu garaa garummaa daqiiqaa 15f jecha bara garaagaraa keessa dhalatan
Lakkuun wal-hin fakkaanne(fraternal twins) Kaaliforniyaa keessatti garaagarummaa daqiiqaa 15nin bara adda addaa keessatti dhalataniiru
Ameerikaan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa ta'un kan tajaajilaa jiran Jeefrii Feltimaan itti gaafatama isaanii gadhiisuun qondaala olaanaa biraan bakka buufamuuf akka jedhan gabaafame. Qondaalli haaraa isaan bakka bu'an eenyu?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eVblOJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eVblOJ
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Qondaalli US Ergamaa Addaa ta'uun Jeefrii Feltimaan bakka bu'uuf jedhan eenyu?
Ameerikaan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa ta'un kan tajaajilaa jiran Jeefrii Feltimaan itti gaafatama isaanii gadhiisuun qondaala olaanaa biraan bakka buufamuuf akka jedhan gabaafame. Qondaalli haaraa isaan bakka bu'an eenyu?
Weellisaa Taaddalaa Gammachuu: Yeroo Diinni Oromiyaa bittinneessuuf waliigaletti waa’ee Oromiyaa callisuun Gumaa Goototaa lafatti gatuudha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JNtLz6
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JNtLz6
BBC News Afaan Oromoo
'Waa’ee Oromiyaa callisuun gumaa goototaa gatuudha' - Taaddalaa Gammachuu
Weellisaa Taaddalaa Gammachuu: Yeroo Diinni Oromiyaa bittinneessuuf waliigaletti waa’ee Oromiyaa callisuun Gumaa Goototaa lafatti gatuudha.
Daawwannnaa Hojii guyyoota lamaa Ertiraatti kan taasisan Gorsaan Mootummaafi Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yii qoqqobbii Ertiraarra kaa'ame morman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mZ3Zy0
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mZ3Zy0
BBC News Afaan Oromoo
Michuun Itoophiyaa Chaayinaan qoqqobbii Ertiraarra kaa'ame balaaleffatte
Daawwannnaa Hojii guyyoota lamaa Ertiraatti kan taasisan Gorsaan Mootummaafi Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yii qoqqobbii Ertiraarra kaa'ame morman.
Kaaba Niijeritti erga konkolaataa isaa keessatti qorrichi sammuu hadoochu – kokeenii- kg200 ol argamee booda poolisiin bulchaa naannichaa fi konkolaachisaa isaa to’annoo jala oolcheera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zCsiXN
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zCsiXN
BBC News Afaan Oromoo
Poolisiin Niijer konkolaataa kantiibaa keessatti kokeenii kiiloo 200 qabe
Kaaba Niijeritti erga konkolaataa isaa keessatti qorrichi sammuu hadoochu – kokeenii- kg200 ol argamee booda poolisiin bulchaa naannichaa fi konkolaachisaa isaa to’annoo jala oolcheera.
US magaala Filidaalfiyaatti balaa ibiddaa gamoo jireenyaa keessatti ka’een namootni 12 du’anii, hedduun ammo madaa’aniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n1Un5Q
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n1Un5Q
BBC News Afaan Oromoo
Balaa ibiddaa Filidaalfiyaan daa’imman saddeet dabalatee namootni 12 du’an
US magaala Filidaalfiyaatti balaa ibiddaa gamoo jireenyaa keessatti ka’een namootni 12 du’anii, hedduun ammo madaa’aniiru.
Miidiyaan biyyattii KNCA jedhamu akka gabaasetti misaa'elli Roobii kaleessaa furguggifame qixa sirrii ta'een maniisaa rukuteera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zv3TTW
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zv3TTW
BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa misaa'ela saffisaa, fageenya dheeraa imalu furguggisuu himte
Miidiyaan biyyattii KNCA jedhamu akka gabaasetti misaa'elli Roobii kaleessaa furguggifame qixa sirrii ta'een maniisaa rukuteera.
Taphataan teenisii lammii Sarbiyaa viizaan isaa haqamee, gara biyyaa deebifamuuf hoteela keessatti hidhamee jiraachuun gabaafameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FcfuJ3
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FcfuJ3
BBC News Afaan Oromoo
Awustiraaliyaan viizaa taphataa teenisii beekamaa Novaak Jokoviich haqxe
Taphataan teenisii lammii Sarbiyaa viizaan isaa haqamee, gara biyyaa deebifamuuf hoteela keessatti hidhamee jiraachuun gabaafameera.
Waggaa tokkoo fi ji'ota torbaa oliif adeemsaa himataa irra kan ture dhimma ajjeechaa shamarree Hayimaanot Badhaadhaa irratti manni murtii olaanaa Federaalaa dhadhachi Lidataa dargaggoo Dagginat Warquu hidhaa cimaa waggaa 21'tin akka adabamu murteesseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HVSaRB
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HVSaRB
BBC News Afaan Oromoo
Dargaggoon shamarree Hayimaanot Badhaadhaa ajjeesuun himatame hidhaan waggaa 21 itti murtaa'e
Waggaa tokkoo fi ji'ota torbaa oliif adeemsaa himataa irra kan ture dhimma ajjeechaa shamarree Hayimaanot Badhaadhaa irratti manni murtii olaanaa Federaalaa dhadhachi Lidataa dargaggoo Dagginat Warquu hidhaa cimaa waggaa 21'tin akka adabamu murteesseera.
Rakkoo nageenyaa bakkeewwan Gaanfa Afrikaa jiru qolachuuf Chaayinaan ergamaa addaa muuduuf akka ta’e beeksiste. Kana dura Ameerikaa, Gamtaa Awurooppaafi Gamtaan Afrikaa Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa muudaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3q23AwE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3q23AwE
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Chaayinaan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa muuduuf ta'u beeksiste
Rakkoo nageenyaa bakkeewwan Gaanfa Afrikaa jiru qolachuuf Chaayinaan ergamaa addaa muuduuf akka ta’e beeksiste. Kana dura Ameerikaa, Gamtaa Awurooppaafi Gamtaan Afrikaa Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa muudaniiru.
Hogganaa kutaa motora doonii tokkoo kan ta'e dargaggoo Muler Weest amalli hojii kanaa maal akka ta'e ibsa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n3Sx4n
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n3Sx4n
BBC News Afaan Oromoo
Warra dooniirra hojjetaniif jireenyi guyyuufi gaafa ayyaanaa maal fakkaata?
Hogganaa kutaa motora doonii tokkoo kan ta'e dargaggoo Muler Weest amalli hojii kanaa maal akka ta'e ibsa.
Jaramii Cheevriyar lammii Ameerikaa adii dha. Dhalatee kan guddate Niiw Yoorkitti yoo tahu walakkaa jireenyasaa kan dabarse gaaffii hafuuraa icciitti tahan of gaafachaati.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n5Q5ui
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3n5Q5ui
BBC News Afaan Oromoo
Lammii Ameerikaa meeshaa muuziqaa baganaa taphachuun ‘haara galfii’ kenneef