Tapha ykn geemii keessatti tooftaan madaalawaa tahe akka hin jirre gaafa hubattu, gariin keenya seera cabsuu filanna. Garuu tapha eegaltee haala taphichaa hubattee booda hatuutu tooftaa salphaa tahee argama. Kunis taphoota gemii onlaayinii gaggeeffaman keessatti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HBmwZ4

BBC News Afaan Oromoo
Geemii(tapha) onlaayinii gubbaa dhiirotarra dubartoonni waliin dhahuun itti caalan
Tapha ykn geemii keessatti tooftaan madaalawaa tahe akka hin jirre gaafa hubattu, gariin keenya seera cabsuu filanna. Garuu tapha eegaltee haala taphichaa hubattee booda hatuutu tooftaa salphaa tahee argama. Kunis taphoota gemii onlaayinii gaggeeffaman keessatti.
Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Omaar al -Bashir aangoorra kaafamuu booda hundaa'e hoogganaa kan turan Janaraal Al - Burhaan mormii jabaate qabbaneessuuf caasaa mootummaa haaraa dhiheessan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zn9KdW
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zn9KdW
BBC News Afaan Oromoo
Hariiroo Sudaaniifi Itoophiyaa: Rakkoon siyaasaa Sudaan Itoophiyaa irratti dhiibbaa akkamii qaba?
Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Omaar al -Bashir aangoorra kaafamuu booda hundaa'e hoogganaa kan turan Janaraal Al - Burhaan mormii jabaate qabbaneessuuf caasaa mootummaa haaraa dhiheessan.
Sanbata qophii kabaja guyyaa walabummaa biyyattii irratti namootni meeshaa hidhatan Ministira Muummee Haayitii Eeriyeel Henrii ajjeesuu yaalan jechuun anga’oonni himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eLzFCv
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eLzFCv
BBC News Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Haayitii yaalii ajjeechaa jalaa miliqan
Sanbata qophii kabaja guyyaa walabummaa biyyattii irratti namootni meeshaa hidhatan Ministira Muummee Haayitii Eeriyeel Henrii ajjeesuu yaalan jechuun anga’oonni himan.
Kitaabni mata dureen isaa 'Khuleessa Nageellee Booranaa' jedhu Kan Halakee Dabbaasootiin barraa'e Sanbata Mudde 25, 2021 Istaadiyeemii Yaaabellootti eebbifamee ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/332e8Df
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/332e8Df
BBC News Afaan Oromoo
Kitaaabni 'Khuleessa Nageellee Booranaa' maalif falmii kaase?
Kitaabni mata dureen isaa 'Khuleessa Nageellee Booranaa' jedhu Kan Halakee Dabbaasootiin barraa'e Sanbata Mudde 25, 2021 Istaadiyeemii Yaaabellootti eebbifamee ture.
Erga lammiilee Firaans kanneen talaallii hin fudhatinirra uggurri cimaan akka kaa'amu murteessanii booda doorsisni ajjeechaa hedduun akka irra ga'aa jiru miseensonni Paarlaamaa Firaansi gabaasaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EUdh4K
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EUdh4K
BBC News Afaan Oromoo
Covid-19: Miseensonni paarlaama Firaansi murtee talaalliirratti dabarsaniin ajjeechaan doorsifamaa jiru
Erga lammiilee Firaans kanneen talaallii hin fudhatinirra uggurri cimaan akka kaa'amu murteessanii booda doorsisni ajjeechaa hedduun akka irra ga'aa jiru miseensonni Paarlaamaa Firaansi gabaasaa jiru.
Balaliin xiyyaaraa magaalaa Finfinnee-Kombolchaa adda citee ture ALI Muddee 27, 2014 deebi'ee itti fufuuf ta'uu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FUetX4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FUetX4
BBC News Afaan Oromoo
Balaliin xiyyaaraa Finfinnee-Kombolchaa adda citee ture deebi'ee itti fufuuf
Balaliin xiyyaaraa magaalaa Finfinnee-Kombolchaa adda citee ture ALI Muddee 27, 2014 deebi'ee itti fufuuf ta'uu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa beeksise.
Biyya Laatin Ameerikaa Chiliitti namoonni horsiisa kanniisaa irratti bobba'aan mootummaan indastirii isaanii akka deeggaruuf mormiif bahan keessaa afur hidhaa seenan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXMMwG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXMMwG
BBC News Afaan Oromoo
Chiiliitti kanniisa gaagura mormiif masaraa mootummaa dura kaa’ame keessaa baheen poolisoonni hiddaman
Biyya Laatin Ameerikaa Chiliitti namoonni horsiisa kanniisaa irratti bobba'aan mootummaan indastirii isaanii akka deeggaruuf mormiif bahan keessaa afur hidhaa seenan.
Paartiin Haqa Hawaasummaa Lammilee Itoophiyaa (IZEMA) hojiiwwan mootummaa kan hordofan ministiroota kaabinee 22 aangoorra jiran gitan hundeeffatee hojii jalqabuu isaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWkRwP
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWkRwP
BBC News Afaan Oromoo
Paartiin mormituu IZEMA'n gita ministiroota 22 aangoorra jiranii kaabinee muuduu beeksise
Paartiin Haqa Hawaasummaa Lammilee Itoophiyaa (IZEMA) hojiiwwan mootummaa kan hordofan ministiroota kaabinee 22 aangoorra jiran gitan hundeeffatee hojii jalqabuu isaa beeksise.
Qaala'insa jireenyaa Itoophiyaa keessatti mul'achaa jiru tasgabbeessuuf jecha bittaan qamadiin kuntaala miliyoona afuriifi zayita nyaataa liitira miliyoona 12.5 gaggeeffamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sV8CwZ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sV8CwZ
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti qaala'iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf qamadiifi zayitiin bitame
Qaala'insa jireenyaa Itoophiyaa keessatti mul'achaa jiru tasgabbeessuuf jecha bittaan qamadiin kuntaala miliyoona afuriifi zayita nyaataa liitira miliyoona 12.5 gaggeeffamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Biyyattiin tekinooloojii misaa’eliitiin, meeshaa waraanaa Niwukilaraatiin, akkasumas guddina Artiifishaal Intelijensii (AI) isheetiin roga humna waraanaa idil-adunyaa irratti qabduun jijjiirama guddaa fidaa jirti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ePxxd5
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ePxxd5
BBC News Afaan Oromoo
Dorgommii meeshaa waraanaa idil-addunyaatiin Chaayinaa eenyu qaqqabaa?
Biyyattiin tekinooloojii misaa’eliitiin, meeshaa waraanaa Niwukilaraatiin, akkasumas guddina Artiifishaal Intelijensii (AI) isheetiin roga humna waraanaa idil-adunyaa irratti qabduun jijjiirama guddaa fidaa jirti.
Lakkoofsi fardeen bosonaa Gaara Qundhudhoo kan Godina Harargee Bahaa keessatti argaman dabaluu ibsame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3t3hTTJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3t3hTTJ
BBC News Afaan Oromoo
Lakkoofsi fardeen bosonaa gaara Qundhudhoo akkamiin dabale? Madda turizimii gochuuf maaltu yaadame?
Lakkoofsi fardeen bosonaa Gaara Qundhudhoo kan Godina Harargee Bahaa keessatti argaman dabaluu ibsame.
Maqaa Afaan Ingiliiziin ‘Fifth generation’ ykn intarneetii mobaayilii dhaloota shanaffaa jedhamuun beekamu, yeroo dhiyootti gara Itoophiyaa seenuuf akka tahe dhiyeessaan neetworkii biyyattii Itiyoo-telekoom beeksiseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zs5euD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zs5euD
BBC News Afaan Oromoo
Intarneetiin 5G Itiyoo-telekoom dhiyootti nan diriirsa jedhe maali?
Maqaa Afaan Ingiliiziin ‘Fifth generation’ ykn intarneetii mobaayilii dhaloota shanaffaa jedhamuun beekamu, yeroo dhiyootti gara Itoophiyaa seenuuf akka tahe dhiyeessaan neetworkii biyyattii Itiyoo-telekoom beeksiseera.
Naannoo Amaaraatti godinni Bulchiinsa Saba Oromoo wayita to'annoo humnootii TPLF fi Waraana Bilisummaa Oromoo /WBO/ jala turetti miidhaa cimaa keessumeessuu anga'aan godinichaa BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FYHuki
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FYHuki
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Godina bulchiinsa saba Oromoo to'annoo finciltootaan booda
Naannoo Amaaraatti godinni Bulchiinsa Saba Oromoo wayita to'annoo humnootii TPLF fi Waraana Bilisummaa Oromoo /WBO/ jala turetti miidhaa cimaa keessumeessuu anga'aan godinichaa BBC'tti himan.
Hidhattoota naannoo Beenishaangul Gumuz keessa socho'an dursaa kan ture mana hidhaa magaalaa Asoosaa yeroo dheeraaf erga turee booda miliquu Biiroon Nageenyaa naannichaa BBCtti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JKKSll
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JKKSll
BBC News Afaan Oromoo
Hogganaan duraanii finciltoota Beenishaangul Gumuz mana hidhaatii miliqe
Hidhattoota naannoo Beenishaangul Gumuz keessa socho'an dursaa kan ture mana hidhaa magaalaa Asoosaa yeroo dheeraaf erga turee booda miliquu Biiroon Nageenyaa naannichaa BBCtti himeera.
Mana barumsaa Niiw Yoork tokko keessatti, barsiistuun ragaa ogummaa fayyaa hin qabne barataaf talaallii Covid kennuun himatamte to’annoo jala oolfamuu ishee anga’oonni himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sZIGR4
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sZIGR4
BBC News Afaan Oromoo
Barsiistuun US barataa ganna 17f talaalli koronaa kennite hidhamte
Mana barumsaa Niiw Yoork tokko keessatti, barsiistuun ragaa ogummaa fayyaa hin qabne barataaf talaallii Covid kennuun himatamte to’annoo jala oolfamuu ishee anga’oonni himan.
Gaanfaa Afrikaatti ergamaan addaa US, Jefrii Feltimaan, Kamisa Itoophiyaatti imaluun waa’ee waraana wal-waliinii adeema jiru irratti aanga'oota olaanoo waliin akka mari’atu ibsame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pVWfis
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pVWfis
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Jeefrii Feeltimaan anga'oota olaanoo dubbisuuf Kamisa Itoophiyaatti imaluufi
Gaanfaa Afrikaatti ergamaan addaa US, Jefrii Feltimaan, Kamisa Itoophiyaatti imaluun waa’ee waraana wal-waliinii adeema jiru irratti aanga'oota olaanoo waliin akka mari’atu ibsame.
Godaantonni Tigraay Sa'udii Arabiyaarraa deebi'an, Itoophiyaatti hidhaa fi dararaaf saaxilamaa jiru Anga'oonni Itoophiyaa dhalattoota Tigraay dhiyeenya Sa'udii Arabiyaarraa deebifaman hidhuu, dararuufi humnaan akka baqatan taasisan jedhe Human Rights Watch.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EYsnGl
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EYsnGl
BBC News Afaan Oromoo
Godaantonni Tigraay Sa'udii Arabiyaarraa deebi'an, Itoophiyaatti hidhaa fi dararaaf saaxilamaa jiru - HRW
Godaantonni Tigraay Sa'udii Arabiyaarraa deebi'an, Itoophiyaatti hidhaa fi dararaaf saaxilamaa jiru Anga'oonni Itoophiyaa dhalattoota Tigraay dhiyeenya Sa'udii Arabiyaarraa deebifaman hidhuu, dararuufi humnaan akka baqatan taasisan jedhe Human Rights Watch.
Hariiroon Itoophiyaafi Suaan gidduu jiru laaffachuu isaa hordofee ji’oota ja’an darban keessa daandiin guddaan biyyoota lamaan walitti ceesisu, Galabaat-Matammaa, deebiyee banamuu isaa bulchaan Gondor Lixaa Obbo Dassaaleny Xaasew BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/333wGD9
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/333wGD9
BBC News Afaan Oromoo
Daandiin Itoophiyaa-Sudaan wal-quunnamsiisu ji'ootaaf cufamee ture deebi'ee baname
Hariiroon Itoophiyaafi Suaan gidduu jiru laaffachuu isaa hordofee ji’oota ja’an darban keessa daandiin guddaan biyyoota lamaan walitti ceesisu, Galabaat-Matammaa, deebiyee banamuu isaa bulchaan Gondor Lixaa Obbo Dassaaleny Xaasew BBCtti himan.
Gaazexeessituun BBC Se’ul jirtu Laawuraa Beekar biyyattiin humna waraanaan of ijaaruuf sochii isheen taasisaa jirtuufi daangaa qilleensaa Kooriyaa Kaabaa jettii gubbaa bahuun daawwatteetti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/331OHl6
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/331OHl6
BBC News Afaan Oromoo
Jeettii waraanaa Supparsoniik irraa Kooriyaa Kaabaa yeroo daawwatan maal fakkaatti?
Gaazexeessituun BBC Se’ul jirtu Laawuraa Beekar biyyattiin humna waraanaan of ijaaruuf sochii isheen taasisaa jirtuufi daangaa qilleensaa Kooriyaa Kaabaa jettii gubbaa bahuun daawwatteetti.
Dhaabbati gargaarsaa Norweejiyaan Rifuyijii Kaawunsil jedhamu ji'oota muraasa dura uggura mootummaan irratti kaa'e yeroo ammaa irraa kaasuu isaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxI8FK
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxI8FK
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Mootummaan Itoophiyaa uggura dhaabbata Norweey irratti kaa'e kaase
Dhaabbati gargaarsaa Norweejiyaan Rifuyijii Kaawunsil jedhamu ji'oota muraasa dura uggura mootummaan irratti kaa'e yeroo ammaa irraa kaasuu isaa beeksise.
Doktoroonniifi ogeessonni fayyaa naannoo Tigraay kan waraanaan akka malee miidhamte keessa jiran daa'imman dabalatee dhukkubsattoonni du'aa jiraachuu dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXjyOn
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FXjyOn
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Hospitaala Tigraay keessatti dhukkubsattoonni du'aa jiru - Doktoroota