BBC AFAAN OROMOO
128K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.6K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Baatii Sadaasaa keessa gatiin barbaree yeroo itti tasgabbaa'udha, sababiin isaa ammoo yeroo inni lafaa gahu yeroo itti gabaatti dhiyaachuu jalqabu waan ta'eef. Namoonnis barbaree yeroo dheeraaf ta'u mana keessatti kan qopheeffatan ji'uma kana keessadha.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EOrShV
Poolisiin Afrikaa Kibbaa namichi balaa abiddaa qaqqabsiisuun shakkame yakkoota hedduun kan himatamuu fi Kibxata borii kan mana murtiitti dhiyaatu ta'a jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32R1Ld0
Hiriirri moormii guddaa biraan magaalaa guddittii Kaartuum keessatti erga gaggeeffamee booda, Ministirri Muummee Sudaan ABdallaa Hamdook aangoo gadhiisaan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EVaHvq
Lammiin Kooriyaa Kibbaa daangaa eegumsa cimaa qabuu fi zoonii waraanarraa bilisaa (DMZ) darbuun, miliqee Kooriyaa Kaabaa seenuu isaa humni waraanaa Kooriyaa Kibbaa hime.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zi0o38
Namoota seeraan ala daddabarsuun himatamee waggoota hedduuf barbaadamaa kan ture dhalataan Eertiraa lammii Neezarlaandis ta'e Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti to'atamee Neezalaandis'f dabarfamee kennamuu Poolisiin Keeniyaa ibse.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HpSUOg
Tapha ykn geemii keessatti tooftaan madaalawaa tahe akka hin jirre gaafa hubattu, gariin keenya seera cabsuu filanna. Garuu tapha eegaltee haala taphichaa hubattee booda hatuutu tooftaa salphaa tahee argama. Kunis taphoota gemii onlaayinii gaggeeffaman keessatti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HBmwZ4
Sanbata qophii kabaja guyyaa walabummaa biyyattii irratti namootni meeshaa hidhatan Ministira Muummee Haayitii Eeriyeel Henrii ajjeesuu yaalan jechuun anga’oonni himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eLzFCv
Kitaabni mata dureen isaa 'Khuleessa Nageellee Booranaa' jedhu Kan Halakee Dabbaasootiin barraa'e Sanbata Mudde 25, 2021 Istaadiyeemii Yaaabellootti eebbifamee ture.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/332e8Df
Balaliin xiyyaaraa magaalaa Finfinnee-Kombolchaa adda citee ture ALI Muddee 27, 2014 deebi'ee itti fufuuf ta'uu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FUetX4
Paartiin Haqa Hawaasummaa Lammilee Itoophiyaa (IZEMA) hojiiwwan mootummaa kan hordofan ministiroota kaabinee 22 aangoorra jiran gitan hundeeffatee hojii jalqabuu isaa beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FWkRwP
Qaala'insa jireenyaa Itoophiyaa keessatti mul'achaa jiru tasgabbeessuuf jecha bittaan qamadiin kuntaala miliyoona afuriifi zayita nyaataa liitira miliyoona 12.5 gaggeeffamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sV8CwZ
Biyyattiin tekinooloojii misaa’eliitiin, meeshaa waraanaa Niwukilaraatiin, akkasumas guddina Artiifishaal Intelijensii (AI) isheetiin roga humna waraanaa idil-adunyaa irratti qabduun jijjiirama guddaa fidaa jirti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ePxxd5
Maqaa Afaan Ingiliiziin ‘Fifth generation’ ykn intarneetii mobaayilii dhaloota shanaffaa jedhamuun beekamu, yeroo dhiyootti gara Itoophiyaa seenuuf akka tahe dhiyeessaan neetworkii biyyattii Itiyoo-telekoom beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zs5euD