Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman guyyaa ayyaana kiriismaasii carraa isaan mudateen guddoo qiliixaman. Madda gammachuu kanaa kan ta'eef ammoo maallaqa baankii Santander jedhamu dogoggoraan hireefidha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32Iqksx

BBC News Afaan Oromoo
Baankiin yuuroo miil. 130 dogoggoraan maamilootaaf hire akka deebisan gaafate
Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman guyyaa ayyaana kiriismaasii carraa isaan mudateen guddoo qiliixaman. Madda gammachuu kanaa kan ta'eef ammoo maallaqa baankii Santander jedhamu dogoggoraan hireefidha.
Muddee 30 bara 2021 Godina Booranaa Aanaa Diillootti haadha fi ilmoo dabalatee namoonni afur Boolla Volkaanoo kan abidda qabutti seenanii lubbuun isaanii darbuu BBC maddeen irraa mirkaneeffate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FIcxRb
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FIcxRb
BBC News Afaan Oromoo
Waa'ee namoota afur Borana Diillootti boolla voolkaanootti du'anii maal beekna?
Muddee 30 bara 2021 Godina Booranaa Aanaa Diillootti haadha fi ilmoo dabalatee namoonni afur Boolla Volkaanoo kan abidda qabutti seenanii lubbuun isaanii darbuu BBC maddeen irraa mirkaneeffate.
Mucaan maqaansaa Edwaard jedhamuufi wallaansi qoricha addunyaarratti gatii jabaa ta'ee erga taasifameefiin booda tarkaanfii isaa jalqabaa taasise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sTjR9n
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sTjR9n
BBC News Afaan Oromoo
UKtti mucaan qoricha paawundii mil. 1.79 fudhate jireenya haaraa eegale
Mucaan maqaansaa Edwaard jedhamuufi wallaansi qoricha addunyaarratti gatii jabaa ta'ee erga taasifameefiin booda tarkaanfii isaa jalqabaa taasise.
Sababa weerara koronaavaayirasiitiin waggaa tokkoof duubatti kan harkifate Waancaan Afrikaa 33ffaa ammas sodaa weerara vaayrasii keessa otoo jiruu A.L.I Amajjii 01, 2014 Kaameruunitti eegama.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EI4suM
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EI4suM
BBC News Afaan Oromoo
Waancaa Afrikaa: Gareen kubba miilaa biyyaalessaa Itoophiyaa garee hundaa dursee Kaameruun gale
Sababa weerara koronaavaayirasiitiin waggaa tokkoof duubatti kan harkifate Waancaan Afrikaa 33ffaa ammas sodaa weerara vaayrasii keessa otoo jiruu A.L.I Amajjii 01, 2014 Kaameruunitti eegama.
Erga waraan kaabaa Itoophiyaatti waggaan dura egaleen booda lammiileen biyya garaa garaatti argaman jidduutti garaagarummaan yaadaa mudateera. Keessummoonni keenya har'aas kana himu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qHpe8y
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qHpe8y
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Itoophiyaa: Waraana Tigraay hawaasa diyaasporaa US qoode afaan lammiileen
Erga waraan kaabaa Itoophiyaatti waggaan dura egaleen booda lammiileen biyya garaa garaatti argaman jidduutti garaagarummaan yaadaa mudateera. Keessummoonni keenya har'aas kana himu.
Manni Maree Mirgoota Namoomaa UN jaarmiyaan idil - addunyaa sarbama miWaraana Kaaba Itoophiyaa : Murteen mana maree mirgoota namoomaa UN Itoophiyaa yaaddessuu qabaa?rga namoomaa Itoophiyaatti yeroo waraanaa mudate jedhame qoratu hundaa'e Itoophiyaarratti dhiibbaa akkamii qaba? Itoophiyaan waan diddeef qorannoon kuni hafuu danda'aa? Itoophiyaan maal yaaddofte?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pJ7Scd
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pJ7Scd
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa : Murteen mana maree mirgoota namoomaa UN Itoophiyaa yaaddessuu qabaa?
Manni Maree Mirgoota Namoomaa UN jaarmiyaan idil - addunyaa sarbama miWaraana Kaaba Itoophiyaa : Murteen mana maree mirgoota namoomaa UN Itoophiyaa yaaddessuu qabaa?rga namoomaa Itoophiyaatti yeroo waraanaa mudate jedhame qoratu hundaa'e Itoophiyaarratti…
Ameerikaa kutaa bulchiinsa Koloraadoo keessatti konkolaachisaa konkolaataa fe’iisaatiin balaa qaqqabisee lubbuu namoota afur galaafate hidhaa ganna 110 manni murtii adabee ture.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HlySEA
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HlySEA
BBC News Afaan Oromoo
Konkolaachisaa hidhaan waggaa 110 itti murtaa'e waggaan 100 hir’ifameef
Ameerikaa kutaa bulchiinsa Koloraadoo keessatti konkolaachisaa konkolaataa fe’iisaatiin balaa qaqqabisee lubbuu namoota afur galaafate hidhaa ganna 110 manni murtii adabee ture.
Guyyaa dhaloota isaa waggaa 80ffaa, seen duubee leenjisaa kanaa yeroo Maanchister Yuunaayitidii fi Aberdeen ture qindeesineerra.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pIogtB
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pIogtB
BBC News Afaan Oromoo
Sir Alex Ferguson: Leenjisaan duraanii Maanchister Yuunaayitidii fi Aberdeen Fergusan wantoota ittiin beekaman torba
Guyyaa dhaloota isaa waggaa 80ffaa, seen duubee leenjisaa kanaa yeroo Maanchister Yuunaayitidii fi Aberdeen ture qindeesineerra.
Atileetonni Itoophiyaa Baarseloonaatti fageenya meetira 5,000n rikardii cabsan. Dorgommichis Jimaata Mudde 31, 2021 Baarseloonaa bakka Kursaa delsi Naasoos jedhamutti gaggeeffame. Atileet Ijjigaayyoo Taayyee fi Berihuu Aregaawwii fageenya meetira 5,000 [5km] rikardii cabsuusaanii Atileetiksiin Adunyaa marsariitii isaa irratti ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eGmva2
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eGmva2
BBC News Afaan Oromoo
Atileetiksii Adunyaa: Atileetonni Itoophiyaa Baarseloonaatti meetira 5,000n rikardii cabsan
Atileetonni Itoophiyaa Baarseloonaatti fageenya meetira 5,000n rikardii cabsan. Dorgommichis Jimaata Mudde 31, 2021 Baarseloonaa bakka Kursaa delsi Naasoos jedhamutti gaggeeffame. Atileet Ijjigaayyoo Taayyee fi Berihuu Aregaawwii fageenya meetira 5,000 [5km]…
Itoophiyaatti marsaa weerara covid-19 haaraatiin walqabate dhukkubbiin qufaa fakkaatu tibbana mudatee mallattoolee koronaavaayirasii fakkaatu waan qabuuf namoonni dhukkuubsatan akka qoratamaniif Institiyuutiin Fayyaa Hawaasaa biyyattii gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sOW0HQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sOW0HQ
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti dhukkubbiin qufaa fakkaatuu tibbana mudate Covid-19 tahuu mala jedhame
Itoophiyaatti marsaa weerara covid-19 haaraatiin walqabate dhukkubbiin qufaa fakkaatu tibbana mudatee mallattoolee koronaavaayirasii fakkaatu waan qabuuf namoonni dhukkuubsatan akka qoratamaniif Institiyuutiin Fayyaa Hawaasaa biyyattii gaafate.
Hogganaan Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr Tedroos Adhaanoom biyyoonni addunyaa waliin kan hojjatan yoo ta'e Covid-19 bara eegalame 2022 kanatti ni mo'atama abdii jedhu qabaachu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32SLHHv
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32SLHHv
BBC News Afaan Oromoo
'Covid-19 bara haaraatti ni mo'ama abdii jedhun qaba' -Dr Teedroos Adhaanoom
Hogganaan Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr Tedroos Adhaanoom biyyoonni addunyaa waliin kan hojjatan yoo ta'e Covid-19 bara eegalame 2022 kanatti ni mo'atama abdii jedhu qabaachu ibsan.
Looreettaa Haarmees jedhamti. Waggoota jahan darbaniif nyaanni afan ishee seenee hin beeku. Ta'ulleen garuu nyaata bilcheessuu irraa isheen hin dhaabne.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eMMSLi
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eMMSLi
BBC News Afaan Oromoo
Ogeettii nyaata bilcheessitu garuu kan ofii nyaata dhandhamtee hin beekne
Looreettaa Haarmees jedhamti. Waggoota jahan darbaniif nyaanni afan ishee seenee hin beeku. Ta'ulleen garuu nyaata bilcheessuu irraa isheen hin dhaabne.
Seenaan kuni hawwiifi abjuu Aleekis Wiikins balaliisaa ta'uf qabuufi qormaata keessa bahe hima.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eMMUmo
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eMMUmo
BBC News Afaan Oromoo
UK: Qabduu maaskii abjuu dargaggoo balaliisaa xiyyaaraa ta’uuf yaade abdii itti hore
Seenaan kuni hawwiifi abjuu Aleekis Wiikins balaliisaa ta'uf qabuufi qormaata keessa bahe hima.
Seerri haaraan kun namoonni akkaan dhukkubsatanii abdii jireenyaa dhaban garaagrsaan akka lubbuusaanii baasan deeggara.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31g6lB1
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31g6lB1
BBC News Afaan Oromoo
Seerri gargaarsa doktarootaan lubbuu ofii baasuu eeyyamu Ostiriyaatti hojiirra oole
Seerri haaraan kun namoonni akkaan dhukkubsatanii abdii jireenyaa dhaban garaagrsaan akka lubbuusaanii baasan deeggara.
Institiyuutiin Misooma Indaastirii Gogaa Itoophiyaa pirojektii barattoota Miiliyoona 30 ta'an yaada keessa galche kana hojiirra oolchuuf Ministeera Indaastiriifi Ministeera Barnootaa waliin waliigalteen mallattaa'uu beeksiseera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32HBdLp
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32HBdLp
BBC News Afaan Oromoo
Pirojektii kopheefi korojoo manneen barnootaa Itoophiyaa keessatti hojiirra oolaa jiru
Institiyuutiin Misooma Indaastirii Gogaa Itoophiyaa pirojektii barattoota Miiliyoona 30 ta'an yaada keessa galche kana hojiirra oolchuuf Ministeera Indaastiriifi Ministeera Barnootaa waliin waliigalteen mallattaa'uu beeksiseera.
Bara gara baraatti haalli waraanni ittiin gaggeeffamu geedaramaa dhufeera. Ammaan tanattis meeshaalee waraanaaf oolan kan teeknooloojiin dabaalaman ta'aa jiru. Ofii warraanniwwan kana booda gaggeeffaman maal fakkaachu maluu laata?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JuTk8d
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JuTk8d
BBC News Afaan Oromoo
Teknoolojiin akkaataa waraanni itti gaggeeffamu jijjiiraa jiraa, kan itti-aanu maal fakkaata?
Bara gara baraatti haalli waraanni ittiin gaggeeffamu geedaramaa dhufeera. Ammaan tanattis meeshaalee waraanaaf oolan kan teeknooloojiin dabaalaman ta'aa jiru. Ofii warraanniwwan kana booda gaggeeffaman maal fakkaachu maluu laata?
Awurooppaatti richiitii waggaa haaraa kan 2022 labsachuuf dhukafameen namoonni sadii yoo madaa'an baayyeen ammoo madaa'aniiru..
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FLEuYs
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FLEuYs
BBC News Afaan Oromoo
Awurooppaatti richiitiin waggaa haaraa labsachuuf dhukaafame namoota ajjeese
Awurooppaatti richiitii waggaa haaraa kan 2022 labsachuuf dhukafameen namoonni sadii yoo madaa'an baayyeen ammoo madaa'aniiru..
Namichi lammii Chaayinaa hatamee guddifachaaf gurgurame tokko waggaa 30 booda haadha isa deesse waliin deebiyee wal argachuu danda'e.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxxoHH
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxxoHH
BBC News Afaan Oromoo
Namichi maappii gandasaa ijoollummaa yaadatu kaaseen waggaa 30 booda haadha argate
Namichi lammii Chaayinaa hatamee guddifachaaf gurgurame tokko waggaa 30 booda haadha isa deesse waliin deebiyee wal argachuu danda'e.
👍1
Bulchaan Kooriyaa yeroo turtii aangoosaanii waggaa 10ffaa ilaalchisuun wayita haasaa taasisan bara 2022 keessa xiyyeeffannoonsaanii ijoon diinagdee biyyattii akkaan laaffate dandamachiisuu ta'uu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pNIy57
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pNIy57
BBC News Afaan Oromoo
Niwukilaraan dhaadachuurraa gara midhaan nyaataarratti xiyyeeffachuu-Kooriyaa Kaabaa
Bulchaan Kooriyaa yeroo turtii aangoosaanii waggaa 10ffaa ilaalchisuun wayita haasaa taasisan bara 2022 keessa xiyyeeffannoonsaanii ijoon diinagdee biyyattii akkaan laaffate dandamachiisuu ta'uu ibsan.
Maqaan gooftaa yookiin giiftii kee eenyu? Sareen kee eenyu? gaaffileen jedhan yoo sitti dhufu ta'e gatii si kaffalchiisu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxQXjc
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HxQXjc
BBC News Afaan Oromoo
Saamicha onlaayinii: Qaamota nu gowwoomsuun nu saaman akkamiin ofirraa qolanna?
Maqaan gooftaa yookiin giiftii kee eenyu? Sareen kee eenyu? gaaffileen jedhan yoo sitti dhufu ta'e gatii si kaffalchiisu.
Sagantaa walitti aanee dhiyaatu barreessitoonni Afrikaa irratti hirmaataniin gaazexeessaan Aljeeriyaa-Kanaadaa ta'e Maaher Mezaa'ii yeroo ardittiin qophii dorgommii kubbaa miilaa guddaa Afrikaa Waancaatiif qophaa'aa jirtutti eenummaan Afrikaa maalidha? Kan jedhu xiinxaleera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ELTdkL
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ELTdkL
BBC News Afaan Oromoo
Aljeeriyaafi gaaffii eenyummaa: Akka Afrikaatti kan lakkaa'aman eenyufaadha?
Sagantaa walitti aanee dhiyaatu barreessitoonni Afrikaa irratti hirmaataniin gaazexeessaan Aljeeriyaa-Kanaadaa ta'e Maaher Mezaa'ii yeroo ardittiin qophii dorgommii kubbaa miilaa guddaa Afrikaa Waancaatiif qophaa'aa jirtutti eenummaan Afrikaa maalidha? Kan…