Tarii yeroo qophiin addaa ykn ayyaanni gahutti nyaata gaarii tolchuun maatiif dhiyeessuu barbaaddu ta'a. Kun ammaan booda roobootiin hojjatamuu akka danda'amu barameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34cPBMp

BBC News Afaan Oromoo
Roobootiin nyaata mi'aawaa akka fedha keessaniitti qopheessu hojii eegaluu dhaggeessanii?
Tarii yeroo qophiin addaa ykn ayyaanni gahutti nyaata gaarii tolchuun maatiif dhiyeessuu barbaaddu ta'a. Kun ammaan booda roobootiin hojjatamuu akka danda'amu barameera.
Bara kana hongeen Boorana keessatti dheeratee rakkoo uumuu hordofee gargaarsi qaamolee addaa addaa taasifaamaa turullee uummanni ammallee rakkoon itti cimaa jiraachuu himatu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Hkx3rE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Hkx3rE
BBC News Afaan Oromoo
Gargaarsa hongee Booranaafi ummanni waan keessatti argamu
Bara kana hongeen Boorana keessatti dheeratee rakkoo uumuu hordofee gargaarsi qaamolee addaa addaa taasifaamaa turullee uummanni ammallee rakkoon itti cimaa jiraachuu himatu.
Bulchiinsi Magaalaa Dabra Maarqoos qophiileen akka cidhaa, taskaraafi kaan akka hin gaggeefamne dhorkamu kantiibaan magaalichaa BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKqkiR
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKqkiR
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Dabra Maarqoositti qophiiwwan akka cidhaa, taskaaraafi kaan dhorkaman
Bulchiinsi Magaalaa Dabra Maarqoos qophiileen akka cidhaa, taskaraafi kaan akka hin gaggeefamne dhorkamu kantiibaan magaalichaa BBCtti himan.
Pirezidaantiiwwan Ameerikaa fi Raashiyaa mudama biyyoota lamaan jidduutti dhimma Yukreeniin walqabatee umamee xiqqeessuuf irra deebiin mari'achuuf.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pCwqUe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pCwqUe
BBC News Afaan Oromoo
Baayidan fi Putiin muddama Yukreen irratti 'furmaata karaa dippiloamaasii' barbaaduuf
Pirezidaantiiwwan Ameerikaa fi Raashiyaa muddama biyyoota lamaan jidduutti dhimma Yukreeniin walqabatee umamee xiqqeessuuf irra deebiin mari'achuuf.
Itoophiyaa keessatti dhimmoota biyyaalessaa fi tokkummaa biyyaalessummaarratti mariin qixa sirrii ta'een akka gaggeeffamuuf qaamni walaba ta'e akka qindeessu hojjetamaa ture. Komishiniin marii biyyaalessaa qindeessuu fi haala mijeessu kan haaraa hundaa'e kun dhimmoota biyyaalessaa waggootaaf osoo irratti walii hin galamin jiran isaan ijoo ta'an irratti mariin hundagaleessaa fi hunda hirmaachise akka gaggeeffamuuf kan haala mijeessudha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HjyQNC
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HjyQNC
BBC News Afaan Oromoo
Waa'ee komishinii qindeessituu marii biyyaalessaa qabxiiwwan ijoo beekuu qabdan
Itoophiyaa keessatti dhimmoota biyyaalessaa fi tokkummaa biyyaalessummaarratti mariin qixa sirrii ta'een akka gaggeeffamuuf qaamni walaba ta'e akka qindeessu hojjetamaa ture. Komishiniin marii biyyaalessaa qindeessuu fi haala mijeessu kan haaraa hundaa'e…
Kibba Chaayinaatti poolisiin namoota baleessaa raawwataniiru jechuun shakkee afur, balleessaan saanii itti himamaa ummata keessaa akka deeman wayita taasifaman suuraan mul'isu baherra.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKKCZv
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKKCZv
BBC News Afaan Oromoo
Chaayinaan 'yakkamtoota' qaaneessuuf adabbii ummata fuulduratti raawwattu eegalte
Kibba Chaayinaatti poolisiin namoota baleessaa raawwataniiru jechuun shakkee afur, balleessaan saanii itti himamaa ummata keessaa akka deeman wayita taasifaman suuraan mul'isu baherra.
Taphattoonni garee biyyaalessaa Chaayinaaf taphatan tumaa akka hin tumanne dhorkaman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JmJULI
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JmJULI
BBC News Afaan Oromoo
Chaayinaa: Taphattootni kubbaa miilaa garee biyyaalessaa tumaa akka hin tumanne dhorkaman
Taphattoonni garee biyyaalessaa Chaayinaaf taphatan tumaa akka hin tumanne dhorkaman.
Ministerri Maallaqaa sababa waraana Kaaba Itoophiyaatti gaggeesseen baasiin dabalataa waan isa barbaachiseef Mana Maree Ministerotaaf baajata dabalataa Birrii biliyoona 122 tahu gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3z9LoUQ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3z9LoUQ
BBC News Afaan Oromoo
Mootummaan Itoophiyaa baasii baase bakka buusuuf baajata dabalataa Birrii bil 122 gaafate
Ministerri Maallaqaa sababa waraana Kaaba Itoophiyaatti gaggeesseen baasiin dabalataa waan isa barbaachiseef Mana Maree Ministerotaaf baajata dabalataa Birrii biliyoona 122 tahu gaafate.
Paartiin Oromiyaa bulchaa jiru waldhibdeefi wal himannaa qondaaltonni dhaabichaa mootummaa naannichaarratti dhiheessaniirratti mari'achuun waliigalteerra gahuu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31aMgMu
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/31aMgMu
BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Oromiyaa: Paartiin Badhaadhinaa sochii qondaaltonni isaa miidiyaa hawaasummaarra taasisan qeeqe
Paartiin Oromiyaa bulchaa jiru waldhibdeefi wal himannaa qondaaltonni dhaabichaa mootummaa naannichaarratti dhiheessaniirratti mari'achuun waliigalteerra gahuu ibse.
Pirezidaantiin duraanii Afgaanis Ashraf Ghaani taatee yeroo dhumaa wayita Taaliibaaniin baqatanii biyyaa bahanii akkasiin BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pEeZCU
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pEeZCU
BBC News Afaan Oromoo
Ashraf Ghani: Pirezidaantiin duraanii Afgaanistaan taatee yeroo itti Taaliibaaniin baqatanii akkasiin ibsan
Pirezidaantiin duraanii Afgaanis Ashraf Ghaani taatee yeroo dhumaa wayita Taaliibaaniin baqatanii biyyaa bahanii akkasiin BBC'tti himan.
Bara faranjootaa 2021 xumuramaa jiru kana keessa Afrikaan namoota gameeyyii biyyasaanii maqaa waamsisan akkasumas kanneen dubbii walxaxaan beekaman dhabdeetti. Isaan eenyufaadha?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pFhlkJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pFhlkJ
BBC News Afaan Oromoo
Gameessa muuziqaa Alamaayyoo Isheetee dabalatee namoota jajjaboo Afrikaan bara 2021 keessa dhabde
Bara faranjootaa 2021 xumuramaa jiru kana keessa Afrikaan namoota gameeyyii biyyasaanii maqaa waamsisan akkasumas kanneen dubbii walxaxaan beekaman dhabdeetti. Isaan eenyufaadha?
Filannoon Somaaliyaa dheerachuu hordofee waliigalteen namoota siyaasaa gidduu dhalate wal amanteen akka daraaru taasiseera. Manni maree gadii biyyattii filannoon akka dheeratu murteessee yeroo turtii aangoo Pirezidant Mohaammad Farmaajo waggoota lamaaf dheeressuu hordofeefi dubbiin kan hammaate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pEpZAe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pEpZAe
BBC News Afaan Oromoo
Somaaliyaa: Waldhibdeen Pirezidantiifi Ministira Muummee biyyatti garamitti qajeela laata?
Filannoon Somaaliyaa dheerachuu hordofee waliigalteen namoota siyaasaa gidduu dhalate wal amanteen akka daraaru taasiseera. Manni maree gadii biyyattii filannoon akka dheeratu murteessee yeroo turtii aangoo Pirezidant Mohaammad Farmaajo waggoota lamaaf dheeressuu…
Paarkii Indastirii Kombolchaa keessa dhaabbilee jiran irratti finciltoonni TPLF saamicha fi badiin qaqqabsiisan guddaa ta’uu Hojii gaggeessaan Korporeeshinichaa Obbo Saandokaan Dabbabaa BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sMZCtW
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sMZCtW
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Itoophiyaa: Paarkii indastirii Kombolchaa irratti saamichifi badiin qaqqabe hangami?
Paarkii Indastirii Kombolchaa keessa dhaabbilee jiran irratti finciltoonni TPLF saamicha fi badiin qaqqabsiisan guddaa ta’uu Hojii gaggeessaan Korporeeshinichaa Obbo Saandokaan Dabbabaa BBCtti himan.
Ameerikaatti barsiistuun tokko erga walakkaa balaliinsaatti qorannoo covid ofii sheetiif taasifteen vaayirasichaan qabamu hubatteen booda kutaa mana fincaanii keessatti adda of baasuun sa'aatii shaniif dabarsite.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/340IyWM
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/340IyWM
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin xiyyaara keessatti Covid'n qabamuu barte sa'aa 5'f mana fincaanii keessatti adda of-baaste
Ameerikaatti barsiistuun tokko erga walakkaa balaliinsaatti qorannoo covid ofii sheetiif taasifteen vaayirasichaan qabamu hubatteen booda kutaa mana fincaanii keessatti adda of baasuun sa'aatii shaniif dabarsite.
Pireezidantonni US fi Raashiyaa sa'atii tokko guutuu wayita bilbilaan dhimma dhiphina Yuukireeniin walqabatee jiru irratti mari'atanitti akkaan walitti dhaadataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JGpH3Q
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JGpH3Q
BBC News Afaan Oromoo
Baayidan fi Putiin dhimma Yuukireen irratti bilbilaan walitti dhaadatan
Pireezidantonni US fi Raashiyaa sa'atii tokko guutuu wayita bilbilaan dhimma dhiphina Yuukireeniin walqabatee jiru irratti mari'atanitti akkaan walitti dhaadataniiru.
Sudaan keessatti hiriira mormii motummaa itti fufee gaggeeffamee irratti tarkaanfii humnootii nageenyaatiin fudhatameen Kamisa Muddee 29, 2021 namoonni afur ajeefamuun dhagahame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zh2n7N
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zh2n7N
BBC News Afaan Oromoo
Sudaaniitti hiirira mormii Kamisa taasifameen namoonni afur ajjeefaman
Sudaan keessatti hiriira mormii motummaa itti fufee gaggeeffamee irratti tarkaanfii humnootii nageenyaatiin fudhatameen Kamisa Muddee 29, 2021 namoonni afur ajeefamuun dhagahame.
Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman guyyaa ayyaana kiriismaasii carraa isaan mudateen guddoo qiliixaman. Madda gammachuu kanaa kan ta'eef ammoo maallaqa baankii Santander jedhamu dogoggoraan hireefidha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32Iqksx
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32Iqksx
BBC News Afaan Oromoo
Baankiin yuuroo miil. 130 dogoggoraan maamilootaaf hire akka deebisan gaafate
Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman guyyaa ayyaana kiriismaasii carraa isaan mudateen guddoo qiliixaman. Madda gammachuu kanaa kan ta'eef ammoo maallaqa baankii Santander jedhamu dogoggoraan hireefidha.
Muddee 30 bara 2021 Godina Booranaa Aanaa Diillootti haadha fi ilmoo dabalatee namoonni afur Boolla Volkaanoo kan abidda qabutti seenanii lubbuun isaanii darbuu BBC maddeen irraa mirkaneeffate.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FIcxRb
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FIcxRb
BBC News Afaan Oromoo
Waa'ee namoota afur Borana Diillootti boolla voolkaanootti du'anii maal beekna?
Muddee 30 bara 2021 Godina Booranaa Aanaa Diillootti haadha fi ilmoo dabalatee namoonni afur Boolla Volkaanoo kan abidda qabutti seenanii lubbuun isaanii darbuu BBC maddeen irraa mirkaneeffate.
Mucaan maqaansaa Edwaard jedhamuufi wallaansi qoricha addunyaarratti gatii jabaa ta'ee erga taasifameefiin booda tarkaanfii isaa jalqabaa taasise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sTjR9n
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sTjR9n
BBC News Afaan Oromoo
UKtti mucaan qoricha paawundii mil. 1.79 fudhate jireenya haaraa eegale
Mucaan maqaansaa Edwaard jedhamuufi wallaansi qoricha addunyaarratti gatii jabaa ta'ee erga taasifameefiin booda tarkaanfii isaa jalqabaa taasise.
Sababa weerara koronaavaayirasiitiin waggaa tokkoof duubatti kan harkifate Waancaan Afrikaa 33ffaa ammas sodaa weerara vaayrasii keessa otoo jiruu A.L.I Amajjii 01, 2014 Kaameruunitti eegama.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EI4suM
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EI4suM
BBC News Afaan Oromoo
Waancaa Afrikaa: Gareen kubba miilaa biyyaalessaa Itoophiyaa garee hundaa dursee Kaameruun gale
Sababa weerara koronaavaayirasiitiin waggaa tokkoof duubatti kan harkifate Waancaan Afrikaa 33ffaa ammas sodaa weerara vaayrasii keessa otoo jiruu A.L.I Amajjii 01, 2014 Kaameruunitti eegama.
Erga waraan kaabaa Itoophiyaatti waggaan dura egaleen booda lammiileen biyya garaa garaatti argaman jidduutti garaagarummaan yaadaa mudateera. Keessummoonni keenya har'aas kana himu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qHpe8y
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qHpe8y
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Itoophiyaa: Waraana Tigraay hawaasa diyaasporaa US qoode afaan lammiileen