BBC AFAAN OROMOO pinned «💣Unlimited free internet?. ሰላም ጤና ይስጥልን, 📌 የገናን በዓል በማስመልከት ነፃ የኢንተርኔት አገልግሎት ለሁላችሁም አስትያየት መስጫው ላይ #Android ወይንም #IPhone ብቻ በማስገባት comment አድርጉ.»
Today’s special sponsor #withkirubel please join his telegram channel. It’s big opportunity for all Ethiopian peoples.
Jimaata darbe, Finfinnee bakka Kolfee Qaraaniyoo jedhamun beekamutti halkan naannoo sa'aatii 5:00 irratti balaa ibiddaa mana jireenyaa tokko keessatti uumameen abbaa fi daa'imman isaa afur du'uu isaanii maatiin BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ExQZ8B
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ExQZ8B
BBC News Afaan Oromoo
Finfinneetti balaa abiddaa mudateen abbaafi ijoolleen isaa afur lubbuu dhaban
Jimaata darbe, Finfinnee bakka Kolfee Qaraaniyoo jedhamun beekamutti halkan naannoo sa'aatii 5:00 irratti balaa ibiddaa mana jireenyaa tokko keessatti uumameen abbaa fi daa'imman isaa afur du'uu isaanii maatiin BBCtti himan.
Dubartoonniifi dhiironni damee hojii walfakkaatu irratti bobba'aniif biyyoonni mindaa olaanaa dhiiraaf itti kanfalamu hedduudha. Garaagarummaa miindaa kana hambiisuuf qabsoon gaggeeffamu illeen waggoota 25 darban keessaa jijjiramni guddaan akka hin mul'annee qorannoon tokko mul'ise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3z9ELBT
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3z9ELBT
BBC News Afaan Oromoo
Garaagarummaa miindaa dubartootaafi dhiira jidduu maaliif hambisuun dadhabamee?
Dubartoonniifi dhiironni damee hojii walfakkaatu irratti bobba'aniif biyyoonni mindaa olaanaa dhiiraaf itti kanfalamu hedduudha. Garaagarummaa miindaa kana hambiisuuf qabsoon gaggeeffamu illeen waggoota 25 darban keessaa jijjiramni guddaan akka hin mul'annee…
Dr Ruut dhalattee kan guddatte Haroomayaa, Yuunvarsiitii Haroomayaa fuuldura, mandara Baatii jedhamtu keessatti. A.L.I bara 2004 irraa kaaste ganna 6'f Hospitaala Phaawulositiitti ogummaa hakiimaa baratte. Bara faranjootaa 2021 kanatti ogummaa fayyaatiin gumaacha qabduurraa ka'uun 'goota fayyaa bara kanaa' jedhamtee beekamtii argatte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HmOloe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HmOloe
BBC News Afaan Oromoo
Abjuun koo hawaasa otoo hin baratiin na barsiise barsiisuudha’-Dr Ruut Dirribaa
Dr Ruut dhalattee kan guddatte Haroomayaa, Yuunvarsiitii Haroomayaa fuuldura, mandara Baatii jedhamtu keessatti. A.L.I bara 2004 irraa kaaste ganna 6'f Hospitaala Phaawulositiitti ogummaa hakiimaa baratte. Bara faranjootaa 2021 kanatti ogummaa fayyaatiin…
Lixa Oromiyaa godinoota Wallagga Bahaafi Horro Guduruu Wallaggaatti haleellaa torbanoota muraasa darban lammiilee nagaarratti raawwataniin jiraattonni rakkachuu BBC'tti himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eAeovH
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eAeovH
BBC News Afaan Oromoo
Nageenya Oromiyaa: Waan Wallagga Bahaafi Horro Guduruutti adeemaa jiru mootummaan quba qabaa?
Lixa Oromiyaa godinoota Wallagga Bahaafi Horro Guduruu Wallaggaatti haleellaa torbanoota muraasa darban lammiilee nagaarratti raawwataniin jiraattonni rakkachuu BBC'tti himaniiru.
Haata'u malee qondaaltonni US sababa ayyaanaaf jecha lakkoofsi namoota qabamanii guyyaan gabaasamaa waan hin turreef lakkoofsi kun hammaan ol himamee ta'uu mala jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32wCQvu
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32wCQvu
BBC News Afaan Oromoo
Covid: US fi Firaansi erga weerarri Covid eegalee as lakkoofsa namoota qabamanii isa olaanaa galmeessisan
Haata'u malee qondaaltonni US sababa ayyaanaaf jecha lakkoofsi namoota qabamanii guyyaan gabaasamaa waan hin turreef lakkoofsi kun hammaan ol himamee ta'uu mala jedhan.
Ibsi Indooneeshiyaan xiyyaarota Booyingi 737 Max ilaalchisuun baafte kunis kan tarkaanfii walfakaataa Daandiin Qilleensa Itoophiyaa fudhateen guyyoota muraasa booda kan dhagahameedha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ewLMTV
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ewLMTV
BBC News Afaan Oromoo
Booyiingi 737 Max: Indoneshiyaan dhorkaa balaa xiyyaaraa 2018 booda keesse kaafte
Ibsi Indooneeshiyaan xiyyaarota Booyingi 737 Max ilaalchisuun baafte kunis kan tarkaanfii walfakaataa Daandiin Qilleensa Itoophiyaa fudhateen guyyoota muraasa booda kan dhagahameedha.
Ministirri Haajaa Alaa US Antonii Bilinkan rakkoo nageenyaa Itoophiyaa fi goolama siyaasaa Somaaliyaa akkaataa furuun danda'amurratti Pireezidantii Keeniyaa Uhuruu Keeniyaataa waliin mari'atan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FEB9u7
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FEB9u7
BBC News Afaan Oromoo
Antonii Bilinkan fi Uhuruu Keeniyaataa dhimma Itoophiyaa fi Somaaliyaa irratti mari'atan
Ministirri Haajaa Alaa US Antonii Bilinkan rakkoo nageenyaa Itoophiyaa fi goolama siyaasaa Somaaliyaa akkaataa furuun danda'amurratti Pireezidantii Keeniyaa Uhuruu Keeniyaataa waliin mari'atan.
"Amma kunoo dhumarratti maappii gubbaarratti argamna,'' jedhan Filiipp Baalhoowaa, waa'ee magaalaa kibba Naambiyaa qarqara galaanaa oongeen hamaan mudatee Lüdaritiiz ilaalchisuun. Magaalaan qarqara galaanaa tunis duraan daldala almaaziifi qurxummiitiin galii olaanaa argataa kan turet yoo ta'u, amma garuu hojii dhabdummaafi duluma buu'uuraalee misoomaatiin kan ka'ee rakkoo keessatti argamti.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mFG9am
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mFG9am
BBC News Afaan Oromoo
Naamibiyaa - Biyya Afriikaa omisha anniisaa haayidiroojiiniin beekamuuf hojjattu
"Amma kunoo dhumarratti maappii gubbaarratti argamna,'' jedhan Filiipp Baalhoowaa, waa'ee magaalaa kibba Naambiyaa qarqara galaanaa oongeen hamaan mudatee Lüdaritiiz ilaalchisuun. Magaalaan qarqara galaanaa tunis duraan daldala almaaziifi qurxummiitiin galii…
Aanga'oonni mootummaa lama ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuu torban sadii dura raawwateef ajajni kan kenname hooggantoota mootummaa naannoo Oromiyaa keessa jiraniin ta'uu akeekan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JpE0JI
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JpE0JI
BBC News Afaan Oromoo
Aanga'oonni mootummaa ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuurratti 'wal saaxilan'
Aanga'oonni mootummaa lama ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuu torban sadii dura raawwateef ajajni kan kenname hooggantoota mootummaa naannoo Oromiyaa keessa jiraniin ta'uu akeekan.
Gumiin luboota bataskaana kaatooliikii Itoophiyaa deeggarsa namoota waraana Kaaba Itoophiyaattii miidhamaniif kan oolu doolaara miiliyoona lama akka walitti qabuuf jiran beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sMBAiJ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sMBAiJ
BBC News Afaan Oromoo
Luboonni Kaatolikii Itoophiyaa lammiilee waraanaan miidhamaniif miiliyoona $2 walitti qabuuf
Gumiin luboota bataskaana kaatooliikii Itoophiyaa deeggarsa namoota waraana Kaaba Itoophiyaattii miidhamaniif kan oolu doolaara miiliyoona lama akka walitti qabuuf jiran beeksiise.
Tibbana isin ykn namoonni dhiyeenyatti beektan hedduun ''qufaa hamaan'' qabamuudhaan waan ho'aa dhugamu wayita dhugan arginneerra ta'uu mala. Garuu dhukkubi kuni eenyutti jabaata, akkamiin of wal'aanuun danda'ama?
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3za6pyG
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3za6pyG
BBC News Afaan Oromoo
'Qufaan cimaa tibbanaa' Itoophiyaatti hammaate maali, akkamiin ofirraa ittisu?
Tibbana isin ykn namoonni dhiyeenyatti beektan hedduun ''qufaa hamaan'' qabamuudhaan waan ho'aa dhugamu wayita dhugan arginneerra ta'uu mala. Garuu dhukkubi kuni eenyutti jabaata, akkamiin of wal'aanuun danda'ama?
Siidaan Kiristiyaanoo Ronaaldoo bulchiinsa Gowaa Hindii argamtuufi kana dura kolonii Porchugaal turte keessatti ifa ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zbvBoB
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3zbvBoB
BBC News Afaan Oromoo
Siidaa Kiristiyaanoo Ronaaldoo yaada ummata Hindii lamatti qoode
Siidaan Kiristiyaanoo Ronaaldoo bulchiinsa Gowaa Hindii argamtuufi kana dura kolonii Porchugaal turte keessatti ifa ta'eera.
Tarii yeroo qophiin addaa ykn ayyaanni gahutti nyaata gaarii tolchuun maatiif dhiyeessuu barbaaddu ta'a. Kun ammaan booda roobootiin hojjatamuu akka danda'amu barameera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34cPBMp
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/34cPBMp
BBC News Afaan Oromoo
Roobootiin nyaata mi'aawaa akka fedha keessaniitti qopheessu hojii eegaluu dhaggeessanii?
Tarii yeroo qophiin addaa ykn ayyaanni gahutti nyaata gaarii tolchuun maatiif dhiyeessuu barbaaddu ta'a. Kun ammaan booda roobootiin hojjatamuu akka danda'amu barameera.
Bara kana hongeen Boorana keessatti dheeratee rakkoo uumuu hordofee gargaarsi qaamolee addaa addaa taasifaamaa turullee uummanni ammallee rakkoon itti cimaa jiraachuu himatu.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Hkx3rE
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Hkx3rE
BBC News Afaan Oromoo
Gargaarsa hongee Booranaafi ummanni waan keessatti argamu
Bara kana hongeen Boorana keessatti dheeratee rakkoo uumuu hordofee gargaarsi qaamolee addaa addaa taasifaamaa turullee uummanni ammallee rakkoon itti cimaa jiraachuu himatu.
Bulchiinsi Magaalaa Dabra Maarqoos qophiileen akka cidhaa, taskaraafi kaan akka hin gaggeefamne dhorkamu kantiibaan magaalichaa BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKqkiR
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKqkiR
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Dabra Maarqoositti qophiiwwan akka cidhaa, taskaaraafi kaan dhorkaman
Bulchiinsi Magaalaa Dabra Maarqoos qophiileen akka cidhaa, taskaraafi kaan akka hin gaggeefamne dhorkamu kantiibaan magaalichaa BBCtti himan.
Pirezidaantiiwwan Ameerikaa fi Raashiyaa mudama biyyoota lamaan jidduutti dhimma Yukreeniin walqabatee umamee xiqqeessuuf irra deebiin mari'achuuf.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pCwqUe
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pCwqUe
BBC News Afaan Oromoo
Baayidan fi Putiin muddama Yukreen irratti 'furmaata karaa dippiloamaasii' barbaaduuf
Pirezidaantiiwwan Ameerikaa fi Raashiyaa muddama biyyoota lamaan jidduutti dhimma Yukreeniin walqabatee umamee xiqqeessuuf irra deebiin mari'achuuf.
Itoophiyaa keessatti dhimmoota biyyaalessaa fi tokkummaa biyyaalessummaarratti mariin qixa sirrii ta'een akka gaggeeffamuuf qaamni walaba ta'e akka qindeessu hojjetamaa ture. Komishiniin marii biyyaalessaa qindeessuu fi haala mijeessu kan haaraa hundaa'e kun dhimmoota biyyaalessaa waggootaaf osoo irratti walii hin galamin jiran isaan ijoo ta'an irratti mariin hundagaleessaa fi hunda hirmaachise akka gaggeeffamuuf kan haala mijeessudha.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HjyQNC
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HjyQNC
BBC News Afaan Oromoo
Waa'ee komishinii qindeessituu marii biyyaalessaa qabxiiwwan ijoo beekuu qabdan
Itoophiyaa keessatti dhimmoota biyyaalessaa fi tokkummaa biyyaalessummaarratti mariin qixa sirrii ta'een akka gaggeeffamuuf qaamni walaba ta'e akka qindeessu hojjetamaa ture. Komishiniin marii biyyaalessaa qindeessuu fi haala mijeessu kan haaraa hundaa'e…
Kibba Chaayinaatti poolisiin namoota baleessaa raawwataniiru jechuun shakkee afur, balleessaan saanii itti himamaa ummata keessaa akka deeman wayita taasifaman suuraan mul'isu baherra.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKKCZv
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mKKCZv
BBC News Afaan Oromoo
Chaayinaan 'yakkamtoota' qaaneessuuf adabbii ummata fuulduratti raawwattu eegalte
Kibba Chaayinaatti poolisiin namoota baleessaa raawwataniiru jechuun shakkee afur, balleessaan saanii itti himamaa ummata keessaa akka deeman wayita taasifaman suuraan mul'isu baherra.