BBC AFAAN OROMOO
127K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.7K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Magaalaan Godina Walloo Kaabaa taatee Waldiyaa yeroo TPLF jalaa galtee baatii Hagaya kaasee kaasee deeggarsa omaa akka hin arganne jiraattoonni BBC'tti himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pxGk9R
Imaamni masjiida kutaa biyyaa kaaba biyyattii magaalaa Beauvais dubbii jibbiinsaa fi jeequmsa kakaasu dubbatan jechuun Firaansi masjiida cufte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JnZwyD
Leenjisaan Leester Siitii, Bireendaan Roojers kilaba duraan leenjisaa turan Liiverpuuliin morkatu. Liiverpuul waancaa bara kanaaf morkachuuf tapha kana mo'achuun dirqama itti taha. Maan Siitiin qabxii jahaan Liiverpuuliin caaleera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ex2yT6
Forwarded from 🦊 Qebero Fx 📈
💣Unlimited free internet?.

ሰላም ጤና ይስጥልን,

📌 የገናን በዓል በማስመልከት ነፃ የኢንተርኔት አገልግሎት ለሁላችሁም

አስትያየት መስጫው ላይ #Android ወይንም #IPhone ብቻ በማስገባት comment አድርጉ.
BBC AFAAN OROMOO pinned «💣Unlimited free internet?. ሰላም ጤና ይስጥልን, 📌 የገናን በዓል በማስመልከት ነፃ የኢንተርኔት አገልግሎት ለሁላችሁም አስትያየት መስጫው ላይ #Android ወይንም #IPhone ብቻ በማስገባት comment አድርጉ.»
BBC AFAAN OROMOO pinned Deleted message
Today’s special sponsor #withkirubel please join his telegram channel. It’s big opportunity for all Ethiopian peoples.
Jimaata darbe, Finfinnee bakka Kolfee Qaraaniyoo jedhamun beekamutti halkan naannoo sa'aatii 5:00 irratti balaa ibiddaa mana jireenyaa tokko keessatti uumameen abbaa fi daa'imman isaa afur du'uu isaanii maatiin BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ExQZ8B
Dubartoonniifi dhiironni damee hojii walfakkaatu irratti bobba'aniif biyyoonni mindaa olaanaa dhiiraaf itti kanfalamu hedduudha. Garaagarummaa miindaa kana hambiisuuf qabsoon gaggeeffamu illeen waggoota 25 darban keessaa jijjiramni guddaan akka hin mul'annee qorannoon tokko mul'ise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3z9ELBT
Dr Ruut dhalattee kan guddatte Haroomayaa, Yuunvarsiitii Haroomayaa fuuldura, mandara Baatii jedhamtu keessatti. A.L.I bara 2004 irraa kaaste ganna 6'f Hospitaala Phaawulositiitti ogummaa hakiimaa baratte. Bara faranjootaa 2021 kanatti ogummaa fayyaatiin gumaacha qabduurraa ka'uun 'goota fayyaa bara kanaa' jedhamtee beekamtii argatte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3HmOloe
Ibsi Indooneeshiyaan xiyyaarota Booyingi 737 Max ilaalchisuun baafte kunis kan tarkaanfii walfakaataa Daandiin Qilleensa Itoophiyaa fudhateen guyyoota muraasa booda kan dhagahameedha.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ewLMTV
Ministirri Haajaa Alaa US Antonii Bilinkan rakkoo nageenyaa Itoophiyaa fi goolama siyaasaa Somaaliyaa akkaataa furuun danda'amurratti Pireezidantii Keeniyaa Uhuruu Keeniyaataa waliin mari'atan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FEB9u7
"Amma kunoo dhumarratti maappii gubbaarratti argamna,'' jedhan Filiipp Baalhoowaa, waa'ee magaalaa kibba Naambiyaa qarqara galaanaa oongeen hamaan mudatee Lüdaritiiz ilaalchisuun. Magaalaan qarqara galaanaa tunis duraan daldala almaaziifi qurxummiitiin galii olaanaa argataa kan turet yoo ta'u, amma garuu hojii dhabdummaafi duluma buu'uuraalee misoomaatiin kan ka'ee rakkoo keessatti argamti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mFG9am
Aanga'oonni mootummaa lama ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuu torban sadii dura raawwateef ajajni kan kenname hooggantoota mootummaa naannoo Oromiyaa keessa jiraniin ta'uu akeekan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JpE0JI
Gumiin luboota bataskaana kaatooliikii Itoophiyaa deeggarsa namoota waraana Kaaba Itoophiyaattii miidhamaniif kan oolu doolaara miiliyoona lama akka walitti qabuuf jiran beeksiise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sMBAiJ