BBC AFAAN OROMOO
127K subscribers
1.77K photos
1 video
1 file
22.7K links
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Download Telegram
Sarah Weddington bara 1973 ture, ulfa baasuun seera qabeessa ta'uu akka qabu mana murtii waliigalaa US'tti falmitee kan mo'atte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Fw1wSZ
Lammiileen biyya alaa Afrikaa Kibbaa jiraatan gaaxessaa suuraa Shiiraaz Mohaammaditti akkamiin haleellaa fi yakka nama biyya biraatii dhufan ta'uu isaaniin irra gahu himaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32nnCsO
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad diyaaspooraan Itoophiyaa ''dippiloomatii gaheeyyii ta'uun biyya isaanii kabachiisaniiru'' jedhaanii kanneen duula 'Great Ethiopian Home Coming' biyyattii dhufaa jiran waan hojjechuu qaban dhaaman.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FySmFl
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa gosa xiyyaaraa Booyiing waggaa lama dura dhiyeenya magaalaa Bishooftuutti kufee lubbuu hedduu gaaga'e, B-737-Max, Guraadhala dhufu balalii akka itti fufu beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FxBNtw
Pirezidaantiin Somaaliyaa Mohaammad Abdullaahii Mohaammad kan Farmaajoo jedhamuun beekaman Ministira Muummee biyyattii Mohaammad Huseen Rooblee aangoorraa dhorkuusaanii beeksisan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3exkeO8
Waamicha fi simannaa Itoophiyaan lammiileeshee fi jaalattoota Itoophiyaa biyyoota alaa jiraatan gara biyyaatti akka dhufaniif taasifte kanaaf naannoon Oromiyaas addatti qophii gochaa akka jiru Komishiniin Turizimii Oromiyaa BBC'tti himeera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32BbCUa
1
Gaazexessituun gurraattiifi Jewish Naadine Bacheloor- Hant hawaasa Itoophiyaa Israa'eel keessa jiraataniin wal arguun dhugaa lammummaa lama qabaachuu hubachuuf gara Israa'elitti imalte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qx8sci
Magaalaan Godina Walloo Kaabaa taatee Waldiyaa yeroo TPLF jalaa galtee baatii Hagaya kaasee kaasee deeggarsa omaa akka hin arganne jiraattoonni BBC'tti himan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pxGk9R
Imaamni masjiida kutaa biyyaa kaaba biyyattii magaalaa Beauvais dubbii jibbiinsaa fi jeequmsa kakaasu dubbatan jechuun Firaansi masjiida cufte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JnZwyD
Leenjisaan Leester Siitii, Bireendaan Roojers kilaba duraan leenjisaa turan Liiverpuuliin morkatu. Liiverpuul waancaa bara kanaaf morkachuuf tapha kana mo'achuun dirqama itti taha. Maan Siitiin qabxii jahaan Liiverpuuliin caaleera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ex2yT6
Forwarded from 🦊 Qebero Fx 📈
💣Unlimited free internet?.

ሰላም ጤና ይስጥልን,

📌 የገናን በዓል በማስመልከት ነፃ የኢንተርኔት አገልግሎት ለሁላችሁም

አስትያየት መስጫው ላይ #Android ወይንም #IPhone ብቻ በማስገባት comment አድርጉ.
BBC AFAAN OROMOO pinned «💣Unlimited free internet?. ሰላም ጤና ይስጥልን, 📌 የገናን በዓል በማስመልከት ነፃ የኢንተርኔት አገልግሎት ለሁላችሁም አስትያየት መስጫው ላይ #Android ወይንም #IPhone ብቻ በማስገባት comment አድርጉ.»
BBC AFAAN OROMOO pinned Deleted message
Today’s special sponsor #withkirubel please join his telegram channel. It’s big opportunity for all Ethiopian peoples.