Afriikaa Kibbaa Keep Taawooniitti Phaaphaasii gurraacha jalqabaa kan turan Dezmoon Tuutuu addunyaa guutuutti nama jaalatamoo turan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Fw9Pyl

BBC News Afaan Oromoo
Seenaa Phaaphaasii gameessa, Dezmoond Tuutuu suuraan
Afriikaa Kibbaa Keep Taawooniitti Phaaphaasii gurraacha jalqabaa kan turan Dezmoon Tuutuu addunyaa guutuutti nama jaalatamoo turan.
Itoophiyaa keessatti qorannoo koronaavaayirasii torban darbe keessa taasifameen namoonni hedduun vaayirasichaan qabamuu ragaaleen Ministeera Fayyaa irraa argaman mul'isan. Qorannoo saamuda namoota 77,083 irratti Wiixata darbee hanga Dilbataatti taasifameen, namoota 22,321 irratti vaayirasichi argamusaa gabaasni guyyuu Ministeerri Fayyaa baasu ni agarsiisa.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3yYn3S1
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3yYn3S1
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti guyyoota torba darban qofaatti namoonni kuma 22 ol Covid-19 qabaman
Itoophiyaa keessatti qorannoo koronaavaayirasii torban darbe keessa taasifameen namoonni hedduun vaayirasichaan qabamuu ragaaleen Ministeera Fayyaa irraa argaman mul'isan. Qorannoo saamuda namoota 77,083 irratti Wiixata darbee hanga Dilbataatti taasifameen…
Sarah Weddington bara 1973 ture, ulfa baasuun seera qabeessa ta'uu akka qabu mana murtii waliigalaa US'tti falmitee kan mo'atte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Fw1wSZ
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3Fw1wSZ
BBC News Afaan Oromoo
Haati seeraa US mirga ulfa baasuuf falmaa turte duute
Sarah Weddington bara 1973 ture, ulfa baasuun seera qabeessa ta'uu akka qabu mana murtii waliigalaa US'tti falmitee kan mo'atte.
Lammiileen biyya alaa Afrikaa Kibbaa jiraatan gaaxessaa suuraa Shiiraaz Mohaammaditti akkamiin haleellaa fi yakka nama biyya biraatii dhufan ta'uu isaaniin irra gahu himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32nnCsO
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32nnCsO
BBC News Afaan Oromoo
Sodaafi jibbinsa Afrikaa Kibbaa: Waan Lammiileen Itoophiyaafi kaan himan
Lammiileen biyya alaa Afrikaa Kibbaa jiraatan gaaxessaa suuraa Shiiraaz Mohaammaditti akkamiin haleellaa fi yakka nama biyya biraatii dhufan ta'uu isaaniin irra gahu himaniiru.
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad diyaaspooraan Itoophiyaa ''dippiloomatii gaheeyyii ta'uun biyya isaanii kabachiisaniiru'' jedhaanii kanneen duula 'Great Ethiopian Home Coming' biyyattii dhufaa jiran waan hojjechuu qaban dhaaman.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FySmFl
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FySmFl
BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy diyaaspooraa Itoophiyaa jajuun yeroo biyya galan waan gochuu qaban dhaaman
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad diyaaspooraan Itoophiyaa ''dippiloomatii gaheeyyii ta'uun biyya isaanii kabachiisaniiru'' jedhaanii kanneen duula 'Great Ethiopian Home Coming' biyyattii dhufaa jiran waan hojjechuu qaban dhaaman.
Fiilmiin kun fiilmii Waraana Kooriyaa fi Chaayinaa irratti qiyyaafate - The Battle of Lake Changjin- jedhu caaluun film bu'a qabeessa bara 2021 ta'e.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sJGxIK
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sJGxIK
BBC News Afaan Oromoo
Fiilmiin Spider-Man 'global box office' irraa doolaara biiliyoona tokko argachuun tokkoffaa ta'e
Fiilmiin kun fiilmii Waraana Kooriyaa fi Chaayinaa irratti qiyyaafate - The Battle of Lake Changjin- jedhu caaluun film bu'a qabeessa bara 2021 ta'e.
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa gosa xiyyaaraa Booyiing waggaa lama dura dhiyeenya magaalaa Bishooftuutti kufee lubbuu hedduu gaaga'e, B-737-Max, Guraadhala dhufu balalii akka itti fufu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FxBNtw
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FxBNtw
BBC News Afaan Oromoo
Daandiin qilleensa Itoophiyaa gosa xiyyaaraa kufee ture, B- 737-MAX balaliitti deebisuufan jedhe
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa gosa xiyyaaraa Booyiing waggaa lama dura dhiyeenya magaalaa Bishooftuutti kufee lubbuu hedduu gaaga'e, B-737-Max, Guraadhala dhufu balalii akka itti fufu beeksise.
Pirezidaantiin Somaaliyaa Mohaammad Abdullaahii Mohaammad kan Farmaajoo jedhamuun beekaman Ministira Muummee biyyattii Mohaammad Huseen Rooblee aangoorraa dhorkuusaanii beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3exkeO8
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3exkeO8
BBC News Afaan Oromoo
Somaaliyaa: Pirezidant Farmaajon aangoorraa dhorkanis Ministirrri Muummee ajaja didan
Pirezidaantiin Somaaliyaa Mohaammad Abdullaahii Mohaammad kan Farmaajoo jedhamuun beekaman Ministira Muummee biyyattii Mohaammad Huseen Rooblee aangoorraa dhorkuusaanii beeksisan.
Gamoon magaalaa Sabataatti jiguun namootni afur lubbuu itti dhaban darbii heyyamameef ol ijaaramaa kan ture ta’uu qondaaltonni himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eqwkIT
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3eqwkIT
BBC News Afaan Oromoo
Gamoon Sabbataatti jigee lubbuu hojjettoota guyyaa afur galaafate 'eeyyamaa ol ijaarame'
Gamoon magaalaa Sabataatti jiguun namootni afur lubbuu itti dhaban darbii heyyamameef ol ijaaramaa kan ture ta’uu qondaaltonni himan.
Akka ajaja taaliibaan kanatti dubartoonni daandii dheeraa deemuuf tajaajila geejibaa argachuu kan danda'an yoo dhiirri isaan eegu waliin jiraate qofaadha jedhame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pxXNPu
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pxXNPu
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Taalibaan eegumsa dhiiraa malee dubartoonni daandii dheeraa akka hin deemne ajaje
Akka ajaja taaliibaan kanatti dubartoonni daandii dheeraa deemuuf tajaajila geejibaa argachuu kan danda'an yoo dhiirri isaan eegu waliin jiraate qofaadha jedhame.
Waamicha fi simannaa Itoophiyaan lammiileeshee fi jaalattoota Itoophiyaa biyyoota alaa jiraatan gara biyyaatti akka dhufaniif taasifte kanaaf naannoon Oromiyaas addatti qophii gochaa akka jiru Komishiniin Turizimii Oromiyaa BBC'tti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32BbCUa
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32BbCUa
BBC News Afaan Oromoo
'Imala gara Biyyaa': Waamichi Itoophiyaan hawaasa diyaaspooraaf taasifte maalirra jira?
Waamicha fi simannaa Itoophiyaan lammiileeshee fi jaalattoota Itoophiyaa biyyoota alaa jiraatan gara biyyaatti akka dhufaniif taasifte kanaaf naannoon Oromiyaas addatti qophii gochaa akka jiru Komishiniin Turizimii Oromiyaa BBC'tti himeera.
❤1
Gaazexessituun gurraattiifi Jewish Naadine Bacheloor- Hant hawaasa Itoophiyaa Israa'eel keessa jiraataniin wal arguun dhugaa lammummaa lama qabaachuu hubachuuf gara Israa'elitti imalte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qx8sci
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qx8sci
BBC News Afaan Oromoo
'Ergan Jeewushoota Itoophiyaa argeen booda gurraattiifi Jewish ta'uu kootti nan boone'
Gaazexessituun gurraattiifi Jewish Naadine Bacheloor- Hant hawaasa Itoophiyaa Israa'eel keessa jiraataniin wal arguun dhugaa lammummaa lama qabaachuu hubachuuf gara Israa'elitti imalte.
Magaalaan Godina Walloo Kaabaa taatee Waldiyaa yeroo TPLF jalaa galtee baatii Hagaya kaasee kaasee deeggarsa omaa akka hin arganne jiraattoonni BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pxGk9R
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pxGk9R
BBC News Afaan Oromoo
Jiraattonni Waldiyaa to'annoo TPLF jala wayita turan waan argan maal himu?
Magaalaan Godina Walloo Kaabaa taatee Waldiyaa yeroo TPLF jalaa galtee baatii Hagaya kaasee kaasee deeggarsa omaa akka hin arganne jiraattoonni BBC'tti himan.
Kaaba biyyatiitti namoota waraanaan buqqaafaman deebisanii dhaabuuf dabalataa birriin biiliyoona shan ramadamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qs3Wff
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qs3Wff
BBC News Afaan Oromoo
Namoota waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuuf birrii biiliyoonni shan ramadame
Kaaba biyyatiitti namoota waraanaan buqqaafaman deebisanii dhaabuuf dabalataa birriin biiliyoona shan ramadamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Manni Murtii sadarkaa duraa Federaalaa ramaddiin addaa lammaffaa Poolisiin irra deebiin Ma'aazaa dhaddachatti akka dhiyeessee falmu ajaje.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ewBRh7
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ewBRh7
BBC News Afaan Oromoo
Poolisiin gaazexeessituu Ma'aazaa Mahaammad dhaddachatti akka dhiyeessu lammata ajajame
Manni Murtii sadarkaa duraa Federaalaa ramaddiin addaa lammaffaa Poolisiin irra deebiin Ma'aazaa dhaddachatti akka dhiyeessee falmu ajaje.
Barreessaafi gaazexeessaan Tasfaayee Gabra'aab torban darbe ALI Jimaata Mudde 15, 2014 du'aan addunyaa kanarraa boqote.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32oVlSH
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32oVlSH
BBC News Afaan Oromoo
Tasfaayee Gabra'aab: Sa’aatiiwwan xumuraa boqochuu isaan dura turan
Barreessaafi gaazexeessaan Tasfaayee Gabra'aab torban darbe ALI Jimaata Mudde 15, 2014 du'aan addunyaa kanarraa boqote.
Imaamni masjiida kutaa biyyaa kaaba biyyattii magaalaa Beauvais dubbii jibbiinsaa fi jeequmsa kakaasu dubbatan jechuun Firaansi masjiida cufte.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JnZwyD
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JnZwyD
BBC News Afaan Oromoo
Firaansi dubbii imaamni dubbateen walqabsiiftee masjiida guddicha cufte
Imaamni masjiida kutaa biyyaa kaaba biyyattii magaalaa Beauvais dubbii jibbiinsaa fi jeequmsa kakaasu dubbatan jechuun Firaansi masjiida cufte.
Leenjisaan Leester Siitii, Bireendaan Roojers kilaba duraan leenjisaa turan Liiverpuuliin morkatu. Liiverpuul waancaa bara kanaaf morkachuuf tapha kana mo'achuun dirqama itti taha. Maan Siitiin qabxii jahaan Liiverpuuliin caaleera.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ex2yT6
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ex2yT6
BBC News Afaan Oromoo
Tapha Piriimer Liigiin har'a Leester Siitii v Liiverpuul, kalee Yuunaayitid qabxii gate
Leenjisaan Leester Siitii, Bireendaan Roojers kilaba duraan leenjisaa turan Liiverpuuliin morkatu. Liiverpuul waancaa bara kanaaf morkachuuf tapha kana mo'achuun dirqama itti taha. Maan Siitiin qabxii jahaan Liiverpuuliin caaleera.
Reeffii mootii kun erga karaa dijiitaalaa akka mul’atu kan taasifame erga qoratame booda.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qsY45j
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qsY45j
BBC News Afaan Oromoo
Reeffi mootii farahoon olkaa’amee ture yeroo jalqabaatiif mul'ifame
Reeffii mootii kun erga karaa dijiitaalaa akka mul’atu kan taasifame erga qoratame booda.
BBC AFAAN OROMOO pinned «💣Unlimited free internet?. ሰላም ጤና ይስጥልን, 📌 የገናን በዓል በማስመልከት ነፃ የኢንተርኔት አገልግሎት ለሁላችሁም አስትያየት መስጫው ላይ #Android ወይንም #IPhone ብቻ በማስገባት comment አድርጉ.»