Biyya Lallaba Arsii(የአርሲ ሀገረ ስብከት)
366 subscribers
1.33K photos
31 videos
7 files
200 links
Download Telegram
WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X

Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==

Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21

Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk

Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII

IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii
Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa Biyya Lallaba Arsiitti Haala Ayyaana Masqalaa(Daamaraa) Bara 2019 B.A Kabajamu Ilaalchisee Mariin Gaggeeffame.

የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
#Fulbaana_08_2019_B_A
#Arsii_Asallaa_Itoophiyaa

Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa Biyya Lallaba Arsiitti Haala Ayyaana Masqalaa(Daamaraa) Bara 2019 B.A Kabajamu ilaalchisee Mariin gaggeeffame.

Ayyaanni Masqalaa fi Daamaraa Ayyaanota Gurguddoo Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa keessa isa ijoo fi namoonni hedduun biyya keessa fi biyyaa alaatii irratti hirmaataniidha. akkuma beekkamu bara baraanuu fulbaana 16 fi 17 guutuu biyyaatti kan kabajamuu fi Magaalaa Asallaattis haala hoo'aa ta'een kan kabajamu yommuu ta'u Maricha irrattis Ergamaa Taabor H/Maariyaam Tasammaa Itti Gaafatamaan Kutaa Yaa'ii Hayyootaa Biyya Lallabichaa, Ergamaa Dhiifamaa Walda Sanbat Itti Gaafatamaan Bulchiinsa Lubootaa Biyya Lallabichaa, Bulchitoonni Kawaalotaa fi Manneen Kiristaanaa, Hayyoonni Mana Kiristaanaa, bakka bu'oonni Barattoota Dilbataa Magaalaa Asallaa fi Tajaajiltoonni hedduun argamaniiru. Maricha irrattis haala miidhagaa fi naamusa qabeessa ta'een Ayyaana Masqalaa bara kanaa kabajuudhaf akkamitti akka danda'amurratti marii bal'aan taasifameera.

Xummura irrattis dabiriiwwanii fi Kawaalonni Magaalicha keessatti argamani yeroo kabajanii akka argamanii fi akkaataa seeraa fi sirna Qulqulleettii Mana Kiristaanaa eeggateen Ayyaanni kuni nagaadhan akka kabajamuuf yaamicha dhiyeessaniiru.

በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን በአርሲ ሀገረ ስብከት የ2019 ዓ.ም የመስቀል (ደመራ) በዓል አከባበርን አስመልክቶ ውይይት ተካሄደ።

በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን አርሲ ሀገረ ስብከት የ2019 ዓ.ም የመስቀል (ደመራ) በዓል አከባበርን አስመልክቶ ሰፊ ውይይት ተካሄደ።
የመስቀል እና የደመራ በዓል በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን ከሚከበሩ ዋና ዋና በዓላት መካከል አንዱ ሲሆን፣ በርካታ ምእመናንም በዓሉን በሀገር ውስጥም ሆነ በውጭ ሀገር በመሳተፍ ያከብራሉ። እንደሚታወቀውም በዓሉ በየዓመቱ መስከረም 16 እና 17 ቀን በመላው ሀገሪቱ የሚከበር ሲሆን፣ በአሰላ ከተማም በደማቅ ሁኔታ ይከበራል።

በውይይቱም መልአከ ታቦር ኃ/ማርያም ተሰማ የሀገረ ስብከቱ የሊቃውንት ጉባኤ ክፍል ኃላፊ፣ መልአከ ምሕረት ወልደ ሰንበት
የሀገረ ስብከቱ የካህናት አስተዳደር ክፍል ኃላፊ፣ የአሰላ ከተማ ገዳማትና የአድባራት አስተዳዳሪዎች፣ የቤተ ክርስቲያን ሊቃውንት፣ የሰንበት ት/ቤት ተወካዮች እንዲሁም በርካታ አገልጋዮች ተሳትፈዋል።

በውይይቱም የ2019 ዓ.ም የመስቀል በዓልን በሚያምርና ሥነ-ሥርዓት በተሞላ መልኩ በሰላም እንዴት ማክበር እንደሚቻል ሰፊ ውይይት ተደርጓል። በመጨረሻም በከተማዋ የሚገኙ ገዳማትና የአድባራት እንድሁም ሁሉም ምዕመናን በበዓሉ አከባበር ላይ ተገኝተው እንዲሳተፉ፣ እንዲሁም የቅድስት ቤተ ክርስቲያንን ሕግና ሥርዓት በጠበቀ መልኩ በዓሉ በሰላም እንዲከበር ጥሪ አቅርቧል።

© Arsi Diocese Public Relations Department
© Biyya Lallaba Arsiitti Kutaa Sab-Qunnamtii
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ህዝብ ግንኙነት ክፍል

© የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii ...✍️

👉 Liinkii Gadii Kana Hordofuudhan Gara Chaanaaliiwwan Miidiyaa Keenyatti Dabalamaa
👉 ከታች ያሉትን ሊንክ በመጫን ወደ ቻናሎቻችን ተቀላቀሉ

👉 FACEBOOK👇👇👇👇👇ፌስቡክ
https://www.facebook.com/share/1bp49TDKhZ/

👉 TIKTOK👇👇👇👇👇ቲክቶት
tiktok.com/@miidiyaa.ku.la.arsii

WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X

Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==

Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21

Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk

Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII

IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii

.