የመልአኩ የቅዱስ ሩፋኤል ዓመታዊ የንግሥ ክብረ በዓል በአርሲ ሀገረ ስብከት በአሰላ አ/ም ቅዱስ ሩፋኤል ወዑራኤል ቤተ ክርሰቲያን በታላቅ ድምቀት እየተከበረ ይገኛል።
የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
#ጳጉሜ_03_2018_ዓ_ም
#አርሲ_አሰላ_ኢትዮጵያ
የመልአኩ የቅዱስ ሩፋኤል ዓመታዊ የንግሥ በዓል በአርሲ ሀገረ ስብከት በአሰላ አ/ም ቅዱስ ሩፋኤል ወዑራኤል ቤተ ክርሰቲያን በታላቅ ድምቀት እየተከበረ ይገኛል። ከሰባቱ ሊቃነ መላእክት መካከል አንዱ የሆነው የሊቀ መላእክት የቅዱስ ሩፋኤል ዓመታዊ ክብረ በዓል በየዓመቱ ጳጉሜን ፫ ቀን በመላው አብያተ ክርስቲያናት በታላቅ መንፈሳዊ ሥነ ሥርዓትና በደመቀ ሁኔታ ይከበራል።
ይህ ዕለት ሊቀ መልአኩ የተሾመበትና የከበረበት በዓለ ሢመቱ በመሆኑ እንዲሁም በስሙ የተሠራው ቤተ ክርስቲያን የተቀደሰበት ቅዳሴ ቤቱ በዓል ፤ የሀገረ ስብከታችን የክፍሉ ኃላፊዎች፣ የገዳማትና አድባራት አስተዳዳሪዎች፣ ሊቃውንተ ቤተክርስቲያን፣ የሰንበት ት/ቤት ወጣቶች፣ በርካታና ሰፊ ኦርቶዶክሳውያን ምዕመናን በተገኘበት እየተከበረ ይገኛል።
የመልአኩ ቅዱስ ሩፋኤል ጸሎትና ጥበቃ አይለየን ።
Ayyaanni Nigsii/Moosisaa Hangafa Ergamootaa Ergamaa Qulqulluu Rufaa'eel Biyya Lallaba Arsii Mana Kiristaanaa Boqonnaa Dhiifamaa Qulqulluu Rufaa'eelii fi Qulqulluu Uraa'eel Asallaatti haala Afuurawaa fi hoo'aa ta'een kabajamaa jira.
Ayyaanni Nigsii/Moosisaa Hangafa Ergamootaa Ergamaa Qulqulluu Rufaa'eel Biyya Lallaba Arsii Mana Kiristaanaa Boqonnaa Dhiifamaa Qulqulluu Rufaa'eelii fi Qulqulluu Uraa'eel Asallaatti haala Afuurawaa fi hoo'aa ta'een kabajamaa jira. Hangafoota Ergamootaa torban keessaa tokko kan ta'e Hangafni Ergamootaa Ergamaa Qulqulluu Rufaa'eel waggaa waggaadhan Manneen Kiristaanaa Qulqulluu Rufaa'eel hundumatti haala hoo'aadhaan kan kabajamuudha.
Guyyaan kuni Guyyaa Ergamichi itti muudamee fi kabajame, Itti Gaafatamtoonni Waajjira Biyya Lallaba Arsii Kutaalee adda addaa, Hojii Gaggeessaan Mana Lubumaa Teessoo Phaaphaasii Magaalaa Asallaa, Bulchitoonni Kawaalotaa fi Tulluuwwanii(Manneen Kiristaanaa) Hayyoonni Mana Kiristaanaa, Lallabdoonni Wangeelaa, Faarfattoonni, Barattoonni Dilbataa fi Uummanni Amantoonni bal'aan bakka argamanitti haala Afuurawaa hoo'aa ta'een kamajameera.
© Arsi Diocese Public Relations Department
© Biyya Lallaba Arsiitti Kutaa Sab-Qunnamtii
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ህዝብ ግንኙነት ክፍል ኃላፊ
👉 Liinkii Gadii Kana Hordofuudhan Gara Chaanaaliiwwan Miidiyaa Keenyatti Dabalamaa
👉 ከታች ያሉትን ሊንክ በመጫን ወደ ቻናሎቻችን ተቀላቀሉ
👉 FACEBOOK👇👇👇👇👇ፌስቡክ
https://www.facebook.com/share/1bp49TDKhZ/
👉 TIKTOK👇👇👇👇👇ቲክቶት
tiktok.com/@miidiyaa.ku.la.arsii
WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X
Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==
Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21
Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk
Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII
IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii

በአርሲ ሀገረ ስብከት ብፁዕ አባታችን አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ሶማሌ ክልል ጅግጅጋ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በተገኙበት የአርሲ ሀገረ ስብከት ሰራተኞች የየክፍል አላፊዎችና ልዩ ልዩ ሰራተኞች ጳጉሜ 04/2018 ዓ.ም አጠቃላይ የ2018ዓ.ም ጉባኤ አካሄዱ።
የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
#ጳጉሜ_4_2018_ዓ_ም
#አርሲ_አሰላ_ኢትዮጵያ
በአርሲ ሀገረ ስብከት ብፁዕ አባታችን አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ሶማሌ ክልል ጅግጅጋ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በተገኙበት የአርሲ ሀገረ ስብከት ሰራተኞች የየክፍል አላፊዎችና ልዩ ልዩ ሰራተኞች ጳጉሜ 04/2018 ዓ.ም አጠቃላይ ጉባኤ አካሄዱ።
በዚህ የ2018 አጠቃላይ ስብሰባ/ጉባኤ/ ላይም የ2018 ዓ.ም ሪፖርት ቀርቦ ያለፈው ዓመት የስራ ህደትን በመገምገም የ2019 ዓ.ም ዕቅድም ተገልፀው ሰፊ ሐሳብ ተሰጥቶበታል፣ በዚሁም በ2018 ዓ.ም በስራ ህደት ላይ የነበሩትን ችግሮችና ጉድለቶችን በመመልከት ወደ ፊት ክፍተቶችን በማረምና በማስተካከል በሚመጣው ዓመት ሁሉንም በማጠናከር ማስቀጠል እንዳለበት ተገልጸዋል።
የአርሲ ሀገረ ስብከት ዋና ስራ አስኪያጅ በኩረ ትጉሃን በለጠ ኃ/ማርያም የ2018 የስራ ህደትንና የ2019 ዓ.ም ዕቅድንን ለጉባኤው በማቅረብ በብፁዕነታቸው መልካም ፍቃድ ሰፊ ሐሳቦች ተሰጥቶበት የ2019 ዓ.ም ዕቅድ አፅድቋል።
ብፁዕነታቸው ለሚያደርጉት እንቅስቃሴ የሀገረ ስብከቱ የየክፍል ኃላፊዎች ሚስጋናቸውን አቅርበዋል።
በመጨረሻም ብፁዕነታቸው የተለያዩ ሰፊ ሐሰቦችን በማንሳት ካለፉት ዓመታት መስተካከል ያለባቸው ነገሮች በማስተካከል በ2019 እንደ አርሲ ሀገረ ስብከት መምጣት ያለበት ለውጥን ማምጣት አለብን፣ በመንፈሳዊ አገልግሎትም ሆነ የልማት ሥራዎች በሰፊ ሊሰሩ ይገባል ብለዋል። በሀገረ ስብከታችን ሊሰሩ የታቀዱ ሰፊ የልማት ስራዎች መኖራቸውንም በመጥቀስ የታቀዱ የልማት ስራዎችን ለማከናወን ደግሞ የሀገረ ስብከታችን የየክፍል ኃላፊዎች ልዩ ልዩ ሰራተኞች በፍቅር፣ በአንድነትና በመናበብ ልንሰራ ይገባል ብለዋል። ብፁዕነታቸው የስራ መመሪያና አቅጣጫ በመስጠት ጉባኤው በብፁዕነታቸው ጸሎትና ቡራኬ ተጠናቋል።
የብፁዕነታቸው ጸሎትና ቡራኬ አይለየን!
Biyya Lallaba Arsiitti Bakka Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Somaalee Jigjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii argamaniti Hojjattoonni Waajjirichaa Itti Gaafatamtoonni Kutaalee Adda addaa fi Hojjattoonni garaa garaa Waajjirichaa Waltajjii/Yaa'ii/ Walii Galaa Bara 2018 gaggeessan.
Biyya Lallaba Arsiitti Bakka Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Somaalee Jigjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii argamaniti Hojjattoonni Waajjirichaa Itti Gaafatamtoonni Kutaalee Adda addaa fi Hojjattoonni garaa garaa Waajjirichaa Waltajjii/Yaa'ii/ Walii Galaa Bara 2018 gaggeessan. Waltajjicha irrattis Gabaasni Bara 2018 dhiyaatee, adeemsa hojii bara darbee ilaaludhaan Karoorri bara 2019s erga ibsamee booda yaadni bal'aan irratti kannameera. Kanaanis bara 2018 keessa hanqinoota jiran fooyyessuudhan ciminoota jiran immoo caalatti bara haaraa dhufutti itti fufsiisuu akka qaban ibsameera.
Hojii Gaggeessan Waajjira Biyya Lallaba Arsii Hangafa Jabootaa Luba Ballaxaa H/Maariyaam Adeemsa hojii bara 2018 bal'inaan kaasudhaan eeyyama gaarummaa Eebbifamummaa isaanitiin yaadni bal'aan irratti kannameera. Karoorri Bara 2019tis Raggaasifameera.
Tajaajilaa fi Sochiiwwan Eebbifamummaan isaanii taasisaniifis Itti Gaafatamtoonni Kutaalee garaa garaa Waajjirichaa Galata Guddaa dhiyeessaniiru.
Xummura irrattis Eebbifamummaan isaanii yaadota hedduu kaasudhaan adeemsawwan kanaan dura darbanirratti wantoota sirreeffamuu qaban hedduu erga ibsanii booda ciminoota jiran qabannee hanqinoota darbee darbee akka Waajjiraatti mul'atan immoo sirreessinee Bara 2019 akka Biyya Lallaba Arsiitti Jijjiirrama guddaa fiduudhaf ni hojjanna, Tajaajila Afuuraa irrattis ta'ee Hojiilee Misoomaa jajjaboo qabanne hunda yeroo fi akkaataa yaadameen ni adeemsisna, kanaaf immoo hojjattoonni Waajjira Biyya Lallaba Arsii hundi Tokkummaa fi wal hubachuudhan jijjiirramoota dhufaa jiran lafa qabsiisuu qabna jechuudhan Kallatti hojii fi Jacha Abbummaa isaanii kennanii Karoora Bara 2019s raggaasisaniiru.
Eebbi fi Kadhannaan Eebbifamummaa isaanii nurraa adda hin bahin!
© Arsi Diocese Public Relations Department
© Biyya Lallaba Arsiitti Kutaa Sab-Qunnamtii
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ህዝብ ግንኙነት ክፍል
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii ...✍️

❤2
Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk
Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII
IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk
Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII
IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii
Telegram
Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii[የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚዲያ]
Biyya Lallabaa ARSII invites you to join this group on Telegram.