#ODUU_GAARII
Naannoo Jigjigaa Mana Kiristaanaa Fayyisaa Addunyaa Maqqaanyoo hojjatamee turarratti rakkoon uumamee Manni Kiristaanichaas diigamee Rakkoo Nageenyaa uumamee tures Mariidhan Furmaata argate.
የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
#Hagayya_27_2018_B_A
Naannoo Jigjigaa Mana Kiristaanaa Fayyisaa Addunyaa Maqqaanyoo hojjatamee turarratti rakkoon uumamee Manni Kiristaanichaas diigamee Rakkoo Nageenyaa uumamee tures Mariidhan Furmaata argate. Biyya Lallaba Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa Keellaa Hararitti Manni Kiristaanaa Fayyisaa Addunyaa ijaarramee rakkoon nageenyaa uumamuudhan qaamolee ijaarramaniin diigamuun ni yaadatama.
Eebbifamoo Abbaan Keenya Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Somaalee Jigjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii Rakkoo uumamee ture kanas Qaamolee Mootummaa sadarkaa sadarkaadhan hamma Naannootti jiran waliin Marii bal'aa gochuudhan furmaanni akka argamu taasisaniiru.
Qabxeelee Jajjaboon Mariidhan Walii galteerragahamanis
⏩ Dhimma kana waliin wal qabatee Tajaajiltoonni 6 hidhamanii kan turan yommuu ta'u Mana Hidhaatii hiikamaniiru.
⏩ Gaafii iddoo Mana Kiristaanaatiin wal qabatee Marii Qaamolee Mootummaa Naannichaa waliin taasisuudhan adeemsa hojii seera qabeessaa eeggatee akka raawwatamu walii galteerragahameera.
Eebbifamummaan isaanii walitti dhufeenya gaarii Mootummaa Naannichaa waliin qabaniin qabxiilee barbaachisan hunda tartiiban kaasudhaan walii galteerra gahameef Galata galateeffataniiru. Boodarrattis qaamolee rakkooleen kun akka karaa nagaatin hiikkatananiif qaamolee deeggarsa barbaachisaa taasisaa turan, qaamolee Mootummaa, Tajaajiltoota fi Uummata hundumaa Maqaa Qulqulleettii Mana Kiristaanatiin galateeffatanii Adeemsa seeraa eegudhaan wanti hundumtuu kan raawwatamu ta'uu kaasaniiru.
Eebbi fi Kadhannaan Eebbifamummaa isaanii nurraa adda hin bahin.
በጅግጅጋ ከተማ እየተሠራ የነበረው መቃኞ ቤተ ክርስቲያን ላይ አጋጥሞ የነበረው ችግር በውይይት መፍትሔ አገኘ።

#ነሐሴ_27_2018_ዓ_ም
በሶማሌ ክልል ጅግጅጋ ከተማ በሐረር ኬላ አካባቢ እየተሠራ የነበረው መቃኞ ቤተ ክርስቲያን ምክንያት ተከሰቶ የነበረው አለመግባባት በውይይት ሰላማዊ መፍትሔ አጊንቷል፤
ስምምነቱ የተደረሰው ብፁዕ አቡነ ኤልሳዕ የሶማሌ ክልል ጅግጅጋና የአርሲ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስና የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በሶማሌ ክልላዊ መንግስት ጽ/ቤት በመገኘት ከክልሉ ከፍተኛ የመንግሥት አመራሮች ጋር ባካሄዱት ውጤታማ ውይይት ነው።
በውይይቱ የተደረሱ ዋና ዋና ስምምነቶች፦
• ከጉዳዩ ጋር ተያይዞ ታስረው የነበሩ 6 የቤተ ክርስቲያን ልጆች እና የሥራ መሪዎች ከእስር ተፈትተዋል።
• የቦታ ጥያቄውን በተመለከተ ከክልሉ መንግሥት ጋር በተደረገው ስምምነት መሠረት ሕጋዊ አሠራርን ተከትሎ እንዲፈጸም ውሳኔ ላይ ተደርሷል።
ብፁዕነታቸው ከክልሉ መንግሥት ጋር ባለው መልካም ግንኙነት፣ ጥያቄዎችን በቅደም ተከተል በማቅረብና በጋራ በመሥራት ለተደረገው መልካም ትብብር ምስጋና አቅርበዋል።
በመጨረጨረሻም ችግሩ በሰላም እንዲፈታ አስተዋጽኦ ላደረጉት መልአከ ሕይወት ቆሞስ አባ ወልደ ኢየሱስ የኢ/ኦ/ተ/ቤ/ክ ጠቅላይ ቤተ ክህነት የሰዋስወ ብርሃን ቅዱስ ጳውሎስ መንፈሳዊ ኮሌጅ የእቅድና ልማት ክፍል ኃላፊ፣ ለክልሉ የመንግሥት አካላት እና ለምዕመናን በሙሉ በቅድስት ቤተ ክርስቲያን ስም ምስጋና አቅርበዋል።
የብፁዕነታቸው ጸሎትና ቡራኬ አይለየን🙏
© Arsi Diocese Public Relations Department
© Biyya Lallaba Arsiitti Kutaa Sab-Qunnamtii
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ህዝብ ግንኙነት ክፍል
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii ...✍️
👉 Liinkii Gadii Kana Hordofuudhan Gara Chaanaaliiwwan Miidiyaa Keenyatti Dabalamaa
👉 ከታች ያሉትን ሊንክ በመጫን ወደ ቻናሎቻችን ተቀላቀሉ
👉 FACEBOOK👇👇👇👇👇ፌስቡክ
https://www.facebook.com/share/1bp49TDKhZ/
👉 TIKTOK👇👇👇👇👇ቲክቶት
tiktok.com/@miidiyaa.ku.la.arsii
WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X
Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==
Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21
Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk
Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII
IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii

በብፁዕ አባታችን አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ኢትዮ ሶማሌ ክልል ጅግጅጋ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስና የቅዱስ ሲኖዶስ አባል፣ በብፁዕነታቸው መመሪያ ሰጪነትና ሐሳብ አመንጪነት በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርሰቲያን በአርሲ ሀገረ ስብከት ጽሕፈት ቤት እየተሰሩ ያሉ የሊማት ስራዎች፣ የተለያዩ ቤቶች/ሼዶችና ዕድሳት ላይ የሚገኘውን ቤቶች ጎበኙ።
የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
#ነሐሴ_29_2018_ዓ_ም
#አርሲ_አሰላ_ኢትዮጵያ
በብፁዕ አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ኢትዮ ሶማሌ ክልል ጅግጅጋ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስና የቅዱስ ሲኖዶስ አባል፣ በብፁዕነታቸው መመሪያ ሰጪነትና ሐሳብ አመንጪነት በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርሰቲያን በአርሲ ሀገረ ስብከት ጽሕፈት ቤት እየተሰሩ ያሉ የሊማት ስራዎች፣ የተለያዩ ቤቶች/ሼዶችና ዕድሳት ላይ የሚገኘውን ቤቶች ጎበኙ። በዝህ ጉብኝትም የቀድሞ በአርሲ ሀገረ ስብከት ጽሕፈት ቤት የነበረውና ለተለያዩ ቢሮዎች አገልግሎት ስሰጥ የነበሩ ቤቶች በሙሉ ዕድሳት ተደርጎላቸው ለተለያዩ አገልግሎቶች እንድውሉ፣ ተብሏል።
ብፁዕነታቸው ለሱቆች ለተለያዩ ስራዎች በጽሕፈት ቤቱ ስከራዩ የነበሩ ቤቶች ታድሰው በተጨማሪም እየተሰሩ ያሉ ቤቶችም ያሉ ስሆን ስራቸው በአገባብና በጥሩ ሁኔታ እንድሰሩና በተያዘላቸው ግዜ ውስጥ ተጠናቆ ለተለያዩ ስራዎች/አገልግሎቶች እንድውሉ አሳስበዋል።
እነኚ ሁሉ ስራዎችን የብፁዕነታቸውን የስራ መመርያን በመቀበል በበላይነት እየተከታተሉና እያሰሩ ያሉት የአርሲ ሀገረ ስብከት ዋና ስራ አስኪያጅ በኩረ ትጉሃን በለጠ ኃ/ማርያም ስሆኑ እነኚ ሁሉ አዳድስ እየተሰሩና ዕድሳት ላይ ያሉ ቤቶች በብፁዕነታቸው መመርያ መሰረት በተያዘላቸው ግዜ ውስጥ በአግባቡ ተሰርቶ ተጠናቆ ለአገልግሎት ክፍት እንሆኑ ገልጸዋል።
የብፁዕነታቸው ጸሎትና ቡራኬ አይለየን
Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Somaalee Jigjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii Kallattii kennuu fi Yaada Maddisiisuu Eebbifamummaa isaanitiin Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa Waajjira Biyya Lallaba Arsii Manneen Haarawaa, Suuqiwwaanii/Sheediwwanii fi Manneen Haaromsa irra jiran Daawwatan.
Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Somaalee Jigjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii Kallattii kennuu fi Yaada Maddisiisuu Eebbifamummaa isaanitiin Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa Waajjira Biyya Lallaba Arsii Manneen Haarawaa, Suuqiwwaanii/Sheediwwanii fi Manneen Haaromsa irra jiran kan daawwatan yommuu ta'u Eebbifamummaan isaanii daawwannaa isaanii kanaanis Manneen Biiroowwan adda addaa Waajjichaa duraanii haaromsa irra jiran hunda bifa sadarkaa isaa eeggateen haaromsi akka taasifamuufi fi tajaajiloota birootif akka oolaniif, akkasumas suuqiwwanii fi tajaajiloota adda addaatif kereeffamanii kan turan fi haaroftis ijaarramaa kan jiran yommuu ta'e kanneen haaromsi godhamaafii jiru sadarkaa isaanii eeggatanii akka haaromfamii fi kanneen ijaarramaa jiranis yeroo qabameef keessatti xummuramuudhan tajaajiloota adda addaa itti barbaadamaniif banaa akka ta'an kallattii hojii fi qajeelfama kennaniiru.
Gama biraatin Eebbifamummaa isaanii irraa qajeelfama hojii fudhachuudhan hojiiwwan misoomaa kana hundaa dursummaan hordofaa fi hojjisiisaa kan jiran Hojii Gaggeessaa Biyya Lallaba Arsii Hangafa Jabootaa Ballaxaa H/Maariyaam yommuu ta'an, akkaataa qajeelfamaa fi kallattii hojii Eebbifamummaan isaanii kennaniin sadarkaa isaanii eeggatanii kan haaromfamanis ta'ee haarawa ijaarramaa kan jirun hunduu yeroo qabameef keessatti xummuramuudhan Tajaajila barbaachisuuf banaa akka ta'an ibsaniiru.

ማኅበረ ቅዱሳን አሰላ ማዕከል 546,000 ብር በላይ ወጪ በማድረግ በአርሲ ሀገረ ስብከት በሽርካ ወረዳ ቤተ ክህነት በተለያየ ጊዜ ጥቃት ከደረሰባቸው ኦርቶዶክሳዉያን መካከል ለ129 አባወራዎች የበዓል መዋያ ድጋፍ አደረገ።

ማዕከሉ ገንዘቡን ከካናዳ ቶሮንቶ ከሚገኙ ምዕመናን ድጋፍ ያገኘ ሲሆን፤ በብፁዕ አባታችን አቡነ ኤልሳዕ የአርሲ እና ሶማሌ ክልል ጅግጅጋ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል አቅጣጫ ሰጪነት በሽርካ ወረዳ ቤተ ክህነት አስተባባሪነት ለእያንዳንዱ አባወራ 42 ኪ.ግ ጤፍ በድምሩ 54 ኩንታል ጤፍ ለበዓል መዋያ አድርሷል።
በሀገረ ስብከቱ በሚገኙ በተለያዩ ወረዳዎች ኦርቶዶክሳዉያን ለጥቃት ተዳርገዉ በርካቶች ሰብዓዊ ድጋፍ እንደሚፈልጉ የተገለጸ ሲሆን በሰኔ ወር 2018 ማኅበረ ቅዱሳን ዋናዉ ማዕከል በአሰኮ ወረዳ ለተፈናቀሉ ምዕመናን በ1.2 ሚሊዮን ብር ወጪ በማድረግ ድጋፍ ማድረጉ ይታወሳል።
Waldaan Qulqullootaa Wiirtuu Asallaa Maallaqa 546,000 ol baasii gochuudhan Biyya Lallaba Arsii Mana Lubummaa Aanaa Shirkaatti yeroo garaa garaa rakkoon irra gahaa ture keessaa namoota(Abbootii Warraa) dhibba tokkoof digdamii sagaliif(129) deeggarsa oolmaa ayyaanaa taasise.

Waldaan Qulqullootaa Wiirtuu Asallaa deeggarsa maallaqaa Obboloota Kiristaanota Kaanaadaa Toroontoo jiraatanirraa kan argate yommuu ta'u, Kallattii Eebbifamoo Abbaan keenya Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Somaalee Miseensa Qulqulluu Sinoodosii kennanii fi qindeessummaa Mana Lubummaa Aanaa Shirkaatiin Abbootii warraa tokkoon tokkoon isaanitiif Xeefii Kiilogiramii afurtamii lama ( Kg 42) walaa galatti Xeefii Kumtaala shantamii afur (54 Kum.) Oolmaa Ayyaanatiif Deeggarsa taasisaniiru.
Aanaalee Biyya Lallaba Arsii keessatti argaman garaagaraa keessatti rakkoon irra gahee deeggarsa namoomaa kan barbaadan hedduun akka jiran kan ibsame yommuu ta'i Waldaan Qulqullootaa Wiirtuu Muummee kanaan duras ji'a Waxabajjii 2018 Amantoota Aanaa Asakootii buqqa'aniif Maallaqa Miiliyena tokkoo fi kuma dhibba lama(1,200,000) baasudaadhaan deeggarsa Namoomaa wantoota garaagaraan taasisuun isaa ni yaadatama.