የእናታችን የቅድስት ድንግል ማርያም ጾመ ፍልሰታ (ሱባኤ) 4ኛ ቀን
Sooma Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaamii(Subaa'ee) Guyyaa Arfaffaa
Eebbifamoo Abbaa Keenya Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Somaalee Jijjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii bakka argamanitti.
Mana Kiristaanaa Tulluu Missiraachoo Qulqulluu Gabri'eelii Asallaatti.
ብፁዕ አባታችን አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ሶማሌ ክልል ጅጅጋ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል
በአሰላ ደብረ ሰላም ቅዱስ ገብርኤል ቤተ ክርሰቲያን በተገኙበት።
© Arsi Diocese Public Relations Department
© Biyya Lallaba Arsiitti Kutaa Sab-Qunnamtii
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ህዝብ ግንኙነት ክፍል
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii ...✍️
👉 Liinkii Gadii Kana Hordofuudhan Gara Chaanaaliiwwan Miidiyaa Keenyatti Dabalamaa
👉 ከታች ያሉትን ሊንክ በመጫን ወደ ቻናሎቻችን ተቀላቀሉ
👉 FACEBOOK👇👇👇👇👇ፌስቡክ
https://www.facebook.com/share/1bp49TDKhZ/
👉 TIKTOK👇👇👇👇👇ቲክቶት
tiktok.com/@miidiyaa.ku.la.arsii
WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X
Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==
Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21
Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk
Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII
IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii

Eebbifamoo Abbaan Keenya Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Naannoo Sumaalee Jijjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa Biyya Arsii Kawaalaa Dirree Qulqulluu Dirree Urgaa Abuna Takla Hayimaanotii Haaromsi Taasifamaafii jiru Daawwatan.
የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
#Hagayya_5_2018_B_A
#Arsii_Asallaa_Itoophiyaa

Kawaala Dirree Qulqulluu Dirree Urgaa Abuna Takla Hayimaanotitti Manni Kiristaanaa kuni Eebbifamoo Abuna Naatinaa'eel Hangafa Phaaphaasii Biyya Lallaba Arsii fi Miseensa Qulqulluu Sinoodosii turaaniin kan ijaarrame yommuu ta'u yeroo dheeraadhaaf tajaajilaa waan turee fi yeroo ammaa kana haaromsi waan barbaachiseef Kallatti Eebbifamummaan Isaanii kennaniin haaromsi Mana Kiristaanichaatiif taasifamaa jira. Haaromsi taasifamaa jiru kunis sadarkaa isaa kan eeggatee fi haala barbaachisaa ta'een haaromfamuu akka qabu kallattii kan kaa'an Eebbifamummaan isaanii har'ammoo kawaalichatti argamuudhan Mana Kiristaanaa haaromsa irra jiru kana daawwatanii waan sirreeffamuu qabaatu fi itti dabalamuu qabufis kallattii kennanii jiru.
Dabalataanis Kawaala Tulluu Qulqulluu Tulluu Urgaa Abuna Takla Hayimaanottitti Leenjiin Luboota(Aangoo Lubummaa warra qabaniif) Bakka Bu'oota Aanaalee fi Manneen Kiristaanaa Godina Arsii irraa dhufan waggaa waggaadhan kannamuuf kennamaa jiru daawwatanii Eebba, jacha Abbummaa, Qajeelfamaa fi Kallattii kannaniifii jiru.
Leenjiin kunis Marsaa 20ffaa dhaf kennamaa kan jiruudha. Leenjii kanarrattis Abboonni Luboonni, Diyaaqonoonni fi Tajaajiltoonni Manneen Kiristaanaa Baadiyaarraa eegalee bakka bu'ummaadhan dhufanii baratan leenjicha boodammoo gara iddoo irraa dhufaniitti deebi'uudhan haala qabatamaa fi barbaachisaa ta'een Uummataa fi Qulqulleettii Mana Kiristaanaa bal'inaan akka tajaajilaniif ergaa fi kallattiin darbeefii jira.
Eebbifamummaan isaanii Leenjitoota Leenjicha irra jiraniin jabaadhaa baradhaa beekkumsa argadhaa, beekkumsa argattaniin boru Qulqulleettii Mana Kiristaanaa tajaajiltu, hojii guddaas hojjattu, sana gochuudhaf immoo har'a jabaattanii of ijaaruu fi barachuu qabdu dabalataanis ulaagaalee barnootaf isin barbaachisu hunda Waajjirri keenya isiniif guuta jedhaniiru, yaada fi gaafilee Leenjitoonni qabanis dhaggeeffatanii fudhatanii kallattii danda'amu hundaan waan barbaachisu isiniif ni guutama isin barnoota keessanitti jabaadhaa kan jedhu Ergaa Abbummaa isaanii dabarsaniiru.
Sagantaa Daawwannaa kanarrattis Hangafa Jabootaa Luba Ballxaa H/Maariyaam Hojii Gaggeessaa Biyya Lallaba Arsii, Hayyuu Yaa'ii Luba Abrahaam Seeyfuu Itti Gaafatamaa Kutaa Barnootaa Waajjira Biyya Lallaba Arsii fi Dn Katamaa Baayisaa Itti Gaafatamaa Kutaa Sabqunnamtii fi Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii argamaniiru.
Sagantaa kanarratti kan argaman Hangafa Jabootaa Luba Ballaxaa H/Maariyaamii Hojii Gaggeessaa Biyya Lallaba Arsii Ergaa dabarsaniin Abboonni Tajaajiltoonni Mana Kiristaanaa kunniin jabaatanii baratanii beekkumsa asirraa argataniin boru Qulqulleettii Mana Kiristaanaa akka tajaajilanii fi akkasumas hanqina Tajaajilatootaa Mana Kiristaanaa keenyaa furuu akka qabaatan ergaa isaanii dabarsaniiru.
Xummura irrattis Sagantaan kadhannaa fi Eebba Eebbifamummaa isaanitiin xummurameera.
Eebbi Abbaa Keenyaa Nurraa Adda Hin Bahin...🙏
ብፁዕ አባታችን አቡነ ኤልሳዕ የአርሲ እና ሶማሌ ክልል ጅግጅጋ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርሰቲያን በአርሲ ሀገረ ስብከት ዕድሳት ላይ የሚገኘውን የአሰላ ደብረ ቅዱስ ደብረ መዓዛ አቡነ ተክለ ሃይማኖት ገደም ጎበኙ።
ነሐሴ_24_2018_ዓ_ም

❤1
ብፁዕ አባታችን አቡነ ኤልሳዕ የአርሲ እና ሶማሌ ጅግጅጋ አህጉረ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርሰቲያን በአርሲ ሀገረ ስብከት በአሰላ ደብረ ቅዱስ ደብረ መዓዛ አቡነ ተክለ ሃይማኖት ገዳም በዕድሳት ላይ የሚገኘውን የጉበኙ ስሆን በዚህ ጉብኚትም ይህ ታሪካዊው የአቡነ ተክለ ሃይማኖት ገዳም ቤተ ክርስቲያን፣ እድሜ ጠገብ ቤተ ክርሰቲያን ስሆን ይህንን ቤተ ክርስቲያን በረከታቸው ይደርብንና በብፁዕ አቡነ ናትናኤል የቀድሞ የአርሲ ሀገረ ስብከት ሊቀ ጳጳስና የቅዱስ ሲኖዶስ አባል ያሰሩት ቤተ ክርስቲያን ነው።
ይህ ቤተ ክርስቲያንም ብዙ ዓመታት ከማገልገሉ የተነሳ በአሁኑ ሰዓት ዕድሳት የሚፈልግ ስለ ሆነ በብፁዕነታቸው መመሪያ ሰጪነትና መልካም ፍቃድ እየታደሰ ይገኛል፣ ብፁዕነታቸውም በዕድሳት ላይ የሚገኘውን ይህ ታሪካዊው ቤተ ክርስቲያን በመጎብኘት ዕድሳቱም ደረጃውን በጠበቀ መልኩ እንድሆንና የሚጨመሩና የሚስተካከሉ ነገሮች ተስተካክሎ በአጭር ግዜ ውስጥ ተጠናቀው ለአገልግሎት እንድውል መመሪያና አቅጣጫ ሰጥቷል።
እንድሁም ብፁዕነታቸው በአሰላ ደብረ ቅዱስ ደብረ መዓዛ አቡነ ተክለ ሃይማኖት ገዳም የካህናት ማሠልጠኛ ከአርሲ ወረዳዎች እና አብያተ ክርስቲያናት ለተወጣጡ ልዑካን ስልጠና በየአመቱ የምሰጥ ስሆን በዘንድሮው ዓመትም ለ20ኛ ዙር ስልጠናውን እየወሰዱ ያሉ ደቀ መዛሙርትን ጎብኝቷል፣ በስልጠና ላይም የተገኙት አባቶች ካህናት፣ ዲያቆናትና የቤተ ክርስቲያን አገልጋዮች ከአርሲ ሀገረ ስብከት ወረዳዎችንና ቤተ ክርስቲያንን ወክለው የመጡት ስሆን ከስልጠና በኋላ ባገኙት እውቀት በመጡበት ወረዳና ቤተ ክርሰቲያን ተመልሰው ህዝብንና ቅድስት ቤተ ከርስቲያንን በደንብ እንድያገለግሉ በብፁዕነታቸው መመሪያ ተላልፎላቸዋል።
በተጨማሪም ለሰልጣኞች የሚያስፈልጋቸው ነገሮች እንዲሟላላቸው በአግባቡ ትምህርታቸውን እንድመሩ ነገ ቅድስት ቤተ ክርሰቲያንን በወንጌልም ሆነ በሁሉም ለማገልገል ዛሬ እራሳቸውን መገንባት እንዳለባቸው ለዚህ ለስልጠና ህደት ሀገረ ስብከቱ የሚያስፈልጉትን ነገሮች እንዲያሟላ መመሪያ አስተላልፏል።
ይህ ጉብኝት ላይም የተገኙት በኩረ ትጉሃን በለጠ ኃ/ማርያም የአርሲ ሀገረ ስብከት ዋና ስራ አስኪያጅ፣ ሊቀ ጉባኤ አብርሐም ሴይፉ የሀገረ ስብከቱ ትምህርት ክፍል ኃላፊ፣ ዲን ከተማ ባይሣ የሀገረ ስብከቱ ሕዝብ ግንኘነትና ሚድያ ክፍል ኃላፊ ተገኝተዋል።
በኩረ ትጉሃን በለጠ ኃ/ማርያም የአርሲ ሀገረ ስብከት ዋና ስራ አስኪያጅ በበኩላቸው መልዕክት ያስተላለፉት ሲሆን መምህራኑ ስልጠናውን አጠናክሮ እንድሰጡና ደቀ መዛሙርቱም ማማር ያለባቸውን ትምህርት በተገቢው ሁኔታ እንድማሩ፣ በስልጠና ላይም የተገኙት ሰልጣኞች፣ ካህናትና የቤተ ክርስቲያን አገልጋዮች ከወረዳዎችና አብያተ ክርስቲያናትን ወክለው የመጡት ሲሆን ከስልጠና በኋላ ባገኙት እውቀት ከመጡበት ወረዳና ቤተ ክርሰቲያን ተመልሰው ህዝብንና ቅድስት ቤተ ከርስቲያንን በደንብ እንድያገለግሉ አሳስበዋል።
በመጨረሻም ብፁዕነታቸው ሰልጣኞችን ባርከው አባታዊ ቃለ ምዕዳንና ቡሬኬ ሰጥቷል፣ መርኃ ግብሩም በብፁዕነታቸው ጸሎትና ቡራኬ ተጠናቀዋል።
የብፁዕነታቸው በረከትና ቡራኬ አይለየን...🙏