Biyya Lallaba Arsii(የአርሲ ሀገረ ስብከት)
368 subscribers
1.35K photos
31 videos
7 files
207 links
Download Telegram
ብፁዕ አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ሶማሌ ክልል ጅጅጋ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በአርሲ ሀገረ ስብከት በአሰላ መንበረ ጵጵስና ወረዳ ቤተ ክህነት የአሰላ ማህደረ ስብሐት በዓታ ገዳም ጎበኙ።

የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
#ሐምሌ_24_2018_ዓ_ም
#አርሲ_አሰላ_ኢትዮጵያ

ብፁዕ አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ሶማሌ ክልል ጅጅጋ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በአርሲ ሀገረ ስብከት በአሰላ መንበረ ጵጵስና ወረዳ ቤተ ክህነት የአሰላ ማህደረ ስብሐት በዓታ ገዳም ጎበኙ።

ብፁዕ አቡነ ኤልሳዕ የአርሲና ሶማሌ ክልል ጅጅጋ ስብከት ሊቀ ጳጳስ የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በአርሲ ሀገረ ስብከት በአሰላ መንበረ ጵጵስና ወረዳ ቤተ ክህነት የአሰላ ማህደረ ስብሐት በዓታ ገዳም ጉብኝት ያደረጉ ስሆን የሀገረ ስብከቱ ዋና ስራ አስኪያጅ በኩረ ትጉሃን በለጠ ኃ/ማርያም፣ መ/ታቦር ኃ/ማርያም ተሰማ የሀገረ ስብከቱ የሊቃውንት ጉባኤ ሰብሳቢ፣ መ/ምህረት ወ/ሰንበት የሀገረ ስብከቱ ካህናት አስተዳደር ክፍል ኃላፊ፣ ዲያቆን ከተማ ባይሣ የሀገረ ስብከቱ ሕዝብ ግንኙነት ክፍል ኃላፊ፣ መ/ም ቀሲስ መረተ ማሞ የአሰላ በንበረ ጵጵስና ወረዳ ቤተ ክህነት ስራ አስኪያጅ ፣ መ/ስብሐት ቀሲስ ገረመው ሸዋዬ የአሰላ ማህደረ ስብሐት በዓታ ገዳም አስተዳዳሪ፣ የቤተ ክርሰቲያን አባቶች፣ ሊቃውንተ ቤተ ክርስቲያን ካህናት ወዲያቆናት መምህራነ ወንጌል፣ አገልጋዮች፣ የሰንበት ትምህርት ቤት አባላትና ሰፊ ምዕመናን የተገኙ ስሆን በዚህ ጉብኝትም እየተሰራ የለው ህንፃ ቤተ ክርሰቲያን፣ የመልዕክተ ዮሐንስ መንፈሳዊ ትምህርት ቤት የሚሰጥባቸው ትምህርቶችም

የቅኔ ትምህርት
የአቋቋም ትምህርት
የቅዳሴ ትምህርት
መጸሐፍ ትምህርት እና
የዜማ ትምህርት ስሆን
እንድሁም ከ1_4የዓለማዊ ትምህርት ቤት፣ መንበረ ጵጵስናና የእግዶች ማረፊያ፣ የገዳሙ የፀበል ቦታና የተለያዩ የልማት ስራዎች ጎበኝተው እየተሰራ ያለው ህንፃ ቤተ ክርሰቲያኑም ቶሎ ተጠናቀው ለአገልግሎት ክፍት እንድሆን ሌሎች የልማት ስራዎችም ቶሎ ተጠናቀው ወደ አገልግሎት እንድገቡና ወደ ፊትም ሊሰሩ የታቀዱ ብዙ የልማት ስራዎች በአግባቡ እንድሰሩ የስራ መመሪያ ሰጥተዋል። በተጨማሪም ገዳሙ ደህና ቦታ ከመሆኑ የተነሳ ብዙ ሊሰሩ የሚገባቸው የልማት ስራዎች እንደሚኖሩ ጠቁመው ይህንን አመቺና ጥሩ አጋጣሚውን ተጠቅመው ገዳሙንና ቅድስት ቤተ ክርስቲያን ማልማት እንደሚገባ አባታዊ አቅጣጫና መመሪያ አስተላልፏል።

በዚህ ጉብኝት ላይ የተገኙት የሀገረ ስብከቱ ዋና ስራ አስኪያጅ በኩረ ትጉሃን ቀሲስ በለጠ ኃ/ማርያምም ብፁዕነታቸው በጭቃና በዝናብ ውስጥ እረጅም መንገድ በእግራቸው በመሄድ አብያተ ክርስቲያናቱንና የልማት ስራዎች እንድሁም ለአብነት ትምህርት ቤት ትኩረት በመስጠት በመጎብኘት ያሉበትን ደረጃ በማየትና የሚያስፈልገውን ድጋፍ በማድረግ ምዕመናን በመባረክ ያሳዩት ልዬ ፍቅርና የአባትነት ስሜት በጣም የሚያስደንቅ በመሆኑ የአብነት ትምህርት ቤት ተማሪዎችና ምዕመናን እንኳን ደስ አላችሁ በማለት ቡራኬውን ተቀብላችሁ መመርያ ወስዳችሁ በአገልግሎት በርቱ በማለት መልዕክታቸውን አስተላልፏል።

ብፁዕነታቸው ለአብነት ትምህርት ቤት ተማሪዎች ለእርዳታ የሚሆን አንድ ኩንታል ጤፍና አንድ ኩንታል ስንዴ አበርክቶላቸዋል። በተጨማሪም ሦስት ችግኝ የገዳሙ ቅጥር ግቢ ውስጥ በመትከል በመጨረሻም ህዝቡን ቃለ እግዚአብሔር አስተምህሮ ባርከው አባታዊ ቃለ ምዕዳንና ቡሬኬ ሰጥቷል፣ መርኃ ግብሩም በብፁዕነታቸው ቡራኬና ጸሎት ተጠናቀዋል።

የብፁዕነታቸው ቡራኬና ጸሎት አይለየን

Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Nananoo Somaalee Jijjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii Biyya Lallaba Arsii Mana Lubummaa Teessoo Phaaphaasii Aanaa Asallaatti Mana Kiristaanaa Kawaala Bultoo Galataa Ba'aataa Asallaa Daawwatan.

Eebbifamoo Abuna Eelsa'i Hangafa Phaaphaasii Biyyoota Lallabaa Arsii fi Nananoo Somaalee Jijjigaa Miseensa Qulqulluu Sinoodosii Biyya Lallaba Arsii Mana Lubummaa Teessoo Phaaphaasii Aanaa Asallaatti Mana Kiristaanaa Kawaala Bultoo Galataa Ba'aataa Asallaa Daawwatan.

Eebbifamummaan isaanii daawwannaa kanaanis keessoo Manneen Kiristaanaa irraa eegaluudhan keessumattuu Ijaarsa Haarawa Mana Kiristaanaa Bultoo Galataa Ba'aataa, iddoo xabalaa, iddoo Teessoo Phaaphaasii fi simannaa Keessummootaa, Mana Baruumsa Afuuraa Ergaa Yohaannis keessumattuu Baruumsi Mana Baruumsa Duuka Bu'ummaa Afuuraa Ergaa Yohaannis kana keessatti barnoonni kennaman
Barnoota Ciigoo
Barnoota Dhaabbii
Barnoota Qiddaasee/Sirna Qulqulleessaa
Barnoota Kitaabaa fi
Barnoota Yeedaloo kan kennamaniidha. Dabalataanis, Mana Baruumsaa Sadarkaa 1ffaa Kutaa 1ffaa hamma 4ffaatti jiruu fi Kawaala Dubartootaa akkasumas hojiiwwan Misoomaa dabalataan karaa Gadaamichaatin hojjatamanii fi hojjatamuuf karoorfaman hunda daawwachuudhan Manni Kiristaanaa inni haaraan ijaarramaa jirus dafee xummuramee Tajaajilaaf banaa akka ta'u, hojiiwwan misoomaa hojjatamaa jiranii fi gara fuulduraattis hojjatamuudhaf yaalaman hundi isaanii akkaataa ta'uu qabuun akka hojjatamanii fi saffisaanis xummuramuudhan gara hojii tajaajilaatti akka galaniif Qajeelfamaa fi jecha Abbummaa isaanii kennaniiru.

Sagantaa Ddaawwannaa kanarrattis kan argaman Hojii Gaggeessaa Biyya Lallaba Arsii Hangafa Hayyootaa Luba Ballaxaa H/Maariyaami, E/Taabor Luba H/Maariyaam Tasammaa Walitti Qabaa Yaa'ii Hayyootaa Waajjirichaa, E/Dhiifamaa Walda Sanbat Itti Gaafatamaa Kutaa Bulchiinsa Lubootaa Waajjirichaa, Dn Katamaa Baayisaa Itti Gaafatamaa Kutaa Sab-Qunnamtii Waajjirichaa, akkasumas Hojii Gaggeessaa Mana Lubummaa Teessoo Phaaphaasii Aanaa Asallaa fi Abboonni fi Hayyoonni Mana
Kiristaanaa, Lallabdoonni, Tajaajiltoonni akkasumas Barattoonni Dilbataa fi uumanni bal'aan argamaniiru.

Sagantaa Daawwannaa kanarratti kan argaman Hojii Gaggeessan Waajjirichaa Hangafa Hayyootaa Luba Ballaxaa H/Maariyaamii dhugumatti Eebbifamoo Abbaan keenya Abuna Eelsa'i osoo rooba dheqqeedha hin jedhin miila isaanitiin lafa dheeraa deemudhaan Manneen Kiristaanaa hedduu daawwachaa fi ilaalaa rakkinoota fi ciminoota isaanii addaan baasudhaan deeggarsa barbaachisus taasisuudhaf, hojiiwwan eebbaa fi Misoomaa hojjatamaa jiran hedduu eebbisuudhaf uummata eebbisuun isaanii kuni jaalala dhugaa Eebbifamoo abbaan keenya uummata isaaniif qabaniidha jechuudhan dinqisiifannaa fi gammachuu guddaa qaban ibsanii uummatichis bahee abbaa keenya simachuuu isaanitti gammachuu kan qaban ta'uu fi ergaa fi qajeelfama Eebbifamummaan isaanii nuuf kennan jabaannee hojiitti hiikun nurra jira jechuudhan ergaa isaanii dabarsaniiru.

Eebbifamummaan isaanii Barattoota Duuka Bu'oota Mana Barnootaa Afuuraa Ergaa Yohaannisiitti barachaa jiras erga daawwatanii deeggarsa isaan barbaachisu kamuus akka taasisaniifii ammas immoo Xaafii Kumtaala tokkoo fi Qamadii Kumtaa tokko deeggarsa taasisaniifiiru. Dabalataanis Biqiltuuwwan sadi Dallaa Mana Kiristaanichaa keessattidhaabaniiru. Xummura irrattis Eebbifamummaan isaanii uummata sagalee Waaqayyoo barsiidhaan, eebbisuudhan jecha Abbummaa fi Qajeelfama kennanii sagantaas kadhannaadhan xummuraniiru.

Eebbi fi Kadhannaan Eebbifamummaa isaanii nurraa adda hin bahin.

© Arsi Diocese Public Relations Department
© Biyya Lallaba Arsiitti Kutaa Sab-Qunnamtii
© የአርሲ ሀገረ ስብከት ህዝብ ግንኙነት ክፍል

© የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii ...✍️

👉 Liinkii Gadii Kana Hordofuudhan Gara Chaanaaliiwwan Miidiyaa Keenyatti Dabalamaa
👉 ከታች ያሉትን ሊንክ በመጫን ወደ ቻናሎቻችን ተቀላቀሉ

👉 FACEBOOK👇👇👇👇👇ፌስቡክ
https://www.facebook.com/share/1bp49TDKhZ/

👉 TIKTOK👇👇👇👇👇ቲክቶት
tiktok.com/@miidiyaa.ku.la.arsii

WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X

Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==

Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21

Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk

Telegram Cominicate
@BIYYALALLABAARSII

IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii