Hattuu fi Poolisii
๐ฎโโ๐งโโ
Polisiin tokko otuu Hattuu qabee deemaa jiruu bubbeen hamaan tokko dhufe koofiyyaa isaa irra lafa buuse yeroo kana
Hatticha:- Anaatu deema siif fidaati ati hin dararamin
Polisii:- Aboo taa'ika, achumaan na jalaa baduuf moo? dooma na seetee , asumatti na eegi ati, anatu deeme fidataati.๐๐๐
๐๐๐๐๐
@Ardii_kitaaba
#kolfaaf

Miseensi keenya Ardii kitaaba irrati hirmaanna guddaa tasiisa jirtan guyyaa guyyaan post keenya ilaalatan galatooma jecha kana booda illee kitaaba haara bahun Wal baruuf nu waliin tura jedha sahiboota keessan illee ittii affeera
Hora bulaa!!!!!!!
Hora bulaa!!!!!!!
Kitaabni Fugug bakkaa keessumonni kabajaa kan akka juunadin saado piresedant oromia duurani
Artist eelemo alii fi jireenya shiifara
Akkasumas waloo lata argameeti gidduu gala aadaatti eebifamee jira gaba irraati argachuu dandeessan
Oddeeffannoo dabalataf 0924377360 bilbilaa