Rabbuunii
241 subscribers
28 photos
2 videos
8 files
89 links
Sagaalee waaqayyoo dhaga'ii
Download Telegram
tajaajila guutuu torbee jalqaaba pharaaqilixoos booda
#Faaruu_haafurri qulqulluu ni_bu'e

መዝሙር ወረደ መንፈስ ቅዱስ (ከጰራቅሊጦስ የመጀመሪያው ሰንበት)

(በ፪/ዘዮ) ወረደ መንፈስ ቅዱስ ላዕለ ሐዋርያት ከመ ዘእሳት ወተናገሩ በነገረ ኵሉ በሐውርት።

#hiikkaa

Haafurri Qulqulluun akka Abiddaa Ta'e Bartoota Irraatti ni Bu'e Afaan Biyya Hundanis Ni Dubbaatani

#DUBBISA_GUYYICHA
የዕለቱ ምንባባት፦
Efeson 4:1-17
ኤፌ ፬፥፩ - ፲፯፤
1yoh.2:1-18
፩ዮሐ ፪፥፩ - ፲፰፤
H.D.B 2:1-14
ግብ ፪፥፩ - ፲፬፤

#Miisbaakii
የዕለቱ ምስባክ፦
ልበ ንጹሐ ፍጥር ሊተ እግዚኦ፤
መንፈሰ ርቱዐ ሐድስ ውስተ ከርሥየ፤
ኢትግድፈኒ እምቅድመ ገጽከ። መዝ ፶፥፲

#HIIKKA
laphee qulqullu naaf uumi yaa goofta
Haafura qajeelas keessa kooti haaressi
na hin gatin fula kee duraa
farsa 50:10

#wangeela_guyyicha

Yohannis:-14:22-dhuma
የዕለቱ ወንጌል፦ ዮሐ ፲፬፥፳፪ - ፍ
#Sirna_galatoo: kan diyoosqoriyoos
ቅዳሴ፦ ዘዲዮስቆሮስ፤

kallatiin akka isiin qaqqabuuf linki gadii xuquun miseensa ta'a

https://telegram.me/Ameennaafhaatauu


👇yaada qabdiin👇
@Amen_mahri27
Tajaajila Dilbaata Waxxabajii 26-Addolessa 2 Giddu Jiru

መዝሙር ደምፀ እገሪሁ ከሰኔ ፳፮ እስከ ሐምሌ ፪

(በ፪/ኒ) ደምፀ እገሪሁ ለዝናም ሶበ ይዘንም ዝናም ይትፌሥሑ ነዳያን (ደ) ሶበ ይዘንም ዝናም ይጸግቡ ርኁባን (ደ) ወሠርዐ ሰንበተ ለሰብእ ዕረፍተ ደምፀ እገሪሁ ለዝናም ደምፀ እገሪሁ ለዝናም።

#Hiikkaa:-


sagaleen Milla Bookaa Ni Dhaga'amee Yeroo roobuu Hiyyessati Ni Tola Yeroo BokKaan Roobu kan Beela'an Ni Qufuu Boqonnaa Namaf sanbaata qophesse milli
bokka dhaggahame

#Dubbisa_guyyicha

የዕለቱ ምንባባት፦
1qorx.15:33-51
፩ቆሮ ፲፭፥፴፫ - ፶፩
yaiqob.5:16-dhuma
ያዕ ፭፥፲፮ - ፍ፤
HDB 27:11-21
ግብ ፳፯፥፲፩ - ፳፩፤

#Miisbaakii
የዕለቱ ምስባክ፦
ዘይገለብቦ ለሰማይ በደመና፤
ወያስተዴሉ ክረምተ ለምድር፤
ዘያበቊል ሣዕረ ውስተ አድባር። መዝ ፻፵፮፥፰
#Hiikka
samii dumessaan kan uffisuu
Lafaf ganna kan qophessu
tulluwwaan irraa marga kan biqilchu waaqayyoo dha
Faaruu146:8

#wangela_Guyyicha
Luqas.8:1-22
የዕለቱ ወንጌል፦ ሉቃ ፰፥፩ - ፳፪
#Sirna_galatoo:- kan Ephifaniyoos
ቅዳሴ፦ ዘኤጲፋንዮስ፤

https://telegram.me/Ameennaafhaatauu

👇👇Yaada qabdan👇👇
@Amen_mahri27
tajaajila guutuu addolessa 3 hanga 9

መዝሙር ይሰጠዎ ከሐምሌ ፫ እስከ ሐምሌ ፱

(በ፩/ዩ) ይሰጠዎ ወይሰምዖ ጸሎቶ ለኵሉ ለዘሰአሎ እግዚኣ ለሰንበት አምላከ ምሕረት ያርኁ ክረምተ በበዓመት ይሰምዑ ቃሎ ደመናት።

#Hiikkaa:-
nideebisaf kan kadhatu hundaf kadhasani ni dhagaha waaqa dhifamaa goofta sanbataa waggaa waggaan ganna ni bana (bonaa fi ganna addan ni qooda) dummessotni jechasaa ni dhagahu

#dubbisa_guyyicha
የዕለቱ ምንባባት፦
ibrota 6:7-dhuma
ዕብ ፮፥፯ - ፍ
1phex.3:8-15
፩ጴጥ ፫፥፰ - ፲፭፤
hoji duka.14:8-19
ግብ ፲፬፥፰ - ፲፱፤

#Miisbaakii
የዕለቱ ምስባክ፦

አርውዮ ለትለሚሃ፤
ወአሥምሮ ለማእረራ፤
ወበነጠብጣብከ ትበቊል ተፈሢሓ። መዝ ፷፬፥፲፤
#wangela_Guyyicha
Mat.13:1-31
የዕለቱ ወንጌል፦ ማቴ ፲፫፥፩ - ፴፩
#Sirna_galatoo: Kan Gooftaa
ቅዳሴ፦ ዘእግዚእነ፤

kallatin Akka Isiin Gahuf Linkii Gadi Xuquun Maatii Ta'a

https://telegram.me/Ameennaafhaatauu

yaada Yoo Qabatan
👇👇👇👇👇👇👇
@Amen_mahri27