SAAYINSII
293 subscribers
38 photos
6 files
5 links
From Quarks to Cosmos !
@Afanko

#share #invite #join
Download Telegram
💥 The gravity of a Black Hole is so strong that nothing, not even light, traveling at 186,000 miles (300,000 km) per second can escape it. • Near a black hole, the slowing of time is extreme .Times stops. And at the center of the black hole, Einstein's theory predicts that time is destroyed


⚡️Giraaviitiin holqa gurraachaa ,guddachuu isa irraan kan kahe , Ifnii 300,000km/s ( 186,000mile/s) deemuuyyuu, jala bahuu hin danda'u .
✔️ Yeroo ati holqa gurraachaatt dhiyaachaa deemtu , yeroon ni dhaabbatti , Yeroo ati walakkaa holqa gurraachaa seentuu , akka Tiyooriin Ayinstaayiin raaguutt Yeroon guutumaan guutuutt ni barbadoofti .


• የጥቁር ሆል ስበት በጣም ጠንካራ ከመሆኑ የተነሳ በሰከንድ ኪ.ሜ (300,000 ኪ.ሜ) በ 186,000 ማይል ርቀት መጓዝ ምንም ብርሃን ፣ ብርሃንም ቢሆን ሊያመልጥ አይችልም ፡፡
•በጥቁር ጉድጓድ አቅራቢያ ፣ የጊዜ ማዘግየቱ በጣም ከባድ ነው ፡፡ጊዜ ይቆማል ፡፡ እና በጥቁር ጉድጓዱ መሃል የአንስታይን ፅንሰ-ሀሳብ ጊዜ እንደሚጠፋ ይተነብያል ፡፡
@Afanko join
#fact
💥 Proxima Centauri is the nearest star to us after the Sun.

⚡️Urjiin Proxima centauri jedhamuu Aduutt aanee urjii nutti dhiyaatuudha .


💫 Proxima Centauri ከፀሐይ በኋላ ለእኛ ቅርብ የሆነው ኮከብ ነው ፡፡

#fact

@Afanko
💥the largest constellation in night sky is Hydra (the water snake) while the smallest constellation is Crux ( the cross)

⚡️𝐭𝐮𝐮𝐭𝐧𝐢𝐢 𝐮𝐫𝐣𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐡𝐚𝐥𝐤𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐲𝐝𝐫𝐚 ( 𝐛𝐨𝐟𝐚 𝐛𝐢𝐬𝐡𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 ) 𝐲𝐨 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐮𝐮 , 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐜𝐫𝐮𝐱 ( 𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 ) 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐚 .


💫በሌሊት ሰማይ ውስጥ ትልቁ ህብረ ከዋክብት ሃይራ (የውሃ እባብ) ሲሆን ትንሹ ህብረ ከዋክብት ደግሞ ክሩክስ (መስቀሉ) ነው

#fact
@Afanko
#1
By 👉 Salabela

Like ለማድረግ ከታች ያለውን
link ይጠቀሙ
👇👇👇👇👇👇👇
@Wawu_arts

ለመወዳደር 👉 @any_drawing_send_us1000000bot
Forwarded from SAAYINSII  (Paul Physicist)
1.planet /pilaaneetii

a planet is an astronomical body orbiting a star or stellar remnant that is massive enough to be rounded by its own gravity ,is not massive enough to cause thermonuclear fusion .
Nb : thermonuclear fusion is the process that occurs when two atoms combined to made a large atom ,creating a whole alot of energy .
👇
'plaaneetiin qaamaa astiroonoomikaalawaa humna giraaviitii isiitiin ; urjii ykn coraa urjii irra martuufi humna isiitiin baqiinsaa "thermonuclear" uumuu hin dandeenyeedha '

Hub. "Thermonuclear fusion" 'n taatee yeroo atoomootni lama waliitt dhufan; atoomii guddaa tokko, humna baayyee taheen uumaniidhaa

Tanaafuu pilaaneetiin lama walti dhufanii thermonuclear fusion hin uumanii jechuun ; pilaaneetiin lama walti dhuftee pilaaneetii guddaa tokko hin huumtuu jechu !
Forwarded from SAAYINSII  (Paul Physicist)
Forwarded from BOR BARIIN IFA (Şįmę Ĉĥåļã)
kota_kolfa.pdf
955.3 KB
EEBBISAA BAAYISAA ABEETUU
🔖 Koottaa Kolfaa

📆 Bara 2016

📚 ᴀꜰᴀᴀɴ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ᴘᴅꜰ​
Fuula-155║
Hanga-955KB

@anisoromoodham
@anisoromoodham
.
Jupiter is heavier than all the other planets put together.

Pilaantoonni hundii osoo waliitt qabamaniillee ; hanga. Juupiterii Hin ulfaatani
The Andromeda Galaxy is thought to be less massive compared to our galaxy because it is believed that our galaxy has more dark matter.

Gaalaaksiin Andromeda Gaalaaksii keenyaa ( Milky Way ) irra hin ulfaattuu ; sababii gaalaaksiin keenyaa waan "Dark Matter " ( Wantootaa Dukkanaawoo ) hedduu qabuuf .
Forwarded from 🅑ÊÑ🅙Á🅜ÏÑ
DID YOU KNOW.pdf
5.1 MB
Title: DID YOU KNOW??

Please read this awesome book it has
✓ amazing facts
✓ biography of famous people
✓ science facts
✓ ancient buildings
✓ amazing animals
✓ space facts
Funny and weird facts
Quotes and others
Please Share for Us More Astronomy Facts 🙂
...
Me Waa'ee Astiroonoomii nuuf qoodi 🙂
...
Mercury do not have any moon and rings
Mercury is the smallest of all planets orbiting our sun
Mercury is nearest planet to our sun

💫 Meerkuriin Ji'a fi qubeellaa tokkollee hin qabdu.
💫 Meerkuriin pilaanetoota jiran keessaa xiqqoo dha .
💫 Meerkuriin pilaanetoota jiran hunda caala aduutt dhiyaattee argamti .

#MercuryFact
Forwarded from Science
Question
Find two numbers whose sum is 32, if the larger number is five times less than 8, small number .

Answer Below this Message
👇👇👇👇👇
Forwarded from Science
SAAYINSII pinned Deleted message
💡 Laftii

🔰 Siiqqee ishee irra ni marti – Astronoomeroonnii Martoo (rotating) jedhuun Kunis Guyya tokko itti fudhata.
🔰Orbiitii ishee irraa Aduutt ni naannofti –Astronoomeroonnii Nanna'uu (revolving) jedhuun .Innis Wagga tokko itti fudhata .
🔰Aduu wajjiin Walakkaa Gaalaaksii “Milk Way” jedhamu Ni Adeemti . Innis Wagga Miliyoonaa 226 itti fudhata . Astroonoomeroonni isa kanaan Bara Gaalaaksii (galactic year) jedhuun
🔰“Milky Way” wajjiin Wiirtuu Garee Gaalaaksii Naannoo (Local Group of galaxies) Ni adeemtii.
🔰 Yuuniversii (Universe) Keessaa gaalaaksii naannoo (Local galaxy ) Wajjiin ni deemti.

join @AstroBioChemPhyMa
💡 Molokiyuulii
Wantootni Yuuniversii kana keessa jiran hundi Molokiyuulii irra ijaaraman. Molokiyuulonni immoo Waliitt hidhamiinsa Atoomotaat.

💡Atoomii
Atoomiin Niyukilaasii fi Elektiroonii of keessaa qabdi.

💡Niyuukilaasii
Niyuukilaasiin Pirootoonii fi Niyutiroonii of keessaa qabdi.

💡Pirootoonii
Pirootooniin “Quark” fi “Gluon” irra ijaarame.

Pirootooniin qaama “Higgs Boson” jedhamuun ,saffisa Ifaatiin Hawaa keessa deemuu irraa ittifaman .

💡Higgs Boson
Dirree Higgs jedhamu qabdi .
Eleektirooniin Suudoo Yoo tahu Dirree Elektiroonii qaba. Yeroo hangi Elektiroonii zeroo tahu , Dirreen Eleektirooniis zeeroo taha. Garuu Higgs Boson'f kun sirrii mit . Higgs Boson (suudoo) jiraachuu baatuus Dirrren Higgs yeroo hundaa Laakkofsa qaba.

Join @AstroBioChemPhyM