๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€
21.3K subscribers
103 photos
4 videos
2 files
65 links
๐Ÿ˜‡NAMNI AKKA OF EEGGATTUUF SI GORSU INNI NAMA SI JAALATU!โค๏ธIf You believe it,you can achieve it.๐Ÿ’ชNamni waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu.
Download Telegram
Namoonni biroon waan fedhan siin jechuu dandaโ€™u, garuu akka jedhan si gochuu hin dandaโ€™an. Akka jedhe si gochuu kan dandaโ€™u namni tokko jira. Innis mataa keeti. Yoo feete ofirraa haftee namoota biroof eebba taโ€™uu dandeessa. Yoo hin barbaadne immoo ofii kee iyyuu dadhabdee gargaarsa namoota biro eeggachuu dandeessa. Jireenyi kee harkuma kee jira. Jireenya keetti bifa gaarii godhi.

โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐Ÿ‘†
Jireenya keessatti gaafa ol baatu hiriyoonni kee eenyu akka taate si baru. Akkasuma gaafa gad buutu immoo hiriyyoonni kee eenyu akka ta'an barta.
โ™ป๏ธHojii kee irratti cimtee yoo hojjatte qarshii guddaa waan argattuuf, hoteela guddaa deemtee bashaananuu dandeessa. Hojii caalaa of irratti yoo cimtee hojjatte garuu hoteela guddaa sana bituu dandeessa๐Ÿ‘Œ.
Milkaa'ina kee irratti gufuun guddaan addunyaa siin ala jiru osoo hin taane, addunyaa keessa kee jiruudha. Sodaan, shakkiinii fi tasgabbii dhabuun kee diina dhugaa injifachuu ati qabduudha. Maddi cimina keetii Keessa Keeti! ๐Ÿฅฐ

Milkaa'inni irra deddeebi'anii yaaluu
fi Abdii muruu dhiisuu irraan dhufti
Saffisa addunyaan tuni ittiin jijijjiiramaa jirtu yoo xiinxallee ilaalle hirriiba dhiifnee boqonnaa tokko malee halkaniif guyyaa oliif gadi fiignee hojjachuu akka qabnutu natti mul'ata!
''Nuti nama hundaa caalaa ofii keenya osoo jaallannuu,yaada ofii keenyaa caalaa garuu kan namootaaf bakka laachuun keenya na ajaa'ibuu hin dhiisu''
#Marcus_Aurelius
Yeroo hundumaa naannoo jireenyaaf siif miijatu osoo hin taane, naannoo milkaa'inaaf siif miijatu jiraadhu!

โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐Ÿ‘†
๐—ฆ๐—”๐— ๐— ๐—จ๐—จ๐—ก ๐—–๐—œ๐— ๐—”๐—” ๐—ง๐—”'๐—จ๐—™
โ˜›Yeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin.
โ˜›Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
โ˜›Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
โ˜›Bu'aa hatattamaa hin eegin.
โ˜›Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin.
โ˜›Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
โ˜›Itti gaafatamummaa irraattii hin qaanfatiin.
โ˜›Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in.
โ˜›Milkaa'ina namoota birootti hin aarin.
โ˜›Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin
โ˜›Yeroo kee ofitti gaddun hin gubin.
โ˜›Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasessin.

โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐Ÿ‘†
NAMOONNI AKKA SI KABAJANIIF ATI DURSII OF KABAJIโ—๏ธ

โ—พ๏ธNamoota si barbaadne atis barbaadu dhaabi!

โ—พ๏ธHamma barbaachisuu ol hin dubbatin!

โ—พ๏ธNamoota si xiqqeessanii fi bakka siif hin qabne ariifadhuu jireenya kee keessaa baasi!

โ—พ๏ธDubbachuu keen dursii itti yaadi! Sababni isaa namoonni wanta dubbattu ilaalanii bilchina kee murteessu.

โ—พ๏ธAkka sirraa bareedutti uffadhu, qulqullina kees eeggadhu!

โ—พ๏ธWanta hojjettu hundumaa xiyyeeffannoodhaan hojjedhu.

โ—พ๏ธNamoota biraa waliin dorgommii dhaabi! Ofii kee waliin dorgommii jalqabi.

โ—พ๏ธHamii fi soba irraa fagaadhu, waadaa keef amanamaa taโ€™i.

โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
           โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
       Join   ๐Ÿ‘†
Hayyoonni maal jedhan!
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
๐Ÿ“Œ "Hireen dhimma carraa osoo hin taane, dhimma filannooti."
               (Wiiliyam Jeenings Biraayiin)

๐Ÿ“Œ "Namoonni milkaa'uu barbaadu, garuu namoota milkaa'an ni jibbu."
                (Kaarota Gubbaa) .

๐Ÿ“Œ "Waanti hin dandaa'amne hin jiru addunyaan mataa ishee an nan dandaa'ama jetti" 
    (Audrey Hepbum)

๐Ÿ“Œ "Amaantin kee dhugaa kee Uuma"
      (William James)

๐Ÿ“Œ "Galma kee fageessi ka'i haga bira gessuutti hin dhabbaatin."
     (Bo Jackson)


๐Ÿ“Œ "Egeree kee tilmaamuuf karaan hundarra caalu  eegeree kee uumuudha."
                (Alen Keey)

๐Ÿ“Œ "Milkaa'inni kan dhufu warra yeroo isaanii harka caalu waan barbaadan irratti dabarsaniidha."
                (Heenrii Deevid)

๐Ÿ“Œ "Warra guddaa kufuuf ija jabaatan qofatu milkaa'ina guddaa argachuu danda'a."
                (Roobert F. Keeneedii)

๐Ÿ“Œ "Warri jajjaboon kufanii ka'an, warri dadhabaan garuu gadi hafu."
                 (Toomaas Woolfii)

๐Ÿ“Œ "Mo'achuuf osoo namni biraa sitti hin amanne ofitti amanuu qabda."
                 (Sukkaara Reey Roobinsan)

๐Ÿ“Œ "Karoora jireenyaa mataa keetii yoo hin tolchine karoora namoota biroo keessa jiraachuun siif hiree ta'a."
                  (Jim Roon) jedhamu.

๐Ÿ“Œ "Foormulaa milkaa'ina siif kennuu hin danda'u. Garuu foormulaa kufaatii siif kennuu nan danda'a. Sun nama hunda gammachiisuuf yaaluudha."
                (Haarbart Swoop)

๐Ÿ“Œ "Sooressa ta'uuf maallaqa argachuu qofa osoo hin taane, maallaqa qabdu akkamitti akka qusattu beekuu qabda."
                (Beeniyaamin Firaankiliin)

๐Ÿ“Œ "Jireenya salphaa ta'eef hin kadhatin. Haa ta'u malee, jireenya ulfaataa kana fudhachuuf humna qabaachuuf cimsitee kadhadhu."
       (Bruusii Lii)

Yeroo Gaariiโ€ผ๏ธ
โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐Ÿ‘†
DOGOGGORTEE JIRTAโ—

๐Ÿ”บNamni tokko si dhiise yoo deeme nama sana malee jiraachuu akka waan hin dandeenyetti yaadda yoo ta'e... Dogoggortee jirta!!!

๐Ÿ”บSababa namni tokko si miidhe qofaaf, namni hundi na miidhuu dandaโ€™a jettee sodaatta yoo ta'e. . . Dogoggortee jirta!!!

๐Ÿ”บWanti tokko ykn lama waan si jalaa fashalaaโ€™eef qofa akka waan hin milkoofnetti fi carraa hin qabneetti yoo of ilaalte. . . Dogoggortee jirta!!!

๐Ÿ”บQormaata waan kufteef qofa ani nama waa'ee hin baafne, kufaadha... kan jedhu sitti dhagahama yoo ta'e . . . Dogoggortee jirta!!!

๐Ÿ”บ Namni tokko ykn haalli tokko tokko waan si dhaabeef qofa gara fuulduraatti tarkaanfachuu akka hin dandeenye sitti dhagahama yoo ta'e . . . Dogoggortee jirta!!!

โœ๏ธJireenyi Uumaan siif kenne:-

๐Ÿ‘‰bu'aa bahii guyyaa guyyaa keetin oliidha
๐Ÿ‘‰Waan namoonni sirratti hojjetan, sitti yaadanii fi sitti haasa'an Oliidha
๐Ÿ‘‰Waan ati qabduu fi waan ati hin qabne oliidha
๐Ÿ‘‰Milkaa'uu fi milkaa'uu dhabuu kee oliidha...

โœ๏ธ Jireenyi kee wantoota jijjiirramu, namootaa fi haalota jijjiiramaa irratti kan hundaa'u yoo ta'e dogoggora hunda caalaa dogoggora guddaa akka hojjette hin dagatin.

โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐Ÿ‘†
โœ Ani namoota dogongoran caala, kan dogongora isaa sirreessuuf jecha isa dogongore caala dogongorantu na ajaa'ibe...!
Nama addaa tahuudhaaf yoo onnatte, แŒฅแ‰ƒแ‰ตdhaaf/miidhamaaf uf qopheessuu qabda. Nama addaa tahuun gatii guddaa akka nama gaafatu dursitee beekuun waajiba.
๐–๐ข๐ฌ๐ž ๐Œ๐š๐ง ๐‡๐š๐ฌ:

๐Ÿ‘… ๐’๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ ๐“๐จ๐ฎ๐ง๐ 
๐Ÿ‘ ๐๐ข๐  ๐„๐ฒ๐ž and
๐Ÿฆป ๐–๐ข๐๐ž ๐„๐š๐ซ.
๐ƒ๐จ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐ค๐ง๐จ๐ฐ ๐ญ๐ก๐จ๐ฌ๐ž?

โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐Ÿ‘†
#Of_Danda'eera

โžก๏ธDandeettii fi humna koo madaalee beekeera

โžก๏ธWaanan danda'e hunda cimee hojjachuuf ka'eera

โžก๏ธNama barsiisuudhaan ofiifis barachaa hirkattummas ta'e kadhaarraa ba'eera

โžก๏ธAkka namaa gadi hin taanee ofitti amaneera

โžก๏ธKanaaf booda hin jiraadhu eenyuttuu hirkadhee

โžก๏ธKadhaan hin jiraadhuu harka koo diriirseera

โžก๏ธOfiin of naan bulcha kadhattuu hin ta'u nan jiraadha hojjadheera

โžก๏ธOf danda'uu kootiin jabeenya argadheera

#Subscribe

โœˆ๏ธtelegram๐Ÿ‘‡
โœ…๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐Ÿ‘†
Siin jaaladha Yoon siin jedhu
Sababa saa na hin gaafatiin
Maaliif yoo jettee ani gaafan si jaaladhu sababa malee wanaan si jaaladheef
Onnee koo qabattee
Keessa koo dhunfatta
Akka tasatti seentee
Qaama koo to'attaa

Nama jabduu kooti ati
Gorsituu waan hundaa
Simboo too bareedduu
Tan hin qabne mudaa
Namoonni baayyeen jireenya mataa isaanii dhiisanii, waa'ee jireenya nama cinqamaa oolu.
Balbalichi ATI banuuf dhiibaa jirtu sun siif haa banamu... โ˜€๏ธ