Barnoonni furtuu milkaaโinaa mitiโ
Barnoonni furtuu milkaaโina akka taโe yaada nutti himu Kanaan dura liqimsineerra. Maatii fi hawaasni keenya yaada kana jabeessaniiru, garuu milkaaโina dhugaa yoo barbaanne ilaalcha kana jijjiiru qabna.
Barnoonni Furtuu milkaaโinaa miti
Dalga ana hin hubatinโBarnootatti Nan amana.Gabaabsee buโaa barnootaa isiiniif nan ibsa.Haa taโu malee, utuu barnoonni furtuu milkaaโinaa taโee, silaa namni digirii sadaffaa (Ph.D) qabu hundi maallaqaan of-dandaโee gammachuun jiraata ture. Dandeetti sammuu guddaa qabaatte garuu kennaa keen hojjechuu shaakaluu yoo baatte, tarii hiyyeessa taata. Nama barate taatee garuu dandeettii kee gabbifachuudhaa yoo baatte, miidhamuuf, dhiphachuuf, akkasumas dadhabuuf saaxilamta; Wiixata ganama ganama hojii deemuu jibbita.Namoonni faayinaansiidhaan digirii qaban fedha isaanii isa buโuuraa illee guuttachuu Kan hin dandeenye hedduun jiru.
NAMOONNI MAALLAQA HIN QABNE AKKA ITTI DOOLAROTA MILIYOONAN LAKKAA'AMAN ITTI ARGATTU YEROO SI GORSAN SI HIN GADDISIISANII? ๐ญ
โBarumsi, ofii isaatii, homaafuu wabii hin taโu; Furtuun milkaaโinaa kennaa keeti.
Kennaan ati irra teesse jirtu baโaa hammamii akka taโe hin hubattu. Cimaa waan taateef duwwaa addunyaan Kun iddoodhaa siif hin sochooftu. Yeroo ati kennaa keen hojjechuu shaakaltu garuu, addunyaan Kun iddoo siif kennuu duwwaa utuu hin taane, sanaaf gatii siif kaffala. Namni kamiiyyuu si dabalatee kennaa isaa beekee yoo gabbifate buโaa taโa.
Dargaggoo sadarkaa lammaffaa yookiis koollejjii/Yuunivarsiitii baratu Kan hojii karoorfachaa jirtu yoo taate, wanta namoonni dureessa si taasisa jedhanii sitti himan hin hojjetin. Isa hojjechuuf dhalatte hojjedhu, sababni isaa maallaqa Kan argattu achiiti. Addunyaa hammamuu yoo guddatte homaa miti, kennaa kee yommuu bartuufi mulโiftu iddoon isa keessa siif jiraata.
๐Waan dubbiftaniif galatooma!
Yoo isitti tole namoota jaalattaniif Share taasisaa! Dhaloota Qaroomsuun itti fufa!...
@Abdulaziz_FeesalOfficial

Abdii hin kutatiin
Haamileekee cimsitee
Yoo jette nan dandahaa
Borumtaa injifattee
Sumatuu nama ta'a
Egereenkoo ifaadha
Jettee qabaannaan abdii
Dhugaadha ni milkoofta
Baduuf yoom fuute qabdii
Har'akeen of tilmaamtee
Abdiikeen muratiini
Xiiqiidhaan of jabeessi
Abdiikeen kutatiini.
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Haamileekee cimsitee
Yoo jette nan dandahaa
Borumtaa injifattee
Sumatuu nama ta'a
Egereenkoo ifaadha
Jettee qabaannaan abdii
Dhugaadha ni milkoofta
Baduuf yoom fuute qabdii
Har'akeen of tilmaamtee
Abdiikeen muratiini
Xiiqiidhaan of jabeessi
Abdiikeen kutatiini.
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Har'a kanke ilaaltee maaliif mataa cabda
Booriinkee guddaadha maaliif abdii dhabda
Waanti dachee kanaa hundi isaayyuu in darba
Kanaaf maaliif immoo muddamuun si sarba
Hin dhiphatiin haadhoo har'ikee boor miti
Mudannoonke har'aa hundiyyuu in darbiti
Kanaaf har'a ilaaltee abdii kanke hin kutiin
Yaadaan sammuu kankes takkaallee hin dhiphisiin

Hubadhu
Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"
โ Yeroodhaan ka'i!
โ Yeroodhaan ba'i!
โ Yeroodhaan gali!
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"
โ Itti dadhabi!
โ Dubbisi!
โ Barreessi!
โ Hojjedhu!
โ Jajjabaadhu!
โ Milkaa'inaaf gatii baasi!
โ Ittuma jabaadhu!
โ Fiigi!
"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!
โ๏ธtelegram๐
โ ๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐

Namoonni biroon waan fedhan siin jechuu dandaโu, garuu akka jedhan si gochuu hin dandaโan. Akka jedhe si gochuu kan dandaโu namni tokko jira. Innis mataa keeti. Yoo feete ofirraa haftee namoota biroof eebba taโuu dandeessa. Yoo hin barbaadne immoo ofii kee iyyuu dadhabdee gargaarsa namoota biro eeggachuu dandeessa. Jireenyi kee harkuma kee jira. Jireenya keetti bifa gaarii godhi.
โ๏ธtelegram๐
โ ๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐
โ๏ธtelegram๐
โ ๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐
Jireenya keessatti gaafa ol baatu hiriyoonni kee eenyu akka taate si baru. Akkasuma gaafa gad buutu immoo hiriyyoonni kee eenyu akka ta'an barta.
โป๏ธHojii kee irratti cimtee yoo hojjatte qarshii guddaa waan argattuuf, hoteela guddaa deemtee bashaananuu dandeessa. Hojii caalaa of irratti yoo cimtee hojjatte garuu hoteela guddaa sana bituu dandeessa๐.
Milkaa'ina kee irratti gufuun guddaan addunyaa siin ala jiru osoo hin taane, addunyaa keessa kee jiruudha. Sodaan, shakkiinii fi tasgabbii dhabuun kee diina dhugaa injifachuu ati qabduudha. Maddi cimina keetii Keessa Keeti! ๐ฅฐ
Milkaa'inni irra deddeebi'anii yaaluu
fi Abdii muruu dhiisuu irraan dhufti
Milkaa'inni irra deddeebi'anii yaaluu
fi Abdii muruu dhiisuu irraan dhufti
''Nuti nama hundaa caalaa ofii keenya osoo jaallannuu,yaada ofii keenyaa caalaa garuu kan namootaaf bakka laachuun keenya na ajaa'ibuu hin dhiisu''
#Marcus_Aurelius
#Marcus_Aurelius
Yeroo hundumaa naannoo jireenyaaf siif miijatu osoo hin taane, naannoo milkaa'inaaf siif miijatu jiraadhu!
โ๏ธtelegram๐
โ ๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐
โ๏ธtelegram๐
โ ๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐
๐ฆ๐๐ ๐ ๐จ๐จ๐ก ๐๐๐ ๐๐ ๐ง๐'๐จ๐
โYeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin.
โWaan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
โAddunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
โBu'aa hatattamaa hin eegin.
โBalaa shallagame fudhachuu hin sodaatin.
โKufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
โItti gaafatamummaa irraattii hin qaanfatiin.
โNama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in.
โMilkaa'ina namoota birootti hin aarin.
โNamoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin
โYeroo kee ofitti gaddun hin gubin.
โWantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasessin.

NAMOONNI AKKA SI KABAJANIIF ATI DURSII OF KABAJIโ๏ธ
โพ๏ธNamoota si barbaadne atis barbaadu dhaabi!
โพ๏ธHamma barbaachisuu ol hin dubbatin!
โพ๏ธNamoota si xiqqeessanii fi bakka siif hin qabne ariifadhuu jireenya kee keessaa baasi!
โพ๏ธDubbachuu keen dursii itti yaadi! Sababni isaa namoonni wanta dubbattu ilaalanii bilchina kee murteessu.
โพ๏ธAkka sirraa bareedutti uffadhu, qulqullina kees eeggadhu!
โพ๏ธWanta hojjettu hundumaa xiyyeeffannoodhaan hojjedhu.
โพ๏ธNamoota biraa waliin dorgommii dhaabi! Ofii kee waliin dorgommii jalqabi.
โพ๏ธHamii fi soba irraa fagaadhu, waadaa keef amanamaa taโi.

Hayyoonni maal jedhan!
โโโโโโโโโ
๐ "Hireen dhimma carraa osoo hin taane, dhimma filannooti."
(Wiiliyam Jeenings Biraayiin)
๐ "Namoonni milkaa'uu barbaadu, garuu namoota milkaa'an ni jibbu."
(Kaarota Gubbaa) .
๐ "Waanti hin dandaa'amne hin jiru addunyaan mataa ishee an nan dandaa'ama jetti"
(Audrey Hepbum)
๐ "Amaantin kee dhugaa kee Uuma"
(William James)
๐ "Galma kee fageessi ka'i haga bira gessuutti hin dhabbaatin."
(Bo Jackson)
๐ "Egeree kee tilmaamuuf karaan hundarra caalu eegeree kee uumuudha."
(Alen Keey)
๐ "Milkaa'inni kan dhufu warra yeroo isaanii harka caalu waan barbaadan irratti dabarsaniidha."
(Heenrii Deevid)
๐ "Warra guddaa kufuuf ija jabaatan qofatu milkaa'ina guddaa argachuu danda'a."
(Roobert F. Keeneedii)
๐ "Warri jajjaboon kufanii ka'an, warri dadhabaan garuu gadi hafu."
(Toomaas Woolfii)
๐ "Mo'achuuf osoo namni biraa sitti hin amanne ofitti amanuu qabda."
(Sukkaara Reey Roobinsan)
๐ "Karoora jireenyaa mataa keetii yoo hin tolchine karoora namoota biroo keessa jiraachuun siif hiree ta'a."
(Jim Roon) jedhamu.
๐ "Foormulaa milkaa'ina siif kennuu hin danda'u. Garuu foormulaa kufaatii siif kennuu nan danda'a. Sun nama hunda gammachiisuuf yaaluudha."
(Haarbart Swoop)
๐ "Sooressa ta'uuf maallaqa argachuu qofa osoo hin taane, maallaqa qabdu akkamitti akka qusattu beekuu qabda."
(Beeniyaamin Firaankiliin)
๐ "Jireenya salphaa ta'eef hin kadhatin. Haa ta'u malee, jireenya ulfaataa kana fudhachuuf humna qabaachuuf cimsitee kadhadhu."
(Bruusii Lii)
Yeroo Gaariiโผ๏ธ

DOGOGGORTEE JIRTAโ
๐บNamni tokko si dhiise yoo deeme nama sana malee jiraachuu akka waan hin dandeenyetti yaadda yoo ta'e... Dogoggortee jirta!!!
๐บSababa namni tokko si miidhe qofaaf, namni hundi na miidhuu dandaโa jettee sodaatta yoo ta'e. . . Dogoggortee jirta!!!
๐บWanti tokko ykn lama waan si jalaa fashalaaโeef qofa akka waan hin milkoofnetti fi carraa hin qabneetti yoo of ilaalte. . . Dogoggortee jirta!!!
๐บQormaata waan kufteef qofa ani nama waa'ee hin baafne, kufaadha... kan jedhu sitti dhagahama yoo ta'e . . . Dogoggortee jirta!!!
๐บ Namni tokko ykn haalli tokko tokko waan si dhaabeef qofa gara fuulduraatti tarkaanfachuu akka hin dandeenye sitti dhagahama yoo ta'e . . . Dogoggortee jirta!!!
โ๏ธJireenyi Uumaan siif kenne:-
๐bu'aa bahii guyyaa guyyaa keetin oliidha
๐Waan namoonni sirratti hojjetan, sitti yaadanii fi sitti haasa'an Oliidha
๐Waan ati qabduu fi waan ati hin qabne oliidha
๐Milkaa'uu fi milkaa'uu dhabuu kee oliidha...
โ๏ธ Jireenyi kee wantoota jijjiirramu, namootaa fi haalota jijjiiramaa irratti kan hundaa'u yoo ta'e dogoggora hunda caalaa dogoggora guddaa akka hojjette hin dagatin.

โ Ani namoota dogongoran caala, kan dogongora isaa sirreessuuf jecha isa dogongore caala dogongorantu na ajaa'ibe...!
Nama addaa tahuudhaaf yoo onnatte, แฅแแตdhaaf/miidhamaaf uf qopheessuu qabda. Nama addaa tahuun gatii guddaa akka nama gaafatu dursitee beekuun waajiba.
๐๐ข๐ฌ๐ ๐๐๐ง ๐๐๐ฌ:
๐ ๐๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ ๐๐จ๐ฎ๐ง๐
๐ ๐๐ข๐ ๐๐ฒ๐ and
๐ฆป ๐๐ข๐๐ ๐๐๐ซ.
๐๐จ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐ค๐ง๐จ๐ฐ ๐ญ๐ก๐จ๐ฌ๐?
โ๏ธtelegram๐
โ ๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐
๐ ๐๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ ๐๐จ๐ฎ๐ง๐
๐ ๐๐ข๐ ๐๐ฒ๐ and
๐ฆป ๐๐ข๐๐ ๐๐๐ซ.
๐๐จ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐ค๐ง๐จ๐ฐ ๐ญ๐ก๐จ๐ฌ๐?
โ๏ธtelegram๐
โ ๏ธ
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join ๐
#Of_Danda'eera
โก๏ธDandeettii fi humna koo madaalee beekeera
โก๏ธWaanan danda'e hunda cimee hojjachuuf ka'eera
โก๏ธNama barsiisuudhaan ofiifis barachaa hirkattummas ta'e kadhaarraa ba'eera
โก๏ธAkka namaa gadi hin taanee ofitti amaneera
โก๏ธKanaaf booda hin jiraadhu eenyuttuu hirkadhee
โก๏ธKadhaan hin jiraadhuu harka koo diriirseera
โก๏ธOfiin of naan bulcha kadhattuu hin ta'u nan jiraadha hojjadheera
โก๏ธOf danda'uu kootiin jabeenya argadheera
#Subscribe