Forwarded from Merkato Market - መርካቶ ገበያ
casual leather shoes
Size 40,41,42,43
Price 2200
0930392561
Contact us @Teddybear9648
Delivery avilable at
📍 Adama
📍Addis Ababa
📍Debre Zeyit
Size 40,41,42,43
Price 2200
0930392561
Contact us @Teddybear9648
Delivery avilable at
📍 Adama
📍Addis Ababa
📍Debre Zeyit
Almost 3 or 4 generations don’t even know these places anymore…😢
I miss you, Liberal😁
I miss you, Liberal😁
😢96❤4👌1
Dear Students,
Greetings,
As we received the message from Ministry of Education, all students are required to enroll in at least one of the four courses offered under the 5 Million Coders Initiative. This program is an important national opportunity aimed at enhancing your digital skills and improving your competitiveness in the job market.
Please be informed that enrollment in at least one course is mandatory. Students who fail to enroll will not be allowed to sit for the final examination.
We will soon share a Google Form through which you will be required to submit proof of.
From CSE Department
@ASTU_General

🤣18❤3👎1🤔1🤨1
Forwarded from ASTU Students' Union (Yonas Abera)
DUULA QULQULLINA YUNIVARSIITII KEENYAA, WALIIN TAANEE, TUMSA TOKKOON, HAA HIRMAANNU JECHUUN DHAAMSA IBSITUU JAALALA YUNIVARSIITII KEENYAA ISINIIN GEENYA.
Akkuma hundi keenya argaa jirru yunivarsiitiin keenya yeroo ammaa kana guddina ijaarsaa fi miidhaginaa irra jira. Kuni immoo nu maatii isaaf gammachuu guddaadha. Kanaafuu waliin taanee tokkummaa keenyaan mooraa keenya haa qulqulleessinu. Miidhaginni mooraa keenyaa kan hunda keenyaati.
Kanaaf barattoonni fedhii tumsa ibsituu jaalala yunivarsiitii keenyaa duula qulqullinaa kana irratti guyyaa boruu (29/11/2025G.C) ganama sa’aatii 12:30 L.T irraa kaase hanga sa’aatii 2:00 L.T tti hirmaachuu barbaadan karaa Google form link armaan gadii kana galmaa’uun hirmaachuu dandeessu.
#Bakki walitti qabamaa naannoo Haanfii iddoo “DS TV” tti osoo sa’aatii 12:30 hin ta’in wal geenyee yeroon xumurra.
QINDEESSUMMAA GUMII AFAAN, AADAA FI SEENAA OROMOO (GAASO) FI GAMTAA BARATTOOTAA ASTU IRRAA!

👍7❤1
Forwarded from ASTU Students' Union (Yonas Abera)
በዩንቨርስቲያችን የጽዳት ዘመቻ በአንድነት፣ በአንድ ትብብር እንሳተፍ።
ሁላችንም እንደምናየው ዩኒቨርሲቲያችን በአሁኑ ጊዜ በሥነ ሕንፃ እና በውበት ግንባታ ላይ ይገኛል። ይህ ለእኛ ለቤተሰባቸው ታላቅ ደስታ ነው። ስለዚህ ግቢያችንን በአንድነታችን እናፅዳ። የግቢያችን ውበት የሁላችንም ነው።
ስለዚህ ነገ (29/11/2025G.C) ከ12፡30 እስከ 2፡00 በዚህ የፅዳት ዘመቻ ለመሳተፍ የምትፈልጉ ተማሪዎች ከታች ባለው የጎግል ፎርም መመዝገብ ትችላላችሁ።
#የመሰብሰቢያ ቦታው አንፊ አጠገብ በሚገኘው "DS TV" ሲሆን ከ12:30 በፊት ተገናኝተን በሰዓቱ እንጨርሳለን።
BY GAASO እና ASTU STUDENT UNION የተደራጀ!
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSd-7IE5RMEFq51fw6-4_8S1mcn9AWD_bfu78v8StnGD50ngGw/viewform?usp=dialog

Google Docs
DUULA QULQULLINA YUNIVARSIITII KEENYAA WALIIN TAANEE TUMSA TOKKOON HAA HIRMAANNU JECHUUN DHAAMSA IBSITUU JAALALA YUNIVARSIITII…
Akkuma hundi keenya argaa jirru yunivarsiitiin keenya yeroo ammaa kana guddina ijaarsaa fi miidhaginaa irra jira. Kuni immoo nu maatii isaaf gammachuu guddaadha. Kanaafuu waliin taanee tokkummaa keenyaan mooraa keenya haa qulqulleessinu. Miidhaginni mooraa…
👍9😁6❤3👎2
ASTU General pinned «Dear Students, Greetings, As we received the message from Ministry of Education, all students are required to enroll in at least one of the four courses offered under the 5 Million Coders Initiative. This program is an important national opportunity aimed…»
Forwarded from Merkato Market - መርካቶ ገበያ
✅እንኳን ወደ ቻናላችን በሰላም መጡ!
➥በዚህ ቻናል ላይ
📌 የተለያዩ የሀገር ወስጥ እና ብራንድ ጫማዎች
📌ታኬታዎች
📌 ሰዓቶች
📌ሽቶዎች
📌መነፀር
ምያገኙበት ቻናል ነዉ።
ማነኛውም እቃ ፎቶ በመላክ ማዘዝ ይችላሉ፡፡
ለበለጠ መረጃ #Contact Us @Teddybear9648
Join our channel
@merkatogebeya0
@merkatogebeya0
➥በዚህ ቻናል ላይ
📌 የተለያዩ የሀገር ወስጥ እና ብራንድ ጫማዎች
📌ታኬታዎች
📌 ሰዓቶች
📌ሽቶዎች
📌መነፀር
ምያገኙበት ቻናል ነዉ።
ማነኛውም እቃ ፎቶ በመላክ ማዘዝ ይችላሉ፡፡
ለበለጠ መረጃ #Contact Us @Teddybear9648
Join our channel
@merkatogebeya0
@merkatogebeya0
❤2☃1
Forwarded from ASTU SPORT (Desta G.)
🚨 ASTU SQUAD LIST!
ነገ ቅዳሜ ወደ አዲስ አበባ በመጓዝ ከ አዲስ አበባ ዩኒቨርስቲ (AAU) ጋር ለምናደርገው ጨዋታ የቡድናችን ስብስብ!
@astu_sport

🏆6❤4⚡3🤬1🤮1💅1