Guyyaa 22/10/2018
Barattoota saayinsii uummamaa kutaa 12ffaa hundaaf
Wantoota fudhattanii dhufuu qabdan
1. Maraqaa eenyummaa mana barumsaa
2. National ID
3. Admission kaardii
4. Peennaa fi qubessaa
5. Nyaata qofa ta.a. Kanaan ala meeshaa tokkollee(kamiyyuu) qabattanii akka hin dhufne manni barumsaa cimsee isin beeksisa.
Mana barumsaa
ቀን፡ 22/10/2018
የ12ኛ ክፍል የተፈጥሮ ሳይንስ (Natural Science) ተማሪዎች በሙሉ።
ይዘው መምጣት የሚገቧቸው ነገሮች፡
1. የትምህርት ቤት መታወቂያ
2. ብሔራዊ መታወቂያ (National ID)
3. የመግቢያ ካርድ (Admission card)
4. እስክሪብቶ እና እርሳስ
5. ምግብ ነገር ብቻ። ከዚህ ውጪ ማንኛውንም ዓይነት መሣሪያ/ዕቃ ይዞ መምጣት በጥብቅ የተከለከለ መሆኑን ትምህርት ቤቱ አጥብቆ ያሳውቃል።
ት/ቤቱ

🆒1
Guyyaa 23/10/2018
Maatii barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa qoramaa jiran hundaaf
Sababa teekinikaatiin qormaanni sa'aatii 10:00tti waan jalqabe naannoo sa'aatii 1:00tti mana barumsaa keenya dhuftanii ijoollee keessan akka fudhattan manni barumsaa isin beeksisa
Mana barumsaa
ቀን፡ 23/10/2018
የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና እየተፈተኑ ላሉት የተማሪ ወላጆች በሙሉ፤
በቴክኒክ ምክንያት ፈተናው ከቀኑ 10:00 ሰዓት ላይ ስለተጀመረ፣ ከምሽቱ 1:00 ሰዓት አካባቢ ወደ ትምህርት ቤታችን መጥታችሁ ልጆቻችሁን እንድትረከቡ ትምህርት ቤቱ ያሳውቃል።
ትምህርት ቤቱ

👏16🕊4🆒1
Guyyaan 25/10/2018
Oduu Aagaa
Hawaasa MB keenyaa hundaaf
Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 On laayiniin marsaa 6n kan kennamu ta'uun isaa ni beekkama.Bu'uuruma kanaan barattoonni Saayinsii Uumammaa (Natural science) Mana barumsa keenyaa marsaa duraatiin jechuun (23/10/2018_25/102018) kennamaa kan ture yoo ta'u karaa nagaa fi tasgabbii qabuun kan xumurame ta'uu isaa yoo ibsinu gammachuu guddatu nutti dhagahamaa.waan ta'eefis barattoonni,barsiisonni,fi qooda fudhattoonni as keessatti gahee taphattan hundi galataa fi kabaja guddaa akka isiniif qabnu isiniif ibsinaa.
Nagaa Wajjiin.
MB

ቀኑ 25/10/2
መልካም ዜና
ለመላው የትምህርት ቤታችን ማህበረሰብ የ2018 የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና በኦንላይን ይካሄዳል። በዚህም መሰረት የትምህርት ቤታችን የተፈጥሮ ሳይንስ ተማሪዎች የመጀመሪያ ደረጃ ፈተና ተሰጥቷቸዋል፣ እናም በሰላምና በተረጋጋ ሁኔታ መጠናቀቁን በደስታ እናሳውቃለን። ለዚህም ለሁሉም ተማሪዎች፣ መምህራን እና ባለድርሻ አካላት ልባዊ ምስጋናችንን እና አክብሮታችንን መግለጽ እንወዳለን።
ከሰላም ጋር
ትምህርት ቤት👏25🙏12🆒2
Guyyaa 29/10/2018 A.L.I
Beekisa
Barattoota Mana Barumsaa Adaamaa Moodela Sad.2ffaatiif
Manni Barumsaa keenya Adooleessa 4/ 2018tti cuufama. Kanaafuu, Adooleessa 4/2018 barattoonni Mana Barumsaa keenya hundi keessan kanuma beekuun maatii keessan waliin ganama keessa sa'aatti 2:00 irratti Mana Barumsaatti argamuun sagantaa sirna cufiinsaa irratti akka argamtan hubachiisaa guyyuma kanatti kaardiin kan isiniif kennamu ta'usaa isin beeksifna.
Hub.Gabaasnii bara 2018 fi karoorri 2019 waan dhiyaatuuf maatiin barattootaa hundi keessan akka argamta.
Mana Barumsiichaa
ቀን 29/10/2018
ማስታወቂያ
ለአዳማ ሞዴል 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ተማሪዎች
ትምህርት ቤታችን ሐምሌ 4/2018 ዓ.ም ይዘጋል። ስለዚህ ሐምሌ 4/2018 ዓ.ም ሁሉም የትምህርት ቤታችን ተማሪዎች ይህንን አውቃችሁ ከወላጆቻችሁ ጋር ጠዋት በ2፡00 ሰዓት ትምህርት ቤት በመገኘት በዝግጅቱ የክብር ሥነ-ሥርዓት ላይ እንድትገኙ እያሳሰብን፣ በዚሁ ዕለት የውጤት መግለጫ (ካርድ) የሚሰጥ መሆኑን እንገልጻለን።
ማሳሰቢያ፦ የ2018 ዓ.ም ሪፖርት እና የ2019 ዓ.ም ዕቅድ የሚቀርብ በመሆኑ የሁሉም ተማሪዎች ወላጆች እንድትገኙ።

👍31👌5🙏2
Guyyaa 02/11/2018
Barattoota kutaa 12ffaa Saayinsii Hawaasaa(Social science) mana barumsaa Moodela Adaamaa olaaanaa sad. 2ffaa hundaaf
Guyyaa boruu jechuun 03/11/2018
ganama sa'aatii 3:30tti orranteeshiniin Giddugala qormaata Abbaa Gadaatti waan kennamuuf hundi keessanuu sa'aatii jedhametti argamtanii orranteeshinii kana akka fudhattan manni barumsaa cimsee isin beeksisa.
Mana barumsa
ቀን፡ 02/11/2018
ለአዳማ ሞዴል ከፍተኛ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ለሆናችሁ ለሁሉም የ12ኛ ክፍል ማህበረዊ ሳይንስ (Social Science) ተማሪዎች፦
ነገ ማለትም በ 03/11/2018 ከጠዋቱ 3:30 ላይ በአባ ገዳ የፈተና ማዕከል ኦረንቴሽን (መመሪያ) ስለሚሰጥ፣ ሁላችሁም በተጠቀሰው ሰዓት ተገኝታችሁ ኦረንቴሽኑን እንድትከታተሉ ትምህርት ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል።
ት/ቤት

👍5🕊4🙏2
Forwarded from Educational center
Economics Grade 11 unit 4 Questions .txt
17 KB