AKKAATAA
SALAATA NABIYYII (SAW)
SIRNA WUDUU WALIIN
صفة صلاة النبي صلى الله عليه وسلم
مع كيفية الوضوء
Kutaa 3ffaa...
Du'aa'ii salaanni ittiin banamu qara'uun sunnaadha👌.
Innis :-
'Allaahumma baa'id baynii wabayna khaxaayaaya kamaa baa'atta baynal mashriqi wal maghrib; Allaahumma naqqinii min khaxaayaaya kamaa yunaqqassawbul abyadu minaddanas. Allaahumma ighsilnii min khaxaayaaya bil maa'i wassalji wal barad.' Bukhaariitu gabaase.💓
Hiikti isaa:-
'yaa Rabbi!💖 Akka jidduu Bahaafi Dhihaa wal irraa fageessitetti jidduu kootiifi jidduu badii kootii wal irraa fageessi.
Yaa Rabbi💖! Akkuma uffanni adiin xurii irraa qulqullaa'utti badii kiyya irraa na qulqulleessi.
Yaa Rabbi!💖 Badii kiyya irraa bishaan, fixeensaafi cabbiidhaan na dhiqi' jechuudha.
Yoo fedhe bakka isaa kan armaan gadii jedha: "Subhaanaka Allaahumma wabihamdik; watabaaraka ismuka wata'aalaa jadduk. Walaa ilaaha ghayruk.💓" Hiikti isaa:-
'yaa Rabbii💖 faaruu keetii waliin qulqullina siin malun si qulqulleessa.
Maqaan kee khayriin isaa baay'ate. Guddinni keetis ol ta'e. Dhugaan gabbaramaan si malee hin jiru' jechuudha. Du'aa'ii istiftaahaa (salaata baniinsaa)
kan biraa kan Ergamaa 💖Rabbii💖 (saw) irraa mirkanaa'e yoo kadhate rakkoo hin qabu.
Inni filatamaan yeroo adda addaa du'aa'ii adda addaa kadhachuudha.
Sababni isaas inni Ergamaa Rabbii💖 (saw) hordofuu keessatti irra guutuu ta'a. Ergasii 'a'uuzu billaahi minashayxaan arrajiim. Bismillaahirrahmaan arrahiim'💖 jedha. Itti aansee suuraa Alfaatihaa qara'a. Ergamaan Rabbii💖 (saw) ni jedhan: "nama Faatihat Alkitaabiin hin qara'iniif salaanni hin jiru."
Bukhaariitu gabaase.💓
Booda isheetii 'aamiin' jedha. Salaata sagaleen ol qabamu keessatti ol qabee kan gadi qabamu keessatti gadi qabee jedha. Ergasii Qur'aana irraa waan isaaf laafe qara'a. Inni filatamaan salaata Zuhrii, Asriifi Ishaa'ii keessatti suuraalee Qur'aanaa mufassala (kan adda babahan) jiddu gala qara'uudha
; salaata Fajrii keessatti dhedheeraa isaa irraa Maghriba keessatti immoo yeroo tokko tokko dheeraa isaa irraa yeroo garii immoo gabaabaa isaa irraa qara'uun hadiisa waa'ee kanaa keessatti dhufe hundatti hojjachuudha.
Ensha allah akka dubistani irraa waa hubbatani nama biraatifilee dabarsitan abdi qabna kutaa 4ffaa itti fufaa....
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg 👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟

As wr wb
AKKAATAA
SALAATA NABIYYII (SAW)
SIRNA WUDUU WALIIN...
Kutaa 4ffaa qabane issinif dhihane jirraa
صفة صلاة النبي صلى الله عليه وسلم
مع كيفية الوضوء....
🔴Takbiiraa jedhaa rukuu'a bu'a.
Yeroo bu'u harka isaa hanga gurmuutti yookiin hanga gurra lamaaniitti ol kaasaa bu'a.
Mataa isaa qixa dugda isaa taasisa.
Harka isaa lamaan qubbeetii adda baasee jilba isaa irra kaa'a. Rukuu'a isaa keessatti ni tasgabbaa'a.
🔴 'Subhaana Rabbiyal Aziim'
jedha. Hiikti isaa:
🔴'Rabbii kiyya guddaan qulqullina isaan malu qulqulleessa' jechuudha.
Gochi filatamaan yeroo sadii yookiin sanaa ol deddeebisuudha. Sana waliin 🔴'Subhaanaka Allaahumma Rabbanaa wabihamdik; Allaahumma ghfirlii' jechuun ni jaalatama. Hiikti isaas 🔴'yaa Rabbi faaruu keetii waliin qulqullina siin malu si qulqulleessa. Yaa Rabbi naaf araarami' jechuudha.
Suuraa mufassala kan jedhamu suuraa Alhujuraatii gadi. Mufassala jechuun kan adda adda bahu jechuu yoo ta'u sababa isaan dafanii bismillaahdhaan adda bahaniif akkasitti moggaafame.
Dhedheeroo mufassalaa kan jedhamu Alhujuraatii hanga Annaba'i kan jiruudha. Jiddu gala mufassalaa kan jedhamu immoo Ammaa dabalatee hanga wadduhaatti kan jiruudha. Wadduhaadhaa gadi isa dabalatee gabaabaa mufassalaati. Subhii keessatti yeroo baay'ee dhedheeroo mufassalaatu qara'ama. Zuhrii, Asriifi Ishaa'ii keessatti jiddu gala isaati. Maghriba keessatti yeroo baay'ee gaggabaaboodha.
Ensha Allah kutaa 5ffaan itti fufaa...

Kutaa 5ffaa qabane issinif dhihane jirraa
صفة صلاة النبي صلى الله عليه وسلم
مع كيفية الوضوء....
mubaarakan fiiyhi. Mil'assamaawaati wa mil'al ardi wa mil'a maa baynahumaa. Wa mil'a maa shi'ita min shay'in ba'ad.' Hiikti isaa: "yaa Rabbii keenya faaruun kan keeti. Faaruun baay'een gaariin barakaa qabu kan samii guutu, dachii guutu, waan jidduu lamaan isaanii guutuufi sana booda waan ati feete hunda guutu kan keeti" jechuudha. Yoo nama biraatti hidhatee salaata ta'eef "Rabbanaa walakal hamdu…" hanga dhuma isa dubbatamee tareetti jedha. Yoo hundi isaanii: imaamni, ma'amuumniifi kan kophaa salaatus yoo kan armaan gadii dabale gaariidha: "Ahlassanaa'i wal majdi; ahaqqu maa qaalal abdu, wakullunaa laka abdun, Allaahumma laa maani'a limaa a'axayta walaa mu'uxiya limaa mana'ata walaa yanfa'u zaljaddi minkal-jaddu." Hiikti isaa: 'Abbaa faaruufi guddinaa. Irra dhugaan wanti gabrichi dubbatee, nuti hunduu siif gabrichaa, Yaa Rabbi! Waan ati kennite wanti dhorgatu hin jiru, waan ati dhowwattes wanti kennu hin jiru; qabeenyi abbaa qabeenyaa adabbii kee irraa homaa hin fayyadu waan ta’eef’ jechuu dha. Hundi isaaniituu akkuma rukuu'aan dura godhan harka isaanii qoma isaanii irra kaa'uun ni jaallatama. Wanti kanatti akeeku waan hadiisa Waa'il bin Hujriifi Sahl bin Sa'ad irraa Ergamaa Rabbii (saw) irraa mirkanaa'ee jiruufi.
Takbiiraa godhaa sujuuda bu'a.
Yoo isaaf laafeef jilba isaa lamaan harka lamaan dura lafa kaa'a. Yoo isatti ulfaateef harka isaa jilba lamaan dura
Bakka kanatti sheekni mazhaba Jumhuura warra Fiqhii dursani. Innis jilbatu harka dursa kan jedhuudha. Garuu yaanni kun Ifaan ifatti hadiisa sahiiha faallessa. Kanaafuu warri hadiisaa baay'een harkatu dursuutu jaallatama jedhan. Kun Tuhfatul Ahwazii keessatti ibsameera. Mee hadiisa Haafiz bin Alhajar Buluugha keessa dubbate ilaali: Abuu Hurayraa irraa
Kutaa 6ffan itti fufa ensha allah ...

Forwarded from Al-Nasr Muslim youth jama (F-Md(ahil)®)
@Kessumaan_kabaja💫
simatuuf qophiidha...?
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
simatuuf qophiidha...?
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
@_as_wr_wb
#Fayyaan_faaya
Faayidaa jinjibila ykn zanjabiila
jinjibilli keemikaala (Gingerol) kan faayidaalee armaan gadii kennu if keessaa qaba
1 Feedhii (appetite) nyaata nuuf dabala 👌🏽
2 balaqqama /balaqqama konkolaataa dabalatee nurraa ittisa 👌🏽
3 dhukkubbii marsaa laguu ni hir,isa 👌🏽
4 nyaatni garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion ) nurraa eega
👌🏽5 dhukkubbii maashaa keenyaa erga isport hojjannee booda nutti dhufu hir,isa👌🏽
6 dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (ostheoarthritis ) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa👌🏽
7 sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa san irra dhufan nurraa dhorka👌🏽

Kutaa 6ffaa qabane issinif dhihane jirraa
صفة صلاة النبي صلى الله عليه وسلم
مع كيفية الوضوء....
Dursa Qubbeetii miila lamaaniifi harka lamaaniitiin qiblaatti deebi'a. Qubbeetii harka isaa walitti butee diriirsee lafarra kaa'a. Qaama isaa torba irratti sujuuda. Isaanis: adda funyaanii wajjin, harka lamaan, jilba lamaaniifi keessoo qubbeetii miila lamaaniiti. Achi keessatti "Subhaana Rabbiyal a'alaa" jedha. Hiikti isaa: 'Rabbiin kiyya ol ta'aan qulqullaa'e' jechuudha. Kana yeroo sadii yookiin sanaa ol deddeebisuun ni jaallatama. Sana waliin 'Subhaanaka Allaahumma Rabbanaa wabihamdik; Allaahumma ghfirlii' jechuun ni jaalatama.
odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "tokkoon keessan yeroo sujuudu akka gaalli jilbeenfatutti hin jilbeenfatin. Jilba isaa dura harka isaa lamaan haa kaa'u." Salaasaatu gabaasan. Inni kun hadiisa Waa'il bin Hujr isa "Nabiyyii (saw) kan isaan ogga sujuudanu jilba isaanii lamaan harka lamaan dura lafa kaa'anun arge" jedhu irra cimaadha. Isa kana arba'aatu gabaasan. Isa duraatiif ragaan hadiisa Ibn Umar irraa ni jira. Isas Ibn Khuzeymaan sahiiha godhe. Bukhaariin immoo mu'allaqa mawquufa godhee dubbate. Hanga kanaatti kallattiidhaan haasawa Haafizi. Dubbiin inni jedhe kun sirriidha. Namni danda'e kan inni dursuu qabu harka isaati malee jilba isaatii miti. Kan ittiin hojjatamuu qabu hadiisa beektoleen baay'een sahiiha jedhan malee isa da'iifaa miti. Walumaa galatti kan dursuun isaa jaallatamu akka hadiisa irraa hubatamutti harka lamaani malee jilba lamaanii miti. Warri hadiisni harka dursuu ajaju dubbatamee tare kun maqluuba (gara gale) malee jilba dursaa jechuudha jedhanis ni jiru; isaanis ragaan isaanii hunduu dadhabaadha. Fakkeenyaaf kan Ibn Alqayyim ragaa godhate jilbi gaalaa harka keessaa miti miila keessa malee jedhe. Kun akka inni sirrii hin taane immoo warri isa deeggaru hundinuu itti amanu. Jilbi gaalaa harka keessa malee miila keessaa miti. Garuu Sheekoleen Su'uudii kan akka Ibn Usaymiin waan Mazhaba sana hordofaniif jecha isaa kana kallattii ittiin sirreessanii maqluuba ta'uu hadiisichaa mirkaneessan barbaacha 'akka gaalli bu'utti hin bu'inaa' jedhe malee 'isa gaalli jilbeenfatuun hin jilbeenfatinaa' hin jenne jechuun baay'ee falmani. Walumaa galatti ragaa quubsaa tokko malee hadiisaan maqluuba jechuun sirrii miti. Kanaaf Albaaniin akka inni dogongora Ibn Alqayyim ta'e tamaam Alminnaa keessatti dubbate.
Hiikti isaa: 'yaa Rabbi faaruu keetii waliin qulqullina siin malun si qulqulleessa. Yaa Rabbi naaf araarami' jechuudha. Du'aa'ii isa keessatti ni baay'isa. Sababni isaas waan ergamaan Rabbii (saw) "Rukuu'ii keessatti Rabbiin guddisaa. Sujuuda immoo du'aa'ii keessatti jajjabaadhaa. Isiniif owwaatamuun isaa mirkanaa'aadha" jedhaniifi. Toltuu addunyaafi aakhiraa irraa Rabbiin kadhata. Kun immoo salaata waajibaa yookiin sunnaa ta'us wal qixa. Irree isaa lamaan cinaacha isaa irraa fageessa. Garaa isaas sarbaa isaa irraa fageessa. Sarbaa isaas hojjaa isaa irraa ni fageessa. Dhundhuma isaa lamaan dachii irraa ol kaasa. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "sujuuda keessatti sirraawaa. Tokkoon keessan dhundhuma isaa diriirfannaa saree hin diriirfatin." Jedha
Ensha Allah
Kutaa 7ffaa isaa itti fufa

السلام عليكم ورحمةالله وبركاته🌷
Kabajamtoota hordaftoota jallatamtoota chaanaala kenyaa🌟
Arra sagantaan tenya wa'ee du'a'ii gizee rakkataniiti issin yaadachiifna...ensha Allah 🌟
كما قال النبي صلى الله عليه والسلم🌟
لا إله إلله عليم حليم لا إله الله رب العرش العظيم لاإله الله رب السماوات ورب الأرض ورب العرش العظيم🌟
Akkana ja'e rasuulli Aalama🌷 Yeroo yaanni siqabe ykn Rakkatte
Du'aa'ii tana Jabaadhaa ja'e.
Du'aa'iin tun Haalaan nama gargaarti...
warra irraa fayadamu rabbi nu haa godhu...🌟
#Join_Our_Channel🌟
●On® Tg 👇