Forwarded from Abdulatif Man Official 📍 (Abu Ali)

Forwarded from HAMZA HASSEN
😍😍#Sin_Dabrin😍😍
.
.
Dhaamsa gabaaba kana dhageefadha waliif share Godhaa You tube kanas Subscribe godha jzkl.
👇👇❤️❤️❤️❤️❤️👇👇
https://youtu.be/wecBrPggbZE

YouTube
Guyyaa Arafaa by hamza Hassen
**🙏🏽 SUBSCRIBE and Watch More HAMZA DAWA 🙏🏽**
**
** jzkl.**
***********
Daawadhaa waliifis dabarsaa jzk kheyr....
************
Gargaarsa kessanitti haajamna. SUBSCRIBE gochuudhan nu gargaara jzk........
**
** jzkl.**
***********
Daawadhaa waliifis dabarsaa jzk kheyr....
************
Gargaarsa kessanitti haajamna. SUBSCRIBE gochuudhan nu gargaara jzk........
Forwarded from Abdulatif Man Official 📍 (Abu Ali)
Guyyaa Arafaa
Guyyaan Arafaa guyyaa 9ffaa baatii zulhijjaati. Guyyaan 10ffaan immoo guyyaa iida Arafaati. Guyyaan arafaa waggaa kanaa Sabtii irra oola. Guyyaan iidaa immoo Alhada irra oola.
Guyyaan arafaa guyyaa saglaffaan guyyaa gaafa itti hajjaajotni sirna hajjii isaanii xumuruuf iddoo Arafaa jedhamu irratti yaa'anii dha. Iddoo kana irratti guddinaa fii qulqullina Rabbii isaanii itti agarsiisanii dha. Guyyaa kana warra hajjii irra jiraniif soomaan dabarsuun hin jaalatamu.
Muslimtootni sirna hajjii irra hin jirre guyyaa arafaa guyyaa saglaffaa kana soomaan dabarsuun jaalatamaa dha. Hadiisa sahiiha taheen Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad s.a.w sadarkaan sooma guyyaa arafaa soomuun qabdu tan cubbuu waggaa lamaa nama irraa dhiqtu tahu dubbataniiru. Cubbuu waggaa dabreetii fii tan waggaa itti aantu. Mindaa guddaa! Subhaanallah!
Rabbiin hajjaajota keenya irraa hajjii isaanii haa qeebalu.
Rabbiin nagahaanis gara qe'ee isaanitti isaan haa galchu.
Muslimtoota hajjii hin deemne immoo warra guyyaa arafaa soomaan dabarseetiin irraa fayyadamu nu haa taasisu! Aamiin
@Naiftube @abdulatifman

Forwarded from Ibsa Abdi 👉 Official via @toolkitbot
Forwarded from Abdulatif Man Official 📍 (Abu Ali)
Forwarded from toolkit
Rahmata walii godha kaneen dachirra jirtan kan samii irra jiru rahmata isinii godhaa
@ibsaabdi4
@ibsaabdi4
@ibsaabdi4
@ibsaabdi4
Forwarded from Abdulatif Man Official 📍 (Abu Ali)
Forwarded from Abdulatif Man Official 📍 (Abu Ali)
Forwarded from Munzir Shek Amin (Munzir Shek Amin)
YouTube
" Magaalaa dire dhawa iiddi maal fakkaatti ? " gaafii fi deebii. 2019
Forwarded from Munzir Shek Amin (Munzir Shek Amin)
YouTube
Sagantaa " Ziyaaraa " mana Kadir Abbaas iida 2019
Forwarded from Abdulatif Man Official 📍 (Abu Ali)
Forwarded from Abdulatif Man Official 📍 (Abu Ali)
Hiyyeessa hin tuffatiin hiyyummaa tuffadhu malee💙
Irraa Hedduun worraa jannataa miskiina jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ saallallahu Aleeyii waasalam
Hiyyeessa jechuun Nama iimana hin qabnee malee Nama duniyaa hin qabnee mitti hiyyeessi hanga Nama iimaana hin qabnee hin jiruu
Aliyyii ibnu Abi xaalib (R,A) Akkana jedhee yaa Aduniyaa 3n sii hiike osoo duniyaan waan lubbuu qabu taate jalqaba isiimaan ajjessa jedhe
Aduniyaan Mu'umintootaf mana hidhaatii worraa kufriitif immoo jannata Jedhan Nabiin ﷺ jananii isaanii tanuma Waan tayeef
= Duniyaa dhabdee rakkatee waan itti jiraatu yoo dhandee rakkachuu keetitti hin gaddiin
Nabiin Rabbiittu ﷺ rakkatani jiruu baati 3 guutu jiini irraa gogee osoo mana isaanitti ibiddii hin qabsiifamiin
Osoo duniyaan waan jabdu taate Rabbiin Ergamaa isaa hin rakkisuu turee beeka
Rabbiin yaado fii hiraara duniyaa isiin irraa haa fagessuu
Barakallu fiikum

Abbaan keenya kun Amata 40_maaf Azaana dhaageessisuun duratti gama Masjida dhufanii Salaataaf qophaawuu turan...
Wanni Hedduu Nama Ajaa'ibu haasawa isaa kana "guyyaa 2 walitti Aansee Masjida irraa yoon hafe Du'u kiyya beekaa "
#Dhihoo_tana_gama_fuula_rabbii_deeman
Rabbiin dalagaa gaarii irraa haa qeebalu 🤲🤲