171 subscribers
93 photos
8 videos
9 files
551 links
Gadaa tube channel ijaaf gurra ummataa madd: odeeffanoo dhugaa join gochuu hin dagatina
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA
Download Telegram
Bakka Turree yaadeen Durdur Bara Qaaxa.baraa Alaa Namaaf Kessii Waal fakkata.
Osso Hin Mooin Duraa Dhaarrii Dhugaa Hutee.Bara Jibbaan Hin Jirree.Bara Jiruu saana Jaalali Dilbii Guutee.
Waalitti Hin cufaamu Booroofii Baalballii.Bara Gaadan Bulluu saanaa Osson Dhufiin Daaldallii.
Waamee Waal ergaata Taasaan jiruu Jibbii.Alaa maani gutuudhaa cufaameen Beekuu Dilbbiin.
Durdur Bara Kaabaja Namni Waalin Tuffaanne.Akka Arraa Kaana Tiinaan Guddaan Ergaannee.
Saafuu Qabaa Naamni Dhirrii Kofoo Baasee Waandabboon uffaannee.
Gaadaa Tokkoon Bullaa Hin Baanee Qofa Qofaa.Qees Nuun Weraarree Lootuun Ilmaan Bofaa.
Yoo Argaannee Waalin Geerarree Shubbifnnaa.Quuqaa Gaara Waalii Fullarra Dubbifnnaa.
Kaan Rakkattee Gaargaaruuf Taasa Hin Buubbunnuu Ceekuu.Kaabajumaan Simmana kessumma Gaala Bekuu.
Alaa Maannii Guutudhaa Hin jiruu Dheebuuf Bellii. Gamtaan Tulluu jigsinaa Dhibee Daadhabbiif Ellii.
Caapha Warra Baaha Lixaatuu okkollaa.Gamtaan Dinaa Morkee MO,aatee Ofkoolaa.
Gaara Maada Baannee Ilkaanin Hin Seeqnuu.Gaadaan Waal Gorsinaa Jibaan Waal hin Qeeqnuu.
Ormaa Orommomsinaa Gaaran Qabnuu Jibboo. Dimokraasii Dhaalchinee Addunyaaf Hiknne Hibboo.
Kaantuu raajji Naati Taahe harra dhugaa rabbii Bakka Turre yaadeen.Kaan Jirruus Tajjabee Quuqaa Gaara kootii issif Qoodee yaadadhaa
Isaafaan jedhee Raajji baara saanaa.Bara Alli Namaf kessii Waal faakata jedhee Jedhee Taajjjabbiin koos Kaana faata Naagatii
Ofiin Beknee moo Waalalleti?

Waamichii Kaan kee
Dhaagahee Haafuun koo
Firaan Firaa jedhee
Laagadhee Jiraachuun koo

Silaas Gaalmaan Gaahuu
Imaalii koo Ganaamaa
Aniis Numaan Bekaa Foon
Foon Fonnirra citee Alaattin
Nyaatamaa


Dhugaa Naatiin Fakkannee akka
Caphaa Kootiif Atti Naa okkoltuu
Naan kolfaa Naan Qaasaa yoon
Tahee ilaaluu Gochii koo gaafasi
Saafu nati tahe Daima Xinoon Caaluu


Atti Ogeessaa kotiim hunduma
Hubbataa
Murtiif Hin jerjertuu yaadas ni
Gabbaataa

Hubaadhee yaa qomoo koo
Naan Gaanne lafatii
Silaa Akka kootii Naa nyatte
Allaattiin


Kottu Sanyii koo kaan dhugaa kenyaa
Awaalee Dachii keenyaatii Awaallee
Gara galtuu baranamo milaa Mata
Saan waalale

An Afaan waalale Daadabaa jirenyaa
Lakka An ofiin Barree kophumaan
Hammenyaa.

Amma reefuu naa gaale tokkumaan Jabbenyaa
Osoo osso tokko taane qaaxaa arra
Geenyaa

Dhugaa sittin Fakkatuu Gabberaa
Jechuun koo
Gara dhosnee waaltti himnaa tarrii
Yoos waal Amaana?

Figeetaan Daadhabee Bahee
Laagaf Baddaa
Ittu Naatti Caale Natti fidee
Qormaata

Hundaaf Tola olludhaaf
Daadhabduyyuu Kaalessaa
Dhigaa kaan kee maale
Xaannachii sirra Dhessaa

Sumaa Fillaanon koo situu
Olmaa naaf olee
Wa,een koo sii Dbibnaan situu
Anaaf loolee
Forwarded from Muktaar Shek Jamaal
Gareen kun hanga member isaa Kuma dhibba 100,000 galutti hin banamu yoo akka banamu feetan add member Gochuun Garee WBO kana member isaa Kuma dhibba gachaa.

👇❤️💚❤️ http://telegram.me/SagaleeWoraanaBilisummaaOromoWBO
Forwarded from Or Telegram Tips
Edited_20210911_235946.mp4
4.1 MB
👆


Channel telegram akka itti banattanu isin Agarsiisa Video kana Daawwadhaa group kanattis Hiryoota keessan Affeera Add member Godhaa

Akkaataa Itti Fayyadama telegram Heddu As keessatti barachuu dandeessu Group kanati Dabalamaa Hiryoota keessan Add member Godhaa.
#Join_Shere_Godhaa http://T.me/TelegraamAfaanOromoo
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
2203065843
On Paxful, I get to trade Bitcoin and other digital currencies in over 350 ways, with real people just like us. I can also store my crypto, convert it into other cryptocurrencies, earn an income and do a whole lot more. Come join me! https://paxful.com/register?r=GMYyqeePRYW
Group Shamaran Oromoo kana irratti hiryoota keessan add member godhaa badhaafamaa Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti badhaasaaf qopheesseen jira
https://t.me/Grourp_Shamaran_Oromo 👆
Kunimo page Fecebok kooti tuqaa seenaa Follow godhaa like shere godhaa

https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
Forwarded from My Life 🤍❤️🖤
Baga gamadan maatiiwan group Shamaran Oromoo group keenya guyyaa 2 keessa member isaa 1600 qaqabee jira carraa kanaan namooni hedus badhaafamaa jiru kaleessaa Nama 2 hadha na 3 badhaafnee jirra hiryoota isaanii 100 ol' group kana keessatti Add member gochuu qofaan carraan kun hammas itti fufa waan ta,eef hundi keessan irratti hirmaadhaa badhaafamaa sponsor Kaardii mobile arganee jirra isaan isin badhaasuuf qophiidha

#AddMembar godhaa Akka isin hin darbine carraan kun badhaasa Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti qophaahee jira akkuma baayyina namoota isin Add itti gootaniin badhaafamtu

group Shamaran Oromoo



https://t.me/Grourp_Shamaran_Oromo

👆. 👆❤️💚❤️

Kunimo page Fecebok kooti tuqaa seenaa Follow godhaa like shere godhaa

https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
Forwarded from Suleyiman Awal 
🎤
🖤♥️🤍 🎤 Beeksisa 🎤 🖤♥️🤍
Oduu Gammachiisa Fayadamtoota #Telegram hundaaf Dhaabbatni beeksisa Telegram Channel fi group tolaan isiniif beeksisuuf isini guddisuuf qophii isii xumure jira kanaaf kottaa Galmeefadhaa irraa faayidaa ta,aa beekumsaa fi Humna qabnuun afaan Oromoo ha dagaagsinu

Ulaagaan Galmee
1ffaan media afaan Oromoo ta,uudha.

2ffaan media safuu fi dudhaa Oromoo eegatu ta'uu qaba.

3ffaan member isaa 100/1k ta,uufii isaa ol ta,uu qaba.
Carraa Gaariin isiniif hawa namni Oromoo taatee afaan Oromoo tiin dubbachuu yeellaate si gaafata seenaan gaafa Oromummaan beekamtii guddaa taate. 📝 Nuqunnamuuf https://t.me/Suleyiman_Awal
0942733663
Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa
Isinin Jaalladha qaaliiwan ko
#PleaseFollowMe Oro ko
Suleyiman Awal
👇
tiktok.com/@suleyimanawal
Pirezidantiin Somaaliyaa daawwannaa hojiif gara Ertiraatti imalan
January 8, 2024
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiitiif gara Ertiraatti imalan.
Akka ibsa Waajjira Pirezidantii Somaaliyaa jedhetti, daawwannaa kanaan Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud gitasaanii Ertiraa Pirezidanti Isaayyas Afa-warqii waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaaniirratti ni mariyatu.
Daawwannaan Pirezidanti Hasan Sheek Mohaammud Ertiraatti taasisan kun Itoophiyaafi Somaalilaand haala Itoophiyaan ulaa galaanaa Somaalilaand itti fayyadamuu dandeessurratti waliigaltee wal-hubannoo erga mallatteessanii torban tokkoon boodadha.
Itoophiyaan waliigaltee wal-hubannoo ulaa galaanaa ittiin argattuufi misoomsuuf ishee dandeessisu Somaaliilaand waliin kan mallatteessite Amajjii 1, 2024 ture.
Waajjirri Pirezidantii Somaaliyaa, Xilla Somalia, imala hojii Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud iaalchisuun fuula X irratti, "dhimmoota biyyoota obbalaa lamaan ilaallatan irratti mariyatu," jechuun barreesseera.
Itoophiyaan akka biyya walabaatti kan of ilaaltu Somaaliland waliin akkaataa ulaa galaanaa fayyadamuun danda'urratti waliigaltee wal-hubannoo mallatteessuu hordofee Pirezidant Hasan Sheek Mohaaamud hooggantoota biyyoota gara garaa waliin bilbilaan haasaa taasisaa turaniiru.
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud seera seera sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaalilaand irratti waliigalan kufaa taasisu Amajji 6, 2024 mallatteessaniiru.
''Seerri kun tokkummaa, birmadummaa fi daangaa biyya keenyaa kabajuuf murteessaadha,'' jedhan Hasan Sheek Mahmuud ergaa mallatteessuun booda X irratti qoodaniin.
Pirezidanti Hasan Sheek Mohaamud hoogantoota biyyoota qaxanaa sana keessa jiran akkasumas Gamtaa Awurooppaa waliin bilbilaan dubbataniiru.
Waliigaltee sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaaliland mallatteessan hordofee mormii Somaaliyaatti dhagahamee guyyoota muraasa booda Pirezidatiin Somaaliyaa kun Pirezidantii Masirii, Yugaandaa, Turkiifi Qaataar waliinis bilbilaan dubbataniiru.
Pirezidantichi haasaa pirezidantii Masirii waliin taasisaniin, “Masiriin Somaaliyaa cinaa dhaabbachuuf ejjennoon qabdu cimaadha” jedhan Abdul Fattaa al- Siisiin.
Marii pirezidantii Yugaandaa Yuweerii Museeveenii waliin taasisaniin ammoo hoogantoonni biyyoota lamaanii dhimma nageenyaaf wal tumsuurratti dubbachuu isaanii Waajirri Pirezidantii beeksiseera.
Pirezidant Hasan haasaa Pirezidatii Turkii Resiip Tayib Erdohaan waliin taasisaniin deeggarsa walirraa hin cinne mootummaan Turkii walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabaniif waajirichi galateeffateera.
Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud haasaa Amiirii Qaaxaar Tamiim Biin Hamaad waliin taasisaniin ammoo dhimmoota waloofi hariiroo qaxanichaa keessatti fedhii biyyoota lamaaniirratti mariyachuun isaanii ibsameera.
Haasaa bilbilaan aanga’aa olaanaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Boorel waliin taasisaniinis Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud Gamtichi deeggarsa walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabuuf galata dhiyeessuun isaanii dhagahameera.
Mootummaan Itoophiyaa handaara galaanaafi buufata humna galaanaa qabaachuuf waliigalteen Somaalilaand waliin mallatteesse muddama uumuu hordofee deebii kenneen, ''waliigaltee kanaan amantaan cabes, seerri sarbames hin jiru'' jedhe.
Amajjii 1, 2024 mootummaan Itoophiyaa Somaalilaand waliin waliigalteen waliin hojjechuu malleetteefamuu hordofee biyyi Somaalilaand qaama kooti akka biyyaatti beekamtii hin qabduu jettu Somaaliyaan ''tokkummaa daangaa lafa kootti bu'ameera'' jechuun mormii dhageessifteetti.
Waliigaltee kanaan gocha ''weeraraati'' kan jette Somaaliyaan, ambaasaaddarashee Finfinneerraa ofitti waamteetti. ''Raawwiin waliigaltichaa seera idila-addunyaa kan cabse, fudhatama kan hin arganneedha'' jechuunis ibsite.
Somaalilaand biyya kamiinuu akka biyya walabaatti beekamtii kan hin arganne ta'uufi Somaaliyaan ammoo qaama kooti jechuusheetiin muddamni dhalate. Guutuu isaa dubisuuf linki kana tuqaa seenaa 👇 https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/884
Somaaliyaan hanga waliigalteen Itoophiyaafi Somaalilaand hin haqamnetti akka hin mariyanne beeksifte
January 18, 2024
Itoophiyaan waliigaltee walhubannoo Somaaliland waliin mallatteessite hanga kaastee, tokkummaa daangaa Somaaliyaa hin mirkaneessinetti jaarsummaa Finfinnee waliin taasifamuuf “bakka akka hin qabne” Somalaiyaan beeksifte.
Somaaliyaan ejjennooshee kana kan ibsatte Manni-maree Nageenyaafi tasgabbii Gamtaa Afrikaa (AUPSC) walga’ii gaggeesseen booda biyyoonni lamaan “marii hiika qabeessa ta’e” gochuudhaan rakkoo qaban akka furatan gaafachuu hordofee ibsa Amajji 18, 2024 baasteenidha

https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/885

Gabaasa guutuu 👇
https://ift.tt/NdrAzlp