Oromoon naannoo Hora Xaanaa qubate ture. Qorannoo Lynch fi Robbins (1978) kaaba Keniyaa keessatti godhaniin dhaabaa –dhagaa (pillars) kan umrii 300 Dh. K. D arganii jiru. Dhaabaan-dhagaa kun akka Oromoon bara dheeraaf Kaaba-baha Afrikaa keessa ture ragaa baha.
Madda ummata Oromoo namooti adda addaa bakka adda addaatti akeeku. Namooti garii maddi ummata Oromoo kibba-baha Oromiyaa Baale naannoo Madda-walaabuu ti jedhu. Namtichi Ingiliziin biyya daawwatu James Bruce jedhamu ammoo Oromoon naannoo Sinnaar turee achii iraa babal’ate jedha.
Baha Afrikaa keessatti kan argaman ummatootni Kuush Oromoo wajjin walitti dhiheenya guddaa qabu. Fakkeenyaaf ummatni Somalee bifaa fi afaaniin ummata Oromootti baayyee dhihaata. Afaan Oromoo fi Somaalee jechoota dhibba keessa harka 30 haga 40 tokko qabu. Kun kan agarsiisu ummatooti kun lamaan dhihoo akka adda bahanii ummata lama tahanii dha. Ummatoota akka Affar, Koonsoo, Sidaamaa, Kambaataa, Geeda’o, Agaw, Saahoo fi Beejjaa wajjin ummatni Oromoo walitti dhiheenya guddaa qaba. Afaan Konsoo fi Oromoo dhibbatti 50 wal keessaa qabu.
Haga yeroo dhihootti Oromoon maqaa ‘Gaallaa’ jedhamuun waamama. Maqaan kun kan gita bittootni Habashaa kennaniif, maqaa arrabaa ti. Oromoon ‘Gaallaa’ jedhamee waamamuu hin fedhu. Maqaan kun eenyummaa Oromo balleessuuf kan itti moggaafamee dha.
Qubsumti Oromoo Kutaa Gojjam, Gondar fi kaaba Itophiyaa Tigiray keessa bal’inaan ni ture. Seenaa bara moototni kun bulchaa turan qeesotni fi bulchitootni Habashaa dhugaa dhoksanii the era of the princess
jedhaani turan. Ummatni Oromoo ummatoota ollaa isaa jiran kan akka Amaaraa fi Tigiree wajjin wal makuun isaa hin oolle. Kanaaf maqaan Oromoo dabree dabree seenaa warra Habashaa keessatti argama. Oromoonis ummatoota ollaa jiran keessaa baayyee akka moggaasee gosa galche mamiin hin jiru. Haalli kun aadaan ummatootaa akka wal maku dandeesisee jira.
Baayyina Ummataa (demography)
Koloneeffatamuun duratti, naannoo bara 1870 tti, baayyinni ummata Oromoo miliyoona 10 ni gaha ture. Yeroo duulli koloneeffachuu Oromiyaa deemaa ture , bara 1870 irraa haga 1900 tti, baayyinni ummata Oromoo miliyoona 10 irraa 5 tti gad hir’ate (Addis Hiwot). Minilik iraa kaasee bulchitooti Habashaa impaayera Itophiyaa bulchan baayyina ummata Oromoo xiqqeessuu irratti guddaa dalagan. Waraanni koloneffataa ummata Oromo jimlaatti fixe. Gariin beela bara 1888 haga 1892 tureen dhumate. Ummata Oromoo gabroomsuuf jecha dhukkuboota adda addaa itti dabarsuun akka dhumu taasisan. Isa kaan humnaan qabanii gabra godhanii gabaa baasanii gurguratan. Ummatni Oromoo haga Ruwaandaa fi Burundiitti qubatee ture. Har’a garuu harki guddaan impaayera Itophiyaa keessa jiraata.
Gaanfa Afrikaa keessa baayyina ummataan kan hamma Oromoo gahu hin jiru. Impaayera Itophiyaa keessatti saba guddicha kan hamma isaa gahu hin jirree dha. Afrikaa keessatti ammoo ummata Hawusaa – Nayjeeriyaa tti aanee lammaffaa dha. Karaa afaaniiammoo afaan Arabaa fi Hawusaatti aanee afaan Oromoo sadaffaa dha. Biyyoota Afrikaa 53 keessaa baayyina ummataan kan Oromoo caalan biyyoota afur duwwaa dha.
Mootummaan murna bicuu Tigiraay, lakkoofsa ummatoota Itophiyaa bara 2007 keessa geggeesseen baayyinni ummata Oromoo miliyoona 28 ti jedha. Akka dhugaatti garuu ummatoota Itophiyaa miliyoona 85 keessaa ummatni Oromoo miliyoona 40 ol taha. Ummata Oromoo keessaa harki 90 baadiyyaa jiraata. Magaaloti gurguddoon Oromiyaa: Finfinne, Adama, Jimma, Dire Dawa, Harar, Chiro, Asala, Shashamane, Bishoftu, Naqamte, Mattu, Ambo, Robe, Waliso, Fiche, Gimbi, Dembi- Dollo faa dha. Magaalaa akka Finfinnee keessa kan baayyatu warra Habashaa kaabaa dhufanii dha.

Guyyaa tokko barsiisaan daree seenee utuu barsiisuu barattoota isaatiin akkas jedheen: "Akka nama dirree waraanaa 🔫 tureetti waanta dirree waraanaatti ta'u keewwata tokkoon barreessaa," jedheen.
Ergas barattoota keessaa naannawee ilaaluu Jalqabe, otuma naannawee ilaalaa jiruu barataa tokko isaa callisee taa'u argee akkas jedheen: "Maal taate maaf hin barreesituu?" jedheen. sana booda barataaniis maal jedheen sitti fakkaate..
..
..
"Ani rasaasa jalqaba dhukaafameen waanan du'eef olmaa,waan achitti ta'e barreessuu hin dandeenyee.Kanaaf baayyeen gadda," hin jedhuun seetanii.🕺🔫
😂😂😂😂😂
Barataa Genius jechuun kana mee Barataa kanaaf hamilee 👍

Ni hadhaa'a dubbiin kee
Ebicha jedha namatti
Hafuurri kee ajaadha
Nama qooma gamatti
Hayyuu jabaa of gootee
Dubbatta Wanta baayyee
Bukoo kana bukeessuu
Yoomuma dhiifta taayyee?
Qe'ee keenya guuteera
Fakkaataan akka keetii
Kan arraba isaa qofaan
Warqee taasisu meetii
Nan kolfa nan qasa'a
Hoggaan taa'ee si ilaalu
Gochaa fi karoorri kee
Daa'ima xinnoo hin caalu
Laphee nurratti hin dhiibin
Fakkaattee beekaa cimaa
Isa sammuun kee baate
Funyaan keetuu ni himaa!!!
Ebicha jedha namatti
Hafuurri kee ajaadha
Nama qooma gamatti
Hayyuu jabaa of gootee
Dubbatta Wanta baayyee
Bukoo kana bukeessuu
Yoomuma dhiifta taayyee?
Qe'ee keenya guuteera
Fakkaataan akka keetii
Kan arraba isaa qofaan
Warqee taasisu meetii
Nan kolfa nan qasa'a
Hoggaan taa'ee si ilaalu
Gochaa fi karoorri kee
Daa'ima xinnoo hin caalu
Laphee nurratti hin dhiibin
Fakkaattee beekaa cimaa
Isa sammuun kee baate
Funyaan keetuu ni himaa!!!
https://pxamoney.xyz/662499113008380 🏦 Yeero boqonna irra jirtan ykn boqonna qabdan mana keessan tettani haala mallaqa salphatti itti qabaachu/argachu/dandettani dha "website "armaan olitti fayyadamun
"Email" qabachu qabdu ykn linkii armaan oliitti irratti banu/create gochu ni dandessu.
✅ Jalqaba linki as gubba jiru kana tuqa
✅ Website yeroo isinif bane Regester Kan jedhu tuquun registration egala
✅ username ፣ email yookin lakoofsa bilbila kessan galcha፣ password ergasii lakkosfa dhoksa keessan itti gutuudhan register jedhani ergasi success isiniin jedha registration xummurtan jirtan jechu dha.
✅ Start watching payed ads Kan jedhu tuqa.
✅ Eragasi lakkoosfa sanduqa gubba irratti isiif fidu irra deebi'u osoo hin dogongoree guutu dhaan Continue kan jedhu tuqa. akkuma isiin irra deddebitani waan asii olii guuttanin hamma kufaama mallaqa kessani fuuluma kana irra gara bitaatin isiniif fida. Ergasii
✅ yeero hammii kuufama mallaqa kessani 150$ isinif gahen withdrawal Kan jedhu tuquun biyya 🇪🇹 fi karaa mallaqnii keessan itti isiin ergamu danda'u guuta fkn wester union Kan jedhu cuqaasu dhan asittii mallaqa kessan bankii kamiinu fudhachu dandessu.
👉👉 Dhuma irratti waa'ee website Kan waan xiqqo isinitti ha himu. viewing payed advertising akkuma maqaan Isa ibsutti dhabbani Kun dhabbata beeksiisa yoo tahu dhabbatoota omiishan sadarka addunyatti beekam Kan akka Nike ፣adidas፣ barcelona club fi kkf. Waliin hojjata
👉 lakkofsii isiin galchu dhaan continue jecha gubbatti fayyadamta sun jechuun isiin akka dhunfa keessanitti dhabbatichaf omiisha isaani beksisutti jirtan jechu dha. Kanaaf dhabbatichis % dhaan isiinif kaffaluf yeero 10 lakkoofsicha yeero galchitan dhabbatichis doolar 1$ isiinif kallafala.
😱 Wanti adda Isa godhu al tokko Register erga gootan booda data yoo cuftanis inuma hojjata/ off-line) fayyadamulle ni dandettu.Yeero boqonna irra jirtan ykn boqonna qabdan mana keessan tettani haala mallaqa salphatti itti qabaachu/argachu/dandettani dha "website "armaan olitti fayyadamun

lmamoney.xyz
Viewing payed advertising sites lmamoney.xyz - Welcome!
Viewing of advertising sites
#Gatii_kee_hin_dhabinii
Utuun baay'ee si jaalladhuu
Jaalala koo qottee awwaaltee
Garuu jaalala dhugaaf sobaa
Maaf adda baasuu wallaaltee?
Kanaan sirraa adda ba'uuf jiruu
Gorsa hiriyyaa dhaga'uu didee
Utuun baay'ee si jaalladhuu
Jaalalli kee godaannisaa fidee
Yoo ni yaadatta ta'ee garuu
Yeroon jaalala keen cabee
Utuun baay'ee si jaalladhuu
Sumarraan jaalala dhabee
Ani asii jaalala keen eelamaa
Ati jaalala nama biraa baattaa
Gam-lamaan maxxantuu taate
Gam-lamaan waadaa nyaattaa!
Gaafa waadaa naa galtuu
Afaan kee damma gootee
Jaalala daangaa qabuun
Onnee qulqulluu na mootee
Ani dhuguma jedheen garuu
Waadaa jaalalaa siif seenee
Garuu utuu galma hin ga'iin
Jaalala keenya maseenee!
Aniis abdiin sirraa dhabee
Jaalala kees dhiisuun filee
Jaalala dhugaa nama jaallachuus
Jaalaluma keerrattan jiilee!
Jaalallii dhugaa babbadeeraa
Hunduu nama madeessuu fiigaa
Onneen namoota baay'ee
Jaalala sobaan madaa'ee dhiigaa!
Jaalala dhugaa nama jaallannaan
Ofumaa baataan onneen kee cabaa
Utuu onnee nama hundumaa laaltee
Namni hunduu godaannisaa qabaa!
Maqaa jaalala keef jedhee
Hiriyyoota meeqan ganee
Dhuguma na jaallatta jedhee
Onnee qulqulluu siif banee!
Utuun akkam si jaalladhuu
Waadaa jaalalaa cabsitee
Waan hundumaa dagatte
Nama naan beknee tatte
Guddaa Galatoomii garuu
Anillee sin abaaruu kana caalaa
Naan odduus yoo bate malii
Hangaa jaalaala obbollaa
Waan aggaamtu hundumaa
Garii malee hamaan qabinii
Waanuma hundumaa caalaa
Gatii kee Rabbii biraa dhabinii...!
Utuun baay'ee si jaalladhuu
Jaalala koo qottee awwaaltee
Garuu jaalala dhugaaf sobaa
Maaf adda baasuu wallaaltee?
Kanaan sirraa adda ba'uuf jiruu
Gorsa hiriyyaa dhaga'uu didee
Utuun baay'ee si jaalladhuu
Jaalalli kee godaannisaa fidee
Yoo ni yaadatta ta'ee garuu
Yeroon jaalala keen cabee
Utuun baay'ee si jaalladhuu
Sumarraan jaalala dhabee
Ani asii jaalala keen eelamaa
Ati jaalala nama biraa baattaa
Gam-lamaan maxxantuu taate
Gam-lamaan waadaa nyaattaa!
Gaafa waadaa naa galtuu
Afaan kee damma gootee
Jaalala daangaa qabuun
Onnee qulqulluu na mootee
Ani dhuguma jedheen garuu
Waadaa jaalalaa siif seenee
Garuu utuu galma hin ga'iin
Jaalala keenya maseenee!
Aniis abdiin sirraa dhabee
Jaalala kees dhiisuun filee
Jaalala dhugaa nama jaallachuus
Jaalaluma keerrattan jiilee!
Jaalallii dhugaa babbadeeraa
Hunduu nama madeessuu fiigaa
Onneen namoota baay'ee
Jaalala sobaan madaa'ee dhiigaa!
Jaalala dhugaa nama jaallannaan
Ofumaa baataan onneen kee cabaa
Utuu onnee nama hundumaa laaltee
Namni hunduu godaannisaa qabaa!
Maqaa jaalala keef jedhee
Hiriyyoota meeqan ganee
Dhuguma na jaallatta jedhee
Onnee qulqulluu siif banee!
Utuun akkam si jaalladhuu
Waadaa jaalalaa cabsitee
Waan hundumaa dagatte
Nama naan beknee tatte
Guddaa Galatoomii garuu
Anillee sin abaaruu kana caalaa
Naan odduus yoo bate malii
Hangaa jaalaala obbollaa
Waan aggaamtu hundumaa
Garii malee hamaan qabinii
Waanuma hundumaa caalaa
Gatii kee Rabbii biraa dhabinii...!
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
EID MUBARAQ
Gaarummaa koon jibbe!
-------------------------------------
Yoo anaaf kan hin taane
Gaarumman koo inni kalee
Anis hammaadhuu laata
Dachaadhaan dabalee?
Erga tolli koo dhiibee
Natti fidee qormaata
Tarii utuun jal'adhee
Nan argadhaa furmaata?
Hundaaf tola ooluudhaaf
Dadhabduyyuu kaleessa
Gufuun sitti hammaannaan
firruu sirraa dheessaa
Dharaan dhugaa jedhee
Tumuu baadhus dibbee
Har'a dhugaa rabbii....
Gaarummaa koon jibbe!
-------------------------------------
Yoo anaaf kan hin taane
Gaarumman koo inni kalee
Anis hammaadhuu laata
Dachaadhaan dabalee?
Erga tolli koo dhiibee
Natti fidee qormaata
Tarii utuun jal'adhee
Nan argadhaa furmaata?
Hundaaf tola ooluudhaaf
Dadhabduyyuu kaleessa
Gufuun sitti hammaannaan
firruu sirraa dheessaa
Dharaan dhugaa jedhee
Tumuu baadhus dibbee
Har'a dhugaa rabbii....
Gaarummaa koon jibbe!
💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Waamicha guddaa namoota channel qabdan maraaf!!
Promotion chaanaali oromotaaf
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'i dandeessu
👉@VVIP_2020
👉@VVIP_2020
Oromiyaa guddoo keenya kallatti hundumaam haa guddisnu!
Chanaalotni afaan oroomoo afaan oromoo giddiisuu keessatti gahee guddaa qabu afaan keenyaan odeeffannoo, bashanana fi barnoota addaa addaa dabarsuun kanaaf chanalota afaan keenyaaf iddoo haa laannu!!
Galmaa'uuf👉@VVIP_2020
HUB:
Channee keessaan miseensa 10,000 gadi kan qabdanii yeroo gabaabatti gatii madaalawan ni hojjena
@VVIP_2020 @VVIP_2020

Forwarded from Rahel haile
@rahelhai 🖤🖤🖤 #share
👉 ናብ facebook ቻነልና ቤተሰብ ይኩኑ !
Www.facebook.com/rahelhaille
👉 ናብ ዩቱይብ ቻነልና subscribe ብምግባር ቤተሰብ ይኩኑ!
www.youtube.com/channel/UCwNouu59oj0dq72LXYaNHHQ
👉 ናብ ኢንስታግራምና ቤተሰብ ይኩኑ !
www.instagram.com/official_rahel_hayle

QEERRO, JIRTUU?
Qeerroon Maccaa-Tuulamaa jirtuu?
Qeerroon Siikkoo-Mandoo jirtuu?
Qeerroon Ittuu-Humbannaa jirtuu?
Qeerroon Sabboo-Goonaa jirtuu?
Qeerroon Raayyaa-Asseebuu jirtuu?
Ayiiiiiiiiiii.........jedhe Haceen.
Qeerroon Maccaa-Tuulamaa jirtuu?
Qeerroon Siikkoo-Mandoo jirtuu?
Qeerroon Ittuu-Humbannaa jirtuu?
Qeerroon Sabboo-Goonaa jirtuu?
Qeerroon Raayyaa-Asseebuu jirtuu?
Ayiiiiiiiiiii.........jedhe Haceen.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
👍Yeroo hedduu takka sheenawuun kee hin hafu waan jarjartee gootuu kheeysatti.
🤐Callisuu keetiif wanti komatamtuuf namni garaa kee baruu waan dhabeef si komata malee badii qabatamaa sirratti qabaateetii miti. #garuu waan si afaanii bahe keeysatti komatamtuus ragaatu sirratti jira.
#Komii callisuu keetiif komatamte guyyaa tokko dubbattee namaaf addaan ni baafta,komii saniis firraa ni kuffifta. #Komii waan dubbatterratti komatamte garuu deebistee sirreeysuun ni ulfaata. Waan afaanii baastee dubbatte deebistee arraabuun cinqii guddoo si feesisa
#Waan dubbattee dogongorteef malee dogongora dubbachuu dhabdee garatti qabatteef hin sheenooytu namaanillee hin arrabsamtu,hin komatamtulle...Waan baastee dubbatturra waan liqimsitee qabattu baayyisi....!
😍Dhaamsi itti fufa....!
@OROMOTOO

“Daaroo labuu Micaatarraa
Abboti qabeenya machaaratiif 1 Maammad hassanee 2 maammad bulloo3 Adam baayee4 Usmaail amad5 Qadruu abbaaleencoo6 mammayyaa 7 yaayyaa 8 Umarziyad umeeryidiifi kkf
Abbooti qabeenya micaatatif
1, baayyu 2, aadanaa 3, maliyoon 4, izzii 5, ahmadoo 6, alii 7, doyyoo 8, ahmad saniyyo 9, nuurefii kanneen birotif
Abbootin geejjibaa kanneen armaan olitti tuqneefii kanneen maqaan keessan hin Tuqinis qabeenya keessan akka sochii dhaabdan kabajaa jaalalaan isiniif ibsina yoo dhaabuu baattan rakkoo dhufuuf itti gaafatamuma kan fudhatu isinuma
Qeerroo micaatatiif humni addaa hanga durirra hedduumatanii wan dhufaniif bakka jirtanitti ofeggannoo cimsa. Dhugaa qabna ni injifanna.

WAAMICHA ULFINAA....!
Waamicha ulfinaa
Irraa hafuun salphinaa
Diinaa ulee hin ta'inaa
Labsii Qeerroo hin cabsinaa
Kan labsii cabsee argame
Lallaba qeerroo didee
Jireenya itti hadheessina
isatu Gabrummaa fidee
Qabsaa'aan faayidaaf jedhee
Ijjannoo ofii hin jijjiiruu
Osoo dhugaa arguu
Daandii sirrii hin micciiruu
#Roobee_Baalee irraa!
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Waamicha ulfinaa
Irraa hafuun salphinaa
Diinaa ulee hin ta'inaa
Labsii Qeerroo hin cabsinaa
Kan labsii cabsee argame
Lallaba qeerroo didee
Jireenya itti hadheessina
isatu Gabrummaa fidee
Qabsaa'aan faayidaaf jedhee
Ijjannoo ofii hin jijjiiruu
Osoo dhugaa arguu
Daandii sirrii hin micciiruu
#Roobee_Baalee irraa!
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Milkaa'uu irraa maaltu nama ittisaa? ✍
👉Wantoonni milkaa'ina goonfachuu irraa nama ittisan hedduun kanneen armaan gadiiti.
👉Fedhii dhabuu
👉Kufaatii sodaachuu ✍jechaa namaaf iddoo kennuun,
✍duubatti mucucaachuu ✍Ofitti amanamummaa dhabuu
✍Dandeettiifi humna ofii wallaaluu
✍Mul'ata dhabuu
✍Kaayyoo malee jiraachuu
✍Kutannoo dhabuu
✍Nama ilaalanii karoorsuufi karaa nama biraa hordofuu
✍Abdii kutuu
✍Waan xixiqqootti quufuu Sodaachuu
✍Of tuffachuu
✍Wareegama kanfaluu sodaachuu
✍Dhugaa jireenyaafi addunyaa wallaaluu
👉Wantoonni kunniin namni akka hin milkoofneef namaafi milkaa'ina isaa gidduutti dallaa warra ijaaranidha.
✍Namoota dallaa kana cabsantu milkaa'ee jiruu bareedaa arga.
✍Warri harka laate immoo osoo iddoo yaade hin gahin karaatti hafa.
✍Kaayyoo ofiif kutannoofi jabina godhatanii, gufuu kanneen irra tarkaanfachuun nama milkeessa. Wantoota kanneen of duraa kaasuun karaa isin milkeessu barbaadaa!
Milkaa'aa🙏🙏!
Maddi: Kitaaba Xiinsammuu Coqorsa Abdii!
JOIN SHARE SHARE

"Milkaa'ina khee namarra hin eegin. Abdiin namaa fagoo si hin geeysu. Tarii arra si kabajee bor si salphisa. Arra si wajjiin koflee bor nyaara sitti guura. Arra waadaa siif galee boru si gana. Rabbi yoo abdatte garuu karaan fagaatus bakka yaadde ni geeysa. Ibidda kheeysatti waadamteeti warqee taata. Nama Rabbi abdatutti aduun hin dhiitu''Naaf dhumee jira...kanarra karaan hin jiru''gaafa ati jattu ", "lakkii kan kee ganaadha ganaan jireenya si jalqabsiisa" siin ja'a. Ati hammeenya,jallina,jibbaafii,hinaaffaa dhiistee waan qajeelaa yaannaan Rabbiin gatii khee siif kafala galgala tokkotti seenaa kee jijjiira. Gaarii yaadii gaarii hojjadhu. Gaarummaan khasaaraa hin qabu!" Leta qana'ii
😍Dhaamsi itti fufa....!
😍Dhaamsi itti fufa....!
Erga tolii ko dhibbee
Natii fidee qormaataa
Taari otuus jaaladhe
Naan argaadhaa furmaata ?
Natii fidee qormaataa
Taari otuus jaaladhe
Naan argaadhaa furmaata ?