G.U.J (Gorsaa utubaa jireenyaa)
602 members, 6 online
DUBBISUU DHISUUN YAKKAA!
"Mul'ata waggaa tokkoo yoo qabaatte abaaboo misoomsi. Mul'ata waggaa kudhanii yoo qabaatte, mukeen misoomsi. Mul'ata barabaraa yoo qabaatte, namoota misoomsi."
#Gorsa jireenya keessan jijjiiruu guyyaa guyyaan isiniif qoodna!"🙏
If you have Telegram, you can view and join
G.U.J (Gorsaa utubaa jireenyaa) right away.