Ibn Abbas Academy
7 277 subscribers
Gosoonni barnootaa waggaa lamaan kanatti barataman kanneen armaan gadiiti:
****
1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu,
2. Aqiidaa,
3. Usuul Attafsiir,
4. Fiqhii,
5. Hadiisa,
6. Tarbiyaa,
7. Siiraa fi
8. Lughaa hammata.

Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kennama.
If you have Telegram, you can view and join
Ibn Abbas Academy right away.