Hojjatoota Sa'aatii 11ffaa
Mat. 20
⁹ Warri gara sa'aatii kudha tokkootti qacaraman dhufanii, miindaa guyyaa tokko tokkoo fudhatan.
¹⁰ Warri duraa yommuu dhufan immoo caalaa waan argatan isaanitti fakkaate; garuu isaanis miindaa guyyaa tokko tokkoo fudhatan.
1000670242987 CBE
If you have Telegram, you can view and join
Hojjatoota Sa'aatii 11ffaa right away.