GAARUMMAA 🪴
626 subscribers
Gaarummaan abdii jireenya bara baraati. Namni gaarii
godhu, akka nama sanyii facaasee firii isaa eeggatuuti. Guyyaa
guyyaadhaan wanti nuti hojjannu miijana gaarummaatiin
madaalama. Kan nuuf ta'u wantuma ofiif yaadnee karoorsine
qofadha.
You are invited to the channel GAARUMMAA 🪴. Click above to join.